Directions Contact the organization

Oromia there is nothing that can be said about
failing the world

Amma Garaagarummaan ጀwaar fi mangiftii amma biyya bulchaa  jiru akka Uraa lilmoo waan dhiphachaa dhufte fakkaatti 😊Inter...
10/10/2026

Amma Garaagarummaan ጀwaar fi mangiftii amma biyya bulchaa jiru akka Uraa lilmoo waan dhiphachaa dhufte fakkaatti 😊

Interview isaa guyyaa har’aa irratti jawaar akkas jechuun qabxiiwaan ijoo kaasee dubbate. "Dhimma siyaasaa keessoo keenyaa irratti Dr Abiy Ahmed Ali waliin wal-dhibdee siyaasaa qabaachaa turre. Wal dhiibdee siyaasaa barbaade yoo qabaannes dhimma birmadummaa biyyaa irratti Ethiopian biyya kooti "Abiy Mootummaa kooti, isa cinaa dhaabbadheen biyya koo saamtotaa fi baandota irraa nan ittisa" Yoo biyyi jiraatte siyaasni jiraata jechuun dubbate!

“Ameerikaafi dhaabbileen idil-addunyaa Eertiriyaafi Sudaan daangaa Itoophiyaa humnaan cabsanii akka hin seenneefi Itoophiyaanis daangaa isaanii humnaan cabsitee akka hin seenne dhiibbaa gochaa turan. Isaayyaas Afawarqii akeekkachiisa kana dhaga'uu didee daangaa Itoophiyaa cabsee seene. Tarkaanfiin kun Isaayyaas irratti dhiibbaa dippiloomaasii guddaa uume. Mootummaa Itoophiyaaf immoo bu'aa dippiloomaasii guddaa argamsiise.”

" Abiy gaafa jalqaba gara aangootti dhufuu malee takkaa akka yeroo ammaa kanatti deeggarsa argatee hin beeku, amma akka addunyaatti deeggarsa argataa jira.

Akkasuma humni raayyaa ittisaa lafoo akkaan an yaada ture caalaa jajjaboodha. Humni kun qophii guddaa fi onnee guutuun sochii taasisaa jiru. Humni qilleensaa immoo kana caalaa jajjaboodha" jechuun Rayyaa Ittisaa Biyyaa faarsee jira.

"Siyaasaa kamiyyuu kan dursu birmadummaa biyyaati🫡

Warri dirree qabsoottiDhiigaan katabdan maqaaWarri Oromoof of laattanWareegamtoonni haqaaXiiqiifi kutannoo dhugaanDiina ...
11/24/2025

Warri dirree qabsootti
Dhiigaan katabdan maqaa
Warri Oromoof of laattan
Wareegamtoonni haqaa
Xiiqiifi kutannoo dhugaan
Diina kokkee qabdanii
Qolee keenya ol qabuuf
Warri qolee cabdani....

Galatoomaa!Warri dirree qabsootti
Dhiigaan katabdan maqaa
Warri Oromoof of laattan
Wareegamtoonni haqaa
Xiiqiifi kutannoo dhugaan
Diina kokkee qabdanii
Qolee keenya ol qabuuf
Warri qolee cabdani....

Galatoomaa!

Address

American University Park, DC

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Oromia:

Shortcuts

Share