Afran Qalloo Charity Association

Afran Qalloo Charity Association Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Afran Qalloo Charity Association, Nonprofit Organization, Dire Dawa.

08/09/2022

Earth Day is this Friday, April 22nd! Help your students understand the interconnection between the environment and human rights and empower them to make a difference by signing up for the Our Earth, Our Community Program. This free program includes lesson plans and other educational materials for Earth Day. https://www.thehumanprojects.com/our-earth-our-community

01/12/2020

The world is witnessing the highest levels of displacement on record.

Every day, the UN supports and provides protection to 82.5 million people trying to escape war, famine and persecution, while also working to ensure everybody has the right to seek asylum, safeguarding the rights of people forced to flee, and more.

30/11/2020
10/11/2020

Xiinxala kanaan dura BBC'n namoota siyaasaa dubbisee hojjete keessaa

'Wal dhiibuun mootummaa federaalaa fi Tigiraay babal'ataa deemuu danda'a' Jawaar Mahaammad.
Amma yakkaan shakkamee to'annoo seeraa jala kan jiru xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mahaammad kana dura dhimma mootummaa federaalaa fi TPLF irratt BBC'f yaada kennee ture.
Murtoo amma jiruun mootummaan Naannoo Tigiraay filannoo gaggeessinaan Mootummaan Federaalaa baajata irraa xiqqeessuu dabalatee dhiibbaa biraa irraan gahuu mala jedha Xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mahaammad.

Haala kanaan itti fufnaan 'wal dhiibuun Mootummaa Federaalaa fi Tigiraay babal'ataa deemuu danda'a.'

Mootummaan federaalaa kanaan duras aangoo isaa guutuu naannoo Tigiraay keessatti gaggeessuu hin dandeenye jedhamuun qeeqama.

Namoota yakkaan shakkee himate kan akka Geetaachoo Asaffaa fa'a qabuullee hin dandeenye jedhamaa ture waan taheef ammas wal dhabdeetti galuu malu jedha Jawaar.

''Mootummaan federaalaa baajata hiri'isuu, daangaa gama Sudaaniin jiru jalaa cufuuttis deemuu danda'a. Haa ta'u malee naannichis humna waan qabuuf rakkoo hamaa uumuu danda'a jedhanii shakkuun barbaachisa'' jedhe.
Gabaasa guutuu dubbisuuf: 👉👉 https://bbc.in/2IeKLTw

06/09/2020
20/08/2020
12/08/2020

Jafar Yusuf - Of Qopheessi - New Oromo Music 2020 (Official Video) Welcome TO Oromian tube Producing Music Video Hosting Music Videos On Our YouTube Channel ...

Legal fund for Jawar Mohammed and other Oromo political prisoners
10/08/2020

Legal fund for Jawar Mohammed and other Oromo political prisoners

Legal fund for Jawar Mohammed and other Oromo political pr… Oromo Legal Fund needs your support for Jawar & Other Oromo Political Prisoners Legal Fund

27/07/2020

The artist Haacaaluu Hundeessaa was assassinated in Finfinne… Matcha Tulama Association, USA INC needs your support for Haacaaluu Hundeessa's Family Support by MTA, USA

17/06/2020

Moroccan cement manufacturer is taking out the chequebook and boosting its capacities, with the arrival in Libreville of the Dangote group imminent.

26/04/2020
04/04/2020
"Dhukkibni VaayirasiiKoronaa (COVID-19) Qilleensaan Hin Daddarbu"  ~ Dhaabbata Fayyaa Adunyaa (WHO)*********************...
30/03/2020

"Dhukkibni VaayirasiiKoronaa (COVID-19) Qilleensaan Hin Daddarbu" ~ Dhaabbata Fayyaa Adunyaa (WHO)

