The Inspired Oromia youth Association-IOYA

The Inspired Oromia youth Association-IOYA Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from The Inspired Oromia youth Association-IOYA, Youth Organization, Oromia, Los Angeles, CA.

Cristiano Ronaldo crying after his penalty miss 😭
07/02/2024

Cristiano Ronaldo crying after his penalty miss 😭

06/29/2024

🎧🎺🎸
Nama dhugaaf jiraatee, dhugaatti amanuuf wareegame,dhugaatti ammoo aduun hin dhiitu, yoo barfates dursee qaqqaba,gaafa tokko haqnikee akka biiftuu bariitti duumessa sobaa saaqee muldhata.
Jecha hacee keessa kan fudhatame
================================
"An uumama kiyyaan waan hin qabneen yoo na jajje natti ho'u; waan hin qabneen yoo na qeeqxe natti qorru, jaarsa jalattan guddadhe"dhugaan galgala galti!

Jecha hacee keessa kan fudhatame

12/20/2023
12/20/2023

Osoo jirruu wal haa faarsinu

weellisaa Tookkoo ol hojjatee Uummata biraan gaye
Akkasumas, barreessaa walaloo fi yeedaleessaa sirboota bara keessa bayan irraa hanga ammaatti hedduu isaanii gatii bilisarraa adda baafamee hin ilaalamneen weellistoota Oromoo hedduuf kan kenne,
Harka irra caalu Ofii mul’achuu caala mul’ata namaatiif kan cinqamu , leenca Aartii Oromoo Guddisuuf Ufii isaatii dhokatee copha aartii sammuu isaa keessaa madduun Gahee Hangana hin jedhamne bahaa ture kan ammas ittuma jiru .... ...

Sirbota inni wolalofi yedaloo barreesse keessaa;
1::Zarihun wodajo
*Marshii Galishi
2::Galana Garomsa2
*1Soda Qawwee
*2Jajabaa
4::IBROO IBSAA
*1Barroo
5::Lensaa Lamesaa
*1Nafikotu
*2Nifalmanaa
*3Lubbuukoo
*4kamisee
6::Shukir jamal
*1Tirri Arsi
7::kumala Adunyaa
*1Tirri Arsi
8::murteessa.fi.Neimaa
*1Tirr
9::Almituu Simee
*1Bareeda oromoo
*2 Bareeda Boranaa
*3irreechaa
*4Araara
*5Nadadarbin
*6Cidhaa
*7mani dhiphisaa
*8 Balee
10::Kadiijaa Hajjii
*1Ee duulli sirbaaf
*2Roobee Bubbise
*3Jimmaa
*4buxula
*5bizzii
11::kadir sa'd shibiree
*1shibiree
*2kutaa kulaa hamaru
*3xiyyaara fudhatee
*4jaalali kiyyaf kee
*5magalee tiyya Buxxuula
*6Jaaladheraatakkati
*7Dugoo :yedaloo
12::Getuu Darajee
*1Bultii
*2Adaa sodoo
*3Anii Simalee
*4Kamisee
13::Amina bashir
*1jimmaa *2oromiyaa Tiyyaa
14::Abaa Gadaa
*1Yeroo gessee
15::Shimalis Nagash
*1Gotakoo
16::Neimaa Abdurahama
*1Yarabbikoo
17::Mimii Qabatoo
*1Onneen koo
18::Burtukan Badhaso
*1Falmaa jiraa
19::Magartuu sirbaa
*1Kamisee
20::Xilahuun sirba

World Youth DayGeverifieerdPilgrimage: The LOC (Local Organizing Committee)walked 84km to Fatima!The LOC volunteers and ...
04/29/2023

World Youth Day
Geverifieerd
Pilgrimage: The LOC (Local Organizing Committee)
walked 84km to Fatima!

The LOC volunteers and families lived an experience of
singing songs 🎤,
silence, prayer 🙏🏻,
and sharing this tradition of 🚶🏻‍♀️ 🚶‍♂️ to the Sanctuary of Our Lady of Fatima.

Fellowship🤗, tiredness🥵, friendship🫂, energy ⚡️, rest 😴,
ups and downs 👆👇 represent a pilgrimage, as well as the road of life itself....

Our Lady always accompanies👩‍👦👩‍👧 us with haste and without delay 🕟, no matter what stage we are at in life.


Eid Mubarak to all those celebrating!  We wish you a peaceful and enjoyable Eid al-Fitr. ☪️
04/24/2023

Eid Mubarak to all those celebrating! We wish you a peaceful and enjoyable Eid al-Fitr. ☪️

🌳🌲When we plant the right trees in the right places, we support a cooler, greener & healthier future.   As populations g...
04/24/2023

🌳🌲When we plant the right trees in the right places, we support a cooler, greener & healthier future.

As populations grow in cities, urban trees provide many environmental & social benefits, including mitigating & increasing .

Address

Oromia
Los Angeles, CA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The Inspired Oromia youth Association-IOYA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share