Oromo First Movement of Colorado

Oromo First Movement of Colorado United community

07/05/2022

Tokkummaa oromoo tiksuuf oromummaa dhugaa qabaachu.

05/30/2022

Siyaasan alatti oromoo taanee wojjiin jiraachuun jireenya hawaasummaati fi kominitii keenya jabeesu irratti shoora guddaa qaba
Akka oromootti yaadun
Akka oromootti gaddaa fi gammachuu wolii qoodachuun
Akka oromootti woldhageeffachuu fi woliif dhimmuun
Akka oromootti gaachana woliif ta’uun
Oromoo fi oromummaa keenya jabeessa malee nu hin xiqqeessu waan ta’eef jabaannee wol-haa jabeesinu.

05/27/2022

Barattoonni baraa kana eebbifamtan hundinuu bagaa gammaddan
Jabaadha barnoonni furmaata waa hundaati.

Address

Colorado Boulevard
Denver, CO
80206

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo First Movement of Colorado posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share