10/23/2021
𝑭𝒖𝒍𝒃𝒂𝒂𝒏𝒂 28/14
𝑩𝒂𝒂𝒍𝒆
𝑴𝒂𝒅𝒅𝒂 𝑾𝒂𝒍𝒂𝒂𝒃𝒖𝒖
𝑮𝒂𝒏𝒅𝒂 𝑮𝒂𝒏𝒏𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆 𝑴𝒂𝒍𝒌𝒂𝒂 𝑪𝒊𝒓𝒂𝒂
«»«»«»«»«»«»«»«»«»«»«»«»«»«»«»«»«»«»
"Deeggarsi Dabtaraa fi Kobbee Barattoota Harka Qalleeyyiif Taasifame"
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
✡️Namni Nama Ta'uuf Nama Gargaaruuf Qofti Gahaa dha.
👉Dhalataa Godina Baalee Aanaa Madda Walaabuu Ganda Gannaalee M/Ciraa iddoo addaa jedhamutti kan dhalate fi yeroo ammaatti biyya kan jiraatu, nama maqaan isaa jedhamu "Nama baratetu biyya ijaara, nama baratetu gaafii mirgaa gaafata" jechuun harka qalleeyyii meeshaalee barnootaa argachuu hin dandeenyeef =100 lakk. 1200, =6 lakk. 300 ta'e, walii gala 54000 ta'u, kophaa isaatti bituun gargaarsa godhanii jiru. Akkasumas bakka bu'anii achitti argamuun deeggarsi kun akka lafa qabatuu fi abbaa ta'anii qisaasama tokko malee akka hojirra oolu taasisan Obbo fi Obbo Abdullaahii galata guddaa qabdu !
👉Dabalataan Obboo kana qofa osoo hin ta'in fuula duraaf deeggarsa akka wabii, Ijaarsa daree barnootaa fi Mana Kitaabaa ni taasisa jechuun hawaasa naannoo sanittis abdii guddaa waan horaniif baay'ee galatoomi ulfaadhu jennaan !
👉Qophicharratti kan argaman I/G/ W/Barnoota A/M/Walaabuu Obboo fi I/G/W/Dargaggoo fi Ispoortii A/M/Walaabuu Obboo ergaa gabaabaa haala qophii barnootaa irratti barattootaaf yaada dabarsanii jiru.
➡️Nama Biyya Ofiitif Yaadu Jechuun Kanuma !
✡️Horii Bulii Badhaadhi Jenna !!!