Ijoollee Baalee

Ijoollee Baalee Ijoollee Baalee

27/07/2026

Bale Mountains National Park is a destination where every journey reveals a new wonder.

One Park. Many Worlds. ๐ŸŒ๐Ÿ”๏ธFrom misty peaks and endless moorlands to ancient forests and remarkable wildlife, Bale Mounta...
26/07/2026

One Park. Many Worlds. ๐ŸŒ๐Ÿ”๏ธ

From misty peaks and endless moorlands to ancient forests and remarkable wildlife, Bale Mountains National Park is a destination where every journey reveals a new wonder.

Discover nature at its finest and create memories that last a lifetime.

Wishing you a beautiful, peaceful, and adventure-filled weekend! ๐ŸŒฟโ˜€๏ธโœจ

Hasan Huseen(Ash*ttiin) kilabii kubbaa Miilaa Walaaytaa Dichaaf Mallatteesse.Magaalaa Roobeetti kan dhalatee guddate Tap...
25/07/2026

Hasan Huseen(Ash*ttiin) kilabii kubbaa Miilaa Walaaytaa Dichaaf Mallatteesse.

Magaalaa Roobeetti kan dhalatee guddate Taphataan sarara fuulduraa piriimar liigii Itoophiyaa Hasan Huseen (Ash*ttii) kubbaa Miilaa iddoo dhaloota isaa Baalee Roobee keessatti jalqabe.

kilabii kubbaa Miilaa Magaalaa Roobee, kilaba kubbaa Miilaa Buna Itoophiyaa,Nageellee Arsii, Bulee horaa, fi kilaba Benchi Maji Buna jedhamaniif kan taphate yammuu tahu; waggoota lamaan darban immoo piriimar liigii Itoophiyaa keessa kan taphatu kilaba kubbaa Miilaa Itiyoo Elektirikii waliin dabarsee jira.

Guyyaa har'aa immoo Kilaba kubbaa Miilaa Walaaytaa Dichaaf Mallatteessee jira.

Taphataan Dargaggeessi Sarara fuulduraa Hasan Huseen yeroo gaarii kilaba kubbaa Miilaa Itiyoo eletriik wajjiin waggoota lamaan darbaniif kan dabarse yammuu tahu kilaba kubbaa Miilaa Walaaytaa Dichaa waliinis yeroo garii akka dabarsu carraa gaarii hawwinaaf.

Milkaa'inni yeroo tokkotti hin dhufu. Cimina, obsa, hojii cimaa fi of irratti amantii qabaachuu gaafata. Dargaggeessi gama kubbaa Miilaan milkaa'e kun;hojii isaa guyyaa guyyaadhaan cimee hojjechuun galma isaa gahee jira.

Har'a inni of qofaaf osoo hin taane, dargaggoota hedduuf fakkeenya gaarii ta'ee jira.

Dargaggoonni duubaan jiranis Fakkeenya gaarii kana irraa barachuun abdii kutannaa malee kayyoo qabatan hundaa milkeeffachuu akka danda'an dhaamsa keenya.

20/07/2026

๐™ƒ๐™ค๐™ง๐™จ๐™š๐™—๐™–๐™˜๐™  ๐™๐™ง๐™š๐™ ๐™ ๐™ž๐™ฃ๐™œ ๐™ž๐™ฃ ๐˜