Finfinne News Network

Finfinne News Network Finfinne News Network (FNN) is an umbrella public charity non-profit Oromo media organization that aims to be a voice for the Oromo people. Tokkummaan Humna!

The aim of Finfinne News Network is to provide satellite services to Oromo Media that promote self-determination. The media included in Finfinne News Network are:

1. Arraata Biyyoolessaa Oromiyaa (ABO)
2. Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQBO)
3. Oromia International Media (OIM)
4. Sagalee Walabumma Oromiyaa (SWO)
5. Kayyo Multimedia Service (KMS)
6. Walabumma News Network (WNN)
7. Gumi Boko M

edia (GBM)
8. Birmaduu Media (BM)
9. Seife Nebalbal Radio (SNR)
10. Sagalee Bilisummaa Oromo (SBO)
11. Midiyaa Dhaddacha Oromoo (MDO)
12. Urjii Broadcasting Center (UBC)
13. Oromia Today (OT)

Media is the 5th branch of government and is a powerful resource of a nation. We need to support our media and be the voice for our people. We have to be able to tell our story and promote our political cause. We promote self-determination, self-governance, Oromia nation building, and the rights of the Oromo people. Please support your media by donating to Finfinne News Network. Finfinne News Network n Oromoo sagalee dhowwatamee fi ukkaamfameef sagalee ta'uuf ijaarame. Sabaa-himaaleen olitti caqafaman walitti dhufuun Finfinne News Network ijaarrachuun satelayitii kireeffachuun akka sagantaan dabarsinu biyya Oromiyaa gahu gochuu barbanna. Kanaaf sabaa-himaa keessan gargaaraati qabsoo Oromoof sagalee tahaa. Finfinne News Network (FNN)
Midiyaa Haqaa. Sagalee Keessan.

Hordoftootni FNN warri hojii keenya jajjabeessuu dandeessan karaa asiin nu gargaaraa:https://fnnmedia.org/donate/Ykn: Sa...
03/17/2026

Hordoftootni FNN warri hojii keenya jajjabeessuu dandeessan karaa asiin nu gargaaraa:
https://fnnmedia.org/donate/
Ykn: Saddeti shan sagal - jaha tokko lama - torba duwwaa jahatami afur iin kara Zelle ykn CadhApp nuuf gumaachaa.
Gargaarsa keessaniin hojjettoota keenya jajjabeessina.
Oromoof sagalee haa taanu!

Your donation makes the media function and lets the day-to-day story of our people heard. Thank you for being part of the solution!

10/05/2025

Irreecha 2025 Seattle

02/23/2025

ABO fi KFOn Gurraandhala 19 haga Gurraandhala 22 2025 itti Hoteela Ililii Finfinnee jirutti kora godhachuun ibsa baasanii xumuran. Ibsa isaanii kana keessatti hirmaattoti imaanaa Mootummaa Cehumsaa Waloo Oromiyaa akka ijaaran kennatan jedha ibsi kun. Ibsa kanarratti Waranaana Bilisummaa Oromoo (WBO)...

Obbo Bulchaa Dammaqsaa qabsoo Oromoo keessatti nama gahee guddaa qabuu dha. Yeroo hamtuu keessatti dhaaba WAFIDO ijaaruu...
01/06/2025

Obbo Bulchaa Dammaqsaa qabsoo Oromoo keessatti nama gahee guddaa qabuu dha. Yeroo hamtuu keessatti dhaaba WAFIDO ijaaruun waajira Finfinnee meessatti banatee Oromoof falmaa ture.
Obbo Bulchaan sooressa Oromootis. Awash Bank keessatti share irraa guddaa kan qabu Obbo Bulchaa dha. Obbo Bulchaan boqotanii jiru.

11/29/2024

Dhaloonni isaa Darraa ta'ee Goojjamee dha.Yeroo OPDO' n galu oppireetara raadiyoo ta'ee Abbaa Duulaa jalatti hojjechaa ture. Yeroo caasaan paartii OPDO fi mootummaa adda bahu oppireetarii raadiyoo OPDO ta'ee ramadame. Yeroo sana Oromiffa dubbisuu fi barreessuu hin beeku ture. Kana booda raadio oppir...

11/22/2024

Finfinne, Oromia, Ethiopia – The Amhara Fano, an armed group originating from the Amhara region, has emerged as one of the most dangerous terrorist organizations in the world, comparable to Al Qaeda, ISIS, and Al Shabaab. Initially praised by the Ethiopian Prime Minister for their role against the...

