Horn Africa

Horn Africa Dhugaa qabna Horn Africa

03/25/2022
01/14/2022
01/09/2022

Yes

01/02/2022
Waa'ee Oromiyaa waa xiqqoo ..      Kutaa 1ffaa     👉 Maqaan Oromiyaa duri "Ormania" ture (Kan Moggaase   Lammii Biyya Ja...
01/01/2022

Waa'ee Oromiyaa waa xiqqoo ..

Kutaa 1ffaa

👉 Maqaan Oromiyaa duri "Ormania" ture (Kan Moggaase Lammii Biyya Jarmanii J.Luwis Kraf)

👉 Bali'inni Lafaa Oromiyaa Iskuweer Kiloo meetra 600,000 olii dha.

👉 Biyyaa bal'oo Awurooppaa kan jedhamtu Faransaayii bal'inaan Oromiyaa gadii dha.

👉 Biyyoonni akkaa Kuubaa , Bulgaariyaa , Xaaliyaanii fi Ingilizii utuu walitti dabalamani iyyuu bal'inaan haga Oromiyaa hin gahan

👉 Biyyoota Afrikaa 54 keessa Bal'inaan kan Oromiyaa caalu Biyyoota 17 qofa.

❤️💚❤️
𝔦𝔱𝔱𝔦𝔦 𝔣𝔲𝔣𝔞𝔞.....

Breaking!Waraanni Eritrea 🇪🇷 Ethiopia keessatti lola kaabaa irratti hirmaachaa jiru guyyaa keessa Injifannoo arganne jac...
01/01/2022

Breaking!

Waraanni Eritrea 🇪🇷 Ethiopia keessatti lola kaabaa irratti hirmaachaa jiru guyyaa keessa Injifannoo arganne jachuun caffaraa ture. Galgala kana waraana Tigraay rukutameera jadha odeessi amma dhufe!

Baddaa Jaarsoo Yaa laga gibee wal .......maaltu nu dhibe 🙂

Address

Key Largo, FL

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Horn Africa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share