*******************************
COVID-19 qilleensaan hin daddarbu yoo jeennu maal jechuu keenya? Qilleensaan hin daddarbu jechaan vaayirasichi qilleensaan fuudhamee iddoo nu jirru dhufee nutti hin darbu ykn qilleensa irra yeroo dheeraaf turee nuti deemne qilleensa san yoo harganu nutti hin darbu ykn nu hin qabu jechuudha.
---
---
Torbaan dura "The New England Journal of Medicine" woraqaa qorannoo mata-duree "Aerosol and Surface Stability of SARS-CoV-2 as Compared with SARS-CoV-1" jedhuun baaseen vaayirasichi waan xiqqoo 'aerosol' jedhamtu (tan µm 5) gadi taate qilleensa irra sa'aa sadiihiif turuu ibsuu isaatiin wolqabatee vaayirasichi qilleensaan daddarbuu ni danda'a sodaa jedhutu uumamee ture.
---
---
Dhaabbatni Fayyaa Adunyaa (World Health Organization -WHO) odeeffannoo kalee baaseen qilleensaan vaayirasichi hin daddarbu kan jedhu irratti cichee jira.
---
---
Akkuma yeroo garagaraatti ibsaa turre: Vaayirasichi yoo namni isaan qabame qufa'u, haxxifatuu, dubbatuufi kolfu, waan dhangala'oo xixiqqoo yeroo sana bahaniin ykn biifamaniin namoota dhiheenya meetirii tokkoo gadii nama saniif jiranitti darba. Kan biraa ammoo wontonni biifaman kun kan vaayirasicha baay'innaan qaban kun fageenya jenne kana (hanga meetirii tokko) deemuun wontoota naannoo san jiran irra qubatu. Namni biraa waan isaan irra qubatan san harkaan qaqqabee, harkuma saniin gaafa ija, funyaaniifi afaan tuttuqu gara saniin vaayirasichi gara qaama namaa seena.
---
---
Kanaaf fageenya namoota irraa qabnu (meetirii lamaafi sanaa ol) eegu, harka keenya deddeebinee dhiqachuufi harkaan afaan, funyaaniifi ija tuquu dhabuun karaa vaayirasichi itti daddarbu kana dhaabuufi/hanbisuufi!
---
---
Fayyaa ta'aa, fayyaa argadhaa!
Horaa, bulaa, deebanaa!
---
©Dr. Nuredin Luke

Karaalee torban(7) weerara dhukkuba Vaayirasii Koronaa COVID-19 ittisuuf nu fayyada. 1. Irra deddeebi'anii harka dhiqach...
27/03/2020

Karaalee torban(7) weerara dhukkuba Vaayirasii Koronaa COVID-19 ittisuuf nu fayyada.

1. Irra deddeebi'anii harka dhiqachuu
2. Ija, funyaanii fi afaan ifii harkaan tuttuquu lagachuu
3. Yeroo haxxifatan afaan ifii ciqilee harkaa jalatti qabatanii haxxifachuu
4. Bakka namoonni itti heddummaatan irraa fagaachuu, namoota qufa'anii fi laydaa qaamaa qaban irraa fagaachuu.
5. Yoo fayyaalessummaan sitti hin dhagayamu tahe manuna ifii ooluu.
6. Qufaa, boba'insa qaamaa ykn rakkoo hargansuu yoo qabaatte mana yaalaa dhaquun ogeeyyii fayyaatti himachuu.
7. Odeeyfannoo ogeeyyiin fayyaa kennan qofa hordofuu.

YAADACHIISA:-
Qaceelfamoota kana hojiirra oolchuun dirqama.

Haalli tatamsa'iinsa Dhukkuba VaayirasiiKoronaa (COVID-19) hedduu yaachisaadha.****************************************N...
27/03/2020

Haalli tatamsa'iinsa Dhukkuba VaayirasiiKoronaa (COVID-19) hedduu yaachisaadha.
****************************************
Namoonni kuma dhibba jalqabaa guyyaa 67 keessatti qabaman.

100,000 irraa kuma dhibbaa tokkoon dabalee kuma 200,000 gahuuf garuu guyyaa 11 qofa itti fudhate.

Kuma dhibba lama irraa ammoo kuma dhibba tokkoon dabalee kuma dhibba sadi gahuuf guyyaa 4 qofa itti fudhate.

300,000 irraa kuma dhibba tokkoon dabalee 400,000 gahuuf guyyaa 3 qofa itti fudhate.

Kuma dhibba afur irraa kuma dhibba tokkoon dabalee kuma 500,000 gahuuf guyyaa 2 qofa itti fudhate. Guyyaa lamaan darban kana keessatti namoota kuma dhibba tokko ta'antu Vaayirasichaan qabamuun mirkanaahe jechaadha.
---
Kana irraa tatamsa'iinsi isaa haalaa ol dabalaa deemaa akka jiru ni hubanna. Of eeggannoon keenya daran cimuu qaba!

