Fugug Forum

Fugug Forum Fugug Forum was founded on April 8, 2019. Kaayyoon teenya ummata keenya humneeysuudha.✍

Kaayyoon teenya:👇

● Ummata keenya Roga Diinagdee fi Hawaasummaatiin humneeysuu,

■ Ummata cimaa roga hundaan if dandahee ummata biraatiif wabii tahu uumuudha.✍

Fugug Forum was founded by co-founders on April 8, 2019 Gc, as a non-governmental and nonprofit Org'n. The Main Goals of the forum is:
◎ To realize Economic evolution and revolution.

● To rehabilitate and help to recover fugug econom

ic stagnation.

■ To ensure the Effective, Efficient and Equitable usage of Natural resources.

□ To ensure the existence of Fair, Proportional and reasonable benefits of FARMERS, Traders and all stakeholders in the production as well as in the exchange of all their Agricultural and industrial Products.

● To Support and help the FARMERS and Traders to have their rights respected in their local and international market activities to export and import their goods and services in accordance with the global trade norms without any fear of barriers to free trade including but not limited to Unfair Trade practices, Quotas Restrictions, tariffs, at any level.

○ Lastly, to allow all stakeholders to have their say on the enactment of National Economic policy and International Economic Forum and discussion.

03/07/2026

Ummanni kun jiruu fi Jireenya isaanii akkanatti ooyruu JIMAA irratti hundaa’uun gaggeeyfatu👌 Ummata kana Jimaa dhoorkuun jaamsuuf tattaafachuun hin taatu. Jimaan keenya Misoomaa fi guddina biyyaa fi biyyee teenyaatiif utubaadha. Utubaa muruun if muruudha👌 Mee bara kana al ergii Daldala Jimaa irraa galiin biyyaaf galte meeqa Ethiopian Ministry of Trade and Regional Integration ?🤔

03/07/2026

JIMAA 👏

JIMAA ummata   tokko hoo Ministeera Daldalaa ( Ethiopian Ministry of Trade and Regional Integration ) kanaan alatti Mini...
20/06/2026

JIMAA ummata tokko hoo Ministeera Daldalaa ( Ethiopian Ministry of Trade and Regional Integration ) kanaan alatti Ministeera Jimaa muuddaniif moo eenyuutu irratti dalaga Kassahun Gofe Balami ?🤔😢🙄

20/06/2026

Ummata tiis tahee namuma fedheefuu akki kun hin malu😢

20/06/2026

Barko Media 😢

01/06/2026

Ummanni keenya ka JIMAA isaa dhagaa cabseeti oomishata. Gibira dachaa sadi kafala. Akka itti gurguratu karaa hin qabu. Karaa qabuus itti cufanii nama butanii maallaqa gaafatan. Kaaniis ni ajjeesan😢 Fugug Forum

JIMAA fi   h a r a r g e e1.Jimaan Hawaasa harargeef Hundee Buu’ra Hawaasummaati. Sababiin isaa Harargeen jimaa araadaaf...
21/05/2026

JIMAA fi h a r a r g e e

1.Jimaan Hawaasa harargeef Hundee Buu’ra Hawaasummaati. Sababiin isaa Harargeen jimaa araadaaf hin qama’u. Yeroo haajaan cimtuun maatii, Ollaa, Afooshaa, Ganda, Naannoofii biyya mudattu, mala furmaataaf taa’ee waliin marihata. iimaanaan wal dhaggeeffatee yeroo dheeraa erga marihate booddee furmaata bu’uraa kaaya. Kan wallole ni araarsa. kan walirraa ajjeese tartiiba aadaa eeggatee gumaa baasisee nageenya buusa. Balaa biyyarraa eega. Caamaafii hongeen yoo mudattu yaa rabbi je'e waaqa/rabbi itti kadhata. Yoo kana godhu imaanaan tasgabbaawee waliin haasawuuf jimaa qama’a malee waan araada taheefii miti.

2.Jimaan Harargeef Diinagdee dha. Lafti harargee baayyeen lafa hanqina bishaanii qabuufii hawaasichi hanqina lafa qonnaa qabuudha. Uumamni lafa harargee tabbaa fii irraan gadee waan baayyatuuf, lolaan biyyoo dhiqee lafti huuqqachuu isaan yoo midhaan facaasan oomishni argamu maatii bulchuu hin danda’u. Lafti jimaa amaluma isaan boolla qabaachuu isaarraan kan ka’e bishaan xiqqoon oomishamuu danda’a. Kanarraa ka’ee Jimaa waggatti jiddu galeeysaan si’a lama Oomishuun waan danda’amuuf isa gurguree midhaan bitachuun jireenya isaa gaggeeyfata. Kanaan uumama too’atee itti jiraata. Lafti dhiqamuu isaaf tarsiimoon daagaa godhuu mootummaa raga isa tokko.........itti fufa...

Fugug Forum

20/05/2026

Garaad Muhyadin Abdullahi Yoo Arsenal Premier League nyaatte je’e😳 Amma garuu akkam jira dhiiroo? Arsenal 🏆

JIMAA fi   waliif maali? Adem Dhalate akkana ja’a👇 FUGUG Youth Association FYA sabontufib 😎
15/05/2026

JIMAA fi waliif maali? Adem Dhalate akkana ja’a👇 FUGUG Youth Association FYA sabontufib 😎

Barko Media 👇
23/01/2026

Barko Media 👇

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

Address

Fugug
Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fugug Forum posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Fugug Forum:

Shortcuts

Share