Gaaddisa Islaamaa

08/13/2026

Beeysisa Sagantaa Bashannanaa Barattoota Baabu Al-Rayyaan.
Sagantaalee Guutuu Daawwachuuf Karaa You Tube Gaaddisa Islaamaatiin Nu Eegaa. Link ๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/4UxxHnC53KM

TRIP Dubartoota Gaaddisa Islaamaa Barattoota Baabu Rayyaan โ€“ Guyyaa hin dagatamne!Alhamdulillaah,DUBARTOONNI GAADDISA IS...
08/08/2026

TRIP Dubartoota Gaaddisa Islaamaa Barattoota Baabu Rayyaan โ€“

Guyyaa hin dagatamne!

Alhamdulillaah,
DUBARTOONNI GAADDISA ISLAAMAA barattoonni Baabu Rayyaan guyyaa arraa gammachuu, kolfaa, obbolummaa fi yaadannoo bareedaan imala TRIP waliin dabarsaniiru.

Imalli tokko ni xumurama; garuu yaadannoon isaa qalbii keessatti ni hafa.

Muhaadaaraan Guyyaa Arraa Masjiida Qafiiraa Keessatti Gaggeeffamte Bifa Bareedaan Xumuramtee Jirti Alhamdulillah.Hawaasn...
08/06/2026

Muhaadaaraan Guyyaa Arraa Masjiida Qafiiraa Keessatti Gaggeeffamte Bifa Bareedaan Xumuramtee Jirti Alhamdulillah.

Hawaasni Qafiiraa Warri Sagantaa Irratti Argamtanii Qooda Irraa Fudhattan Hedduu Galatoomaa.

Gaaddisa Islaamaa 6/8/2026

ODUU GAMMACHIISAA:Gaaddisni Islaamaa Sagantaalee da'waa garagaraa qopheeysuun beekkama ammaas saganataaa mata dureen isi...
08/04/2026

ODUU GAMMACHIISAA:

Gaaddisni Islaamaa Sagantaalee da'waa garagaraa qopheeysuun beekkama ammaas saganataaa mata dureen isii ๏ดฟููŽุงุณู’ุชูŽู‚ูู…ู’ ูƒูŽู…ูŽุง ุฃูู…ูุฑู’ุชูŽ๏ดพ jattu qabatee dhufaa jira warri magaalaa Nairobi keeysatti arkamtan sagantaa kanarraa akka hin hafne isiniin jenna.
Sagantaa kanarratti gorsi bareedaan sheek Ayyuubiin kan kennamu taha
Kana malees Sagantaaleen hedduutu jira


๐Ÿ“… Guyyaa: Kamisa, 6 August
๐Ÿ“ iddoon: Masjiida Qafiiraa
Yeroon: maghriibaa fi ishaa'ii jidduu

08/01/2026

Kitaaba Seenaa Ergamaa Rabbii Zamana Madiinaa | Sheekh Nasir Adam | Kutaa 2ffaa

Kitaaba Seenaa Ergamaa Rabbii Zamana Madiinaa | Sheekh Nasir Adam | Kutaa 2ffaa Link Armaan Gadiitin Seenaa Daawwadhaa.๐Ÿ‘‡...
08/01/2026

Kitaaba Seenaa Ergamaa Rabbii Zamana Madiinaa | Sheekh Nasir Adam | Kutaa 2ffaa Link Armaan Gadiitin Seenaa Daawwadhaa.๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/4rcnojdt4wk

07/31/2026

Kitaaba Seenaa Ergamaa Rabbii Zamana Madiinaa | Sheekh Nasir Adam | Kutaa 1ffaa

Kitaaba Seenaa Ergamaa Rabbii Zamana Madiinaa | Sheekh Nasir Adam | Kutaa 1ffaa Link Armaan Gadiitin Seenaa Daawwadhaa.๐Ÿ‘‡...
07/31/2026

Kitaaba Seenaa Ergamaa Rabbii Zamana Madiinaa | Sheekh Nasir Adam | Kutaa 1ffaa Link Armaan Gadiitin Seenaa Daawwadhaa.๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/Uc8-qEOcV4Q

07/27/2026

Kutaa irraa dhumaa

Muhaadaraan Dargaggoo Gaaddisa Islaamaa Bifa Bareedaan Gaggeeffamtee Xumuramtee Jirti Alhamdulillah.Hirmaattoonni Sagant...
07/23/2026

Muhaadaraan Dargaggoo Gaaddisa Islaamaa Bifa Bareedaan Gaggeeffamtee Xumuramtee Jirti Alhamdulillah.

Hirmaattoonni Sagantaa Tanaa Hundinuu Galatoomaa.

Address

Calgary, AB
T2E4B2

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaaddisa Islaamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Gaaddisa Islaamaa:

Shortcuts

Share