---
Fayyaa ta'aa, fayyaa argadhaa!
Dr. Nuredin Luke

26/03/2020
23/03/2020

CORONA VIRUS IRRATTI GAAFFIIWWAN 11 TA'AN!!
*********************************
1. Haga ammaa Qorichi ykn Talaallii aragmee jiraa? Hin jiru!
***Saayintistoonni hedduun waan kana argachuuf hojjachaa jiru, garuu haga ammaa kan hojii irra oole hin jiru, waan akka kanaa qoratanii hojii irra oolchuuf ammoo turtii ji'ootaa fudhachuun isaa hin oolu.
2. Bishaan ho'aa, alkoolii dhuguun, acheetoo dhuguun, qullubbii adii nyaachuun..... nama fayyisuu/fooyyessuu danda'uu? Hin danda'an.
***Miidiyaalee fi maddeen adda addaa irraa maloonni ittiin vaayirasii kana lolan hedduun himamanis, haga ammaa malli aadaa, nyaatni fi keemikaalli kamuu kan dhukkuba vaayirasii kanaan namatti dhufu fooyyeessu ykn fayyisu hin argamne.
3. Face mask (haguugduun afaanii) Vaayirasiin kun akka nu hin qabne ni taasisaa? Hin taasisu!!
***Gosa face mask adda ta'e kan N-95 respirator jedhamu kan namoonni/ogeessoonni fayyaa/ namoota dhukkuba kanaan qabaman yaalan fayyadaman irraa kan hafe, face mask salphaa gabaa irra bitamubnamni fayyaleessi godhatee deemuun hinngargaaru.
4. Vaayirasiin kun nama takkaa wabamee fayye lammata deebi'ee hin qabatuu?
***Haga ammaa waanti sirriitti beekame hin jiru (Vaayirasichi haaraa ta'uu isaa fi qorannaa irra kan jiru sababa ta'eef), ammaaf garuu akka maddeen qorannoo fayyaa garaagaraa himanitti Vaayirasichaan namni qabamee fayye ammas deebee qabamuu danda'a kan jedhudha. Erga al takkaa qabamee fayyee turtii hagamii booda deebee qabamuu mala kan jedhu ammas gaaffii dha.
5. Qilleensi qorraan ykn ho'aan vaayirasii kana ajjeesuu danda'aa? Hin danda'u.
****Haga ammaatti vaayirasichi haala qilleensaa kam keessatti illee daddarbaa fi babal'achaa jira. Kanaafuu haalli qilleensa vaayirasii kana ajjeesu ykn akka hin dabarre taasisu hin jiru.
6. Vaayirasichi qilleensaan ni daddarbaa? Eyyee ni daddarba!!
***Vaayirasiin kun qilleensaan hin daddarbu tuttuqqaadhaan malee kan jedhan odeeffannoowwan garaagaraa faca'aa jiraatanis, vaayirasichi yoo namni qufa'u copha bishaanii xixxiqqoo qilleensatti faca'aniin gara nama biraatti ce'uu danda'a. Kanaaf kallattiin walityi qufa'uun hin ta'u.
7. Vaayirasiin Coroonaa ciniinnaa bookee garagaraan daddarbuu danda'aa? Hin danda'u!
***Haga ammaa gosti bookee kamiyyuu vaayirasii kana nama tokko irraa gara nama biraatti dabarsuu hin dandeenye.
8. Corona Vaayirasiin daa'imman qabachuu danda'aa? Eyyee ni qabata.
****Haa ta'u garuu yeroo hedduu daa'imman vaayirasii kanaan qabaman carraan lubbuun darbuu isaanii ragaa haga ammaa jiruun kaanneem biroo irra hedduu gadi bu'aadha.
9. Qorichi antibiotics (Farra baakteriyaa garagaraa) dhukkuba Coronavirus kanaaf ni fayyadaa? Hin fayyadu!!
***Namoonni dhukkuba kanaan qabamanii dhibee sombaa hamaa (ARDS - SARS) irra ga'e irratti dabalataan (super infection) baakteeriyaan yoo hube, mana yaalaatti kennamuufii mala.
10. Safartuun ho'a qaamaa (thermometer) dhukkuba Corona virus kana adda baasuu danda'aa? Hin danda'u!!
***Safartuun ho'a qaamaa akka namni tokko ho'a qaamaa qabuu fi hin qabne adda baasa malee dhukkubicha adda baasuu hin danda'u.
11. Corona virus nama gurraacha ni qabataa? Eyyee ni qabata!
***Namoonni gurraachi vaayirasiin kun carraa argannaan haaluma warreen adii irraa addaan hin baaneen qabata, haaluma walfakkaatuun hubas.
Madda
1. John Hopkins Medicine
2. World Health Organisation
3. Center of Disease Control
© Dr. Gurmeessaa Hinkoosaa

23/03/2020
22/03/2020

📌 CORONAVIRUS UPDATE

21/03/2020

Open Letter to Federal Ministry of Health

As COVID-19 pandemic is infecting more and more people, as death toll is rising in unprecedented figure the world is panicked and many countries around the world are taking decisive measures to control the spread of infection.

