Mana Qopheessaa Bulchiinsaa Magaalaa Dadar

Mana Qopheessaa Bulchiinsaa Magaalaa Dadar Tajaajilaa Mana Qopheessaa

Oromia!!!!!!
08/23/2024

Oromia!!!!!!

Guyyaa har’aa Hagayya 11/2016 Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti Haaldureen Jalqabbii Hojii Kaadaastaraa Gamaaggamame.Hagayya...
08/17/2024

Guyyaa har’aa Hagayya 11/2016 Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti Haaldureen Jalqabbii Hojii Kaadaastaraa Gamaaggamame.

Hagayya 11, 2016 [WDKMBMD]
Guyyaa har’aa Bulchinsa Magaalaa Dadaritti Haala Haaldureen Jalqabbii Hojii Kaadaastaraa irra jiruu fi Qophaa'ummaan akka Magaalaatti jiru Maal akka fakkaatu ilaaluuf Gara Magaalaa Keenyaa kan dhufan Biiroo Lafa Oromiyaatti Daayrektara Daayrektoreetii Mirkaneessa Qabiyyee Obbo Addunyaa Irranaa, Biiroo Lafa Oromiyaatti Daayrektara Daayirektoreetii Galmeessa Qabiyyee Obbo Nugusee Baqqalaa fi Waajjira Lafaa Godina Harargee Bahaa irraa Obbo Asmaraan Bakka Kantiibaan Magaalaa Dadar Obbo Maammoo Soorii argamanitti haalduricha Gamaaggamanii jiru.
Kanaaniis Qophaa'ummaa fi Gahumsa jiru dinqisiifachuun Hojii kaadaastaraa magaalaa dadaritti jalqabuuf Kan dandeessisu haaldureen gahaan jiraachuu insanii jiru.
Baga Gammanne!!

Urjiiwaan Bulchoota Araddaa keenya, isiniin mala!
07/23/2024

Urjiiwaan Bulchoota Araddaa keenya, isiniin mala!

Hujiin kenna  Tajaajilaa Lammummaa Madaala namummaati !! Adooleessa 16/2016      WDKMBMD Godina Harargee Bahaa Bulchiins...
07/23/2024

Hujiin kenna Tajaajilaa Lammummaa Madaala namummaati !!
Adooleessa 16/2016
WDKMBMD
Godina Harargee Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti gabaasni Raawwii hojii kenna tajaajilaa Lammummaa Bara 2016 It/Gaaf/Waajjira Maallaqaa Bul /Mag /Dadar Obbo Abaadir Hassaniin Bakka itti A/Kantiibaa bulchiinsa Magaalaa Dadar Obbo Maadii Aliyyii fi itti Gaafatamaan Siyaasa Paartii Badhaadhinaa Obbo Sufiyaan Yuuyyaa jiranitti Karoorri Hujii KTL Bara 2017 Erga Dhihaatee Booda Beekkamtiin Qaama Hawaasaa gara garaatiif kennamee jira.

Eebba piroojektii Bulchinsa Magaalaa Dadar!===////////≈==/////==============Bu'uraaleen misoomaa Bara 2016 keessa bajata...
07/17/2024

Eebba piroojektii Bulchinsa Magaalaa Dadar!
===////////≈==/////==============
Bu'uraaleen misoomaa Bara 2016 keessa bajata Qarshii Mil.32 Oliin hojjatame Bakka Bulchaan Bulchinsa Goodina H/Bahaa Kab.Aadde Miskii Mohaammadi fi Jiilli isaanii argamanitti eebbifamanii jiru.

Bulchinsa Magaalaa Dadaritti piroojektootni bara bajataa 2016 keessa Qarshii Mil. 32 oliin hojjataman guyyaa boruu ni ee...
07/16/2024

Bulchinsa Magaalaa Dadaritti piroojektootni bara bajataa 2016 keessa Qarshii Mil. 32 oliin hojjataman guyyaa boruu ni eebbifamu.

Address

Newyork
New York, NY

Opening Hours

Monday 8:30am - 5:30pm
Tuesday 8:30am - 5:30pm
Wednesday 8:30am - 5:30pm
Thursday 8:30am - 5:30pm
Friday 8:30am - 5:30pm

Telephone

+251910197061

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Qopheessaa Bulchiinsaa Magaalaa Dadar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share