Aanaa Dadar Development Association-ADDA

Aanaa Dadar Development Association-ADDA We support community needs, strengthen connections, and work together for progress!

Aanaa Dadar Development Association (ADDA) is a community-led organization committed to empowering our people through unity, self-help, and collective development.

Hubachiisa/Yaadachiisa: Obbolummaa Diin  Affeeraa Sagantaa Eida Afoshaa Aanaa Dadar guyyaa may 27,2027 akka namuu nurraa...
05/23/2026

Hubachiisa/Yaadachiisa:
Obbolummaa Diin Affeeraa Sagantaa Eida Afoshaa Aanaa Dadar guyyaa may 27,2027 akka namuu nurraa hin hafne waamicha isiniif goona.

05/17/2026

Yaadachiisa:

Jiraattonni magaalaa Lakkuu Minnesota, USA keessa jiraattan, keessattuu dhalattootni aanaa Dadar taatan akkasumas namoonni biroos hundi, guyyaa ayyaanaa kabajamaa Eid Al-Adhaa nu waliin kabajuuf kabajaan affeeramtaniittu.

πŸ“… Guyyaa: 27/5/2026
πŸ“ Iddoo: Landmark Boulevard Hoffmann Pavilion, 4610 Victoria St N, Shoreview

Maaloo maatii fi ijoollee keessan waliin dhuftanii:

* wal arguuf
* waliin gammaduuf
* waliin nyaachuuf
* hariiroo keenya cimsuuf

Hinhafinaa: fira, daa'imman , maati fi waatii kessaan fidaa koottaa

Baga gammaddan. Eid Mubarak πŸŒ™

BeeksisaHundi ilmaan ganddaa Aanaa Dadar kan magaalaa Minneapolis fi naannoo isaa jiraattan, guyyaa Eid Al-Adhaa (Arafa)...
05/02/2026

Beeksisa

Hundi ilmaan ganddaa Aanaa Dadar kan magaalaa Minneapolis fi naannoo isaa jiraattan, guyyaa Eid Al-Adhaa (Arafa) gaafa May 27, 2026, iddoo kana irratti walitti dhufuun ayyaana keenya gammachuun akka waliin kabajnu kabajaan isin affeerra.

Guyyaa kana:

* Wal argina
* Waliin haasawna
* Waliin nyaanna
* Waliin bashannanna
* Biyya keenya yaadanna

Isinii fi maatiin keessan hirmaachuun gammachuu keenya ni dabala.

Ulfinni fi jaalalli isin haa ta’u!

Address

6875 Highway 65 NE
Fridley, MN
55430

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aanaa Dadar Development Association-ADDA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share