Siko Mando Community

Directions Contact the organization

Siko Mando Community Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Siko Mando Community, Nonprofit Organization, Nairobi.

Bulchaan Godina Boorana Bahaa Abdurazaaq Huseen Jibrii Elemaa Gosaan Oromoodha , Oromoo keessa Arsiidha ,Arsii Keessa  R...
23/12/2025

Bulchaan Godina Boorana Bahaa Abdurazaaq Huseen Jibrii Elemaa Gosaan Oromoodha , Oromoo keessa Arsiidha ,Arsii Keessa Raayituudha,
Raayitu keessayyuu Dalleedha.

Sanyii Waaqoo Guutuuti, Abbaan isaatu Waaqoo guutuu waliin Gabrummaa hiddaan buqqisuuf , Daangaa Oromoo kabachiisuuf warra duula tureedha.kanumaafu finna Arsii Keessa dhalate finxaaleyyiin Boorana Oromummaa irraa mulqite Soomalee godhuu hin dandeettu , dhugummaa dubbii kanaatiif ammoo abbaa feetan irraa qulqulleffachuu ni dandeettu.

Dhiira akkanaa tana jaleef jaldhaabi dharraa aangootiif jechaa maqaa gosa Boorana dhayattee Oromummaa nama kana mulquun Soomalee godhuu hin dandeettu , kana namuu beekuu qaba.

Booranni hangafa Oromooti nuti Boorana hin jibbinu Fiinxaleyyii maqaa booranaatiin jibba gosaa labsitu kana ammoo ni balaaleffanna.

Wanni daangaan Wal qabatu daangaan kan Boorana qofaa miti kan oromoo maraati oromoon Kaaba jiru, kibba jiru, bahaaf dhiha jiru Daangaa Ofii jabeesse tikfachuu qaba sun hagasuma.

Waan Bulchaan Godina Boorana Bahaa Obboo Abdurazaaq Huseen Arsii ta'ee fi dharraa Aangoo waan qabaniif malee Dhimma biroo tokkolle of keessa hin qabu. kana nami kamuu beekuu qaba.

Nutii dhugaa hin dhoksinuu dhara hin dubbanu.kun yoomillee dhaadannoo keenna.dhugaa qabna rabbilleen nu waliin Jira💪

22/10/2025

Koomii Ummaatta fi Rakkoo Hawasumaatti itti Fufaa
Godinaa Booranaa Baha B/M/Nageellee Boranatii Ruqichaa Bururii Gandoota Heeduu Tajajilaa Keenaa jiruu Amaa Sababa Robaa Cimaatiif Badaa jiruu Hawasanii Naannawa sanii Koomii dhihefataan akka Furmatii Hatatama keenamuf Gafachaa Waan jiraanif Qamnii dhimichii Ilaallaatu itti dhiheenyaan akka Furmataa itti Keenuu.

Riiqichaa ykn Dildilaa Ganda Bururii fi Malkaa Odaa Giidutii Argaamuu Tajajilaa Gandoota Bayee Keenaa jiruu Qamnii dhimi...
22/10/2025

Riiqichaa ykn Dildilaa Ganda Bururii fi Malkaa Odaa Giidutii Argaamuu Tajajilaa Gandoota Bayee Keenaa jiruu Qamnii dhimichii Ilaallaatuf Furmataa Barbadaa

22/10/2025

Koomii Ummaatta fi Rakkoo Hawasumaatti Godinaa Booranaa Baha B/M/Nageellee Boranatii Ruqichaa Bururii Gandoota Heeduu Tajajilaa Keenaa jiruu Amaa Sababa Robaa Cimaatiif Badaa jiruu Hawasanii Naannawa sanii Koomii dhihefataan akka Furmatii Hatatama keenamuf Gafachaa Waan jiraanif Qamnii dhimichii Ilaallaatu itti dhiheenyaan akka Furmataa itti Keenuu.

Address

Nairobi
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Siko Mando Community posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Siko Mando Community:

Shortcuts

Share