Xumura Garbummaa

Xumura Garbummaa Garbummaan hin dhaalamu akka qanqeetti nama guba malee.

12/03/2021

Obsineerraa hamma dandeenyuu,kana caalaa obsuun habadan hin taatu .Yaa Oromoo kan Oromummaa keessaniin jirtaan jirtuu? Bakka jirtaan maraattii akkuma duraati ciminaan as geessanitti gara fulduraatti Oromummaa ceesisuuf daqiiqa tokko waan qabnuuf, mana teesse hin du'inii tokkummaa keen ofirraa qoladhu.

08/17/2021

...kan darberraa kan dhufuu,ulfaachuun salphaa mitii....

08/13/2021

Dhugaan abbaa dhugaaf ni deebitii obsaan haa eegnuu.

06/19/2021

What's on your mind?Jaalallikee abidda ta'ee
Guggubee nawaada
Garaakoo isa kaminan rafa
Anoo suman yaadaa
Fuulakoo dura deemta
Halkaniif guyyaa kaatee
Keessakoo jiraatta
Sammuukoof yaadannoo taatee
Bulee ka'ee sinarga
Daawwitii jiruukoo
Si'obsuu hindanda'u
Waanofii tiruukoo
Ati naaf faayaakoo
Urjii calaqqiftuu
Biiftuukoo kennaa rabbii
Fuulleedhaa natti iftu
Yaannikoo sibiraa
Mi'ooftuukoo akka dammaa
Taa'een si'eegaa jiraa
Naaf kottukaa amma!
Najjoo'rraan qaari'ii
Gimbiin qaxxaamurii
Gubaa jaalalakoo
Kottuutii naaf furi
Qe'ee Diggaa Saaqoo
Jorgoo keessan darbi
Amman Gidaamiin jiraa
Maaloomee na'argi
Dhibeekoof daawwaan si'i
Qorichi jaalalaa
Anjooraankee sineega
Naaf kottukaa halaalaa
Michuukoo tokkittiikoo
Yashee fuulli ifaa
Gubaakoo qabbaneessi
Situ anaaf sifaa!!

06/06/2021
06/06/2021

Dur jedhanii dhugaan utuu kophee hin kawatiin sobni addunyaa waliin gessee deebitii jedhu;Yeroo amma immoo dhugaan ijjibaata falmataa waan jiruuf jajabadhaa wal jajabeessaa......

Address

Oro Valley, AZ
1002

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Xumura Garbummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Xumura Garbummaa:

Share