12/19/2025
Torban tokko keessatti, buufata fayyaa afurii fi hospitaala waliigalaa tokko konteenara meeshaalee fayyaa ta’e argatan — kunis seenaa hawaasa keenya biyya alaatti jiraatu keessatti kan duraan hin ta’inidha.
Galata koo dhugaa fi kabajaadhaan Yadeta Juneydi Bekri (BRIGHTON TRADING), Hundee Development International, akkasumas hawaasa biyya alaatti jiraatu Midhagaa Tolaa fi naannawa ishee hundaaf dhiyeessa.
Lammiif Relief & Development Organization
Project C.U.R.E.
Haramaya University
Islamic Relief Canada
The one and only Dr Nuredin Sule