11/13/2024

FNN – In a historic move, the U.S. House of Representatives held a public hearing today to discuss Unidentified Anomalous Phenomena (UAPs), commonly known as UFOs. The session, titled "Unidentified Anomalous Phenomena: Exposing the Truth," was spearheaded by the House Committee on Oversight and Ac...

11/06/2024

Duula na filadhaa Prezidaantii Ameerikaa

Prezidaantiin Ameerikaa duraanii Doonaaldi J. Tiraampi sagaleen lakkaa'amee utuu hin xumuramin filattoota 270 kan isa barbaachisuu ol argachuun Prezidaantii Ameerikaa 47ffaa ta'ee filameera. Prezidaantiichi isteetota paartii kamiifuu amanamoo hin taane (swing states) jedhaman hunda moo"achuun saa hin oolu jedhamaa jira. Ameerikaatti isteetotni akka Karolaynaa Kaabaa, Joorjiyaa, Winkonsin, Mishigan, Pensilveniyaa, fi Arizonaan paartiilee Ameerikaa gurguddoo lamaaniif amanamoo miti jedhamu. Wixinee kaadhimamtootaa fi faara kaadhimamtootaa ilaaluun filannoon isaanii ni jijjirama.

Filannoo miilanaan Prezidaanti Tiraampi hundayyuu injifachuu dandaheera. Kongiresii Ameerikaa itti Seneetii fi Mana Maree Bakka Bu'ootaas Paartiin Rippaabilikaanii injifachuu akka hin oolletu himama.

Prezidaantii haaraan Amajjii 20 ti aangoo fudhata. Gaafa aangoo fudhatu kaabinoota haaraa isa gorsanii fi itti gaafatama garaagaraa qabaatan ni labsa. Winxinee hojiirran oolcha jedhee waadaa gale keessaas tokko lama jedhee hojiirra oolchuu jalqaba.

Amma Prezidaantiin aangoorra jiru Prezidaanti Joe Biden jedhama. Inni umuriin waan deemeef Paartiin isaa akka duula na filadhaa keessaa of baasu taasise. Paartii Dimookraasii bakka bu'uun kan dorgomte Ittaantuu Prezidaantii Ameerikaa yeroo ammaa aadde Kamaalaa Haaris jedhamti. Aadde Kaamaalaan namoota bebbeekamoo hedduu irraa deggersa cimaa argatte. Haa tahu malee deggersi ishee magaalota gurguddaa irratti murtaaha. Sagalee 538 keessaa 224 argachuun Prezidaanti Tiraampiin utuu hin injifatin hafteetti.

Gara imaammataan Tiraampi Ameerikaa irratti xiyyeefata. Dinagdee biyyattii fooyyessuu fi godaantota seeraan ala biyya seenan biyyasaaniitti deebisuu kan jedhan imaammata isaa keessaa warra ijoo dha. Immaammati mootummaan Tiraampi Afirikaa irratti qabu ammaaf hin beekamu garuu mootummaalee abbaa irreef obsa waan qabu miti.

Filannoo Ameerikaa ilaalchisuun maaltu isinitti dhagahama?

11/06/2024

Filannoo Ameerilaa

Ameerikaatti Rippaabilikaanii bakka buhuun kan dorgome Prezidaantiin duraanii Ameerikaa Obbo Donaldi Traampi morkkattuu isaa Ittaantuu Prezidaantii Ammaa fi dorgomtuu Paartii Dimookraasii dursaa jiraachuun beekame. Traampi filatoota 270 isa barbaachisu keessaa 266 argatee jira. Aadde Haaris haga sa'a kanaatti 194 argattee jirti. Sagaleen isteetota akka Pensileveniyaa faa filannoo kana ni murteessa jedhamee tilmaamama.
Sagaleen lakkaa'amee ni hin raawwanne.
Haa ta'u malee boru raawwachuu mala jedhamee eegama.

FNN

10/23/2024

The 2024 BRICS Summit in Kazan, Russia, has drawn global attention for expanding its membership to include new nations, sparking debates on the merits of these inclusions. Among the newest members—Ethiopia, Iran, Egypt, and the UAE—Ethiopia’s membership has been particularly contentious. Given...

Address

1317 47th Avenue E
Fife, WA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Finfinne News Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Finfinne News Network:

Share