As we all know, the science around COVID-19 is evolving daily as new researches and experience from clinical practices are coming out. Health professionals need access to internet to keep themselves updated and give recommended cares to their patients regarding this new fatal viral infection.

Our people in western part of Oromia in general, and health professionals in particular, lack access to internet due to internet blackout for months. It's too difficult for health professionals, if not impossible, to give any care, let alone standard, updated and adequate care to their patients under this condition.

In addition, our people there is not getting a tip of health tips you have been offering in social media platforms. This is worrisome and totally unacceptable. Therefore, the ministry should have strong stance on this, and urge high ranking government officials to unblock internet by explaining the extent of damage that would happen under current condition

Regards,
Nuredin Luke, MD.

Dhukkubni VaayirasiiKoronaa (COVID-19) Amala Akkamii Qaba?  *********************---1. Namni tokko vaayirasichaaf erga s...
18/03/2020

Dhukkubni VaayirasiiKoronaa (COVID-19) Amala Akkamii Qaba?

*********************
---
1. Namni tokko vaayirasichaaf erga saaxilamee turtii yeroo hangamii booda mallattoo dhukkubaa muldhisuu eegala?

* Namni tokko erga vaayirasichi qaama isaa seenee jiddu-galeessaan guyyaa 5faaf-6faatti mallattoo dhukkubaa agarsiisuu eegala. Haa ta'u malee namoonni tokko tokko turtii gababa guyyaa tokko booda mallattoon dhukkubichaa isaan eegaluu danda'a. Namoonni tokko tokko ammoo mallatoo dhukkubichaa otoo hin agarsiisin hanga guyyaa 14 turuu danda'u.
---

---
2. Haalli ykn Sadarkaan Dhukkuba VaayirasiiKoronaa (COVID-19) kun maal fakkaata?

* Dhukkubni VaayirasiiKoronaa (COVID-19) kun dhukkuba salphaa irraa hanga dhukkuba hamaa/ulfaataa ta'e fiduu danda'a. Mallattoleen heddun isaas kan dhukkuboota sasalphaa akka Qufaa/Uttalloo/Qakkee/Hibibii irraa hanga Michii Sonbaa (ykn Pneumonia/Nimooniyaa) Sirna Hargansuu namaa haalaan dadhabsiisu/dhaabu gahuu danda'u.

Kanaaf namoonni hedduun kan %80 ta'an Dhukkuba salphaa ta'een (Mild & Moderate) yoo qabaman, isaan %20 ta'an ammoo dhukkubni kun itti hammachuu danda'a (Severe and Critical) ta'a jechuudha.

Isaan dhukkubni salphaa (Mild & Moderate) ta'e qaban yaalaaf deeggarsa salphaadhaan torbaan lamaa hanga sadihii keessatti ni dandamatu.

Isaan dhukkubichi itti hammate ammoo (Severe and Critical) yaala ol'aanaa (hanga maashinidhaan harganuu) gessisuun dandamachuu ykn du'uu danda'u. Inni kun dandamachuuf hanga torbaan sadeetii fudhachuu danda'a. Biyya keenya keessa meeshaleen woldhaansa jajjaboon akkasii heddumminaan waan hin argamneef worri (Critical) isa ta'e qabaatan carraa gaarii qabaachuu dhabuu.
---
---
Ulfaadhaa!
Horaa, bulaa, deebanaa!
Fayyaa ta'aa, fayyaa argadhaa!
---
©Dr. Nuredin Lukee

12/03/2020

🚨 BREAKING 🚨

"In the days and weeks ahead, we expect to see the number of COVID-19 cases, the number of deaths, and the number of affected countries climb even higher. WHO has been assessing this outbreak around the clock and we are deeply concerned both by the alarming levels of spread and severity, and by the alarming levels of inaction.
We have therefore made the assessment that COVID-19 can be characterized as a pandemic"- Tedros Adhanom Ghebreyesus

02/03/2020
23/02/2020
22/02/2020

At least 67 people have been killed and more than 200 injured in protests in Ethiopia over the last few days, the police commissioner for the Oromia region told CNN on Saturday.

16/02/2020
10/02/2020

Are you wondering what natural talent your little one will display? Here are daily habits that can help you reveal those innate abilities in your child.

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Afran Qalloo Charity Association posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share



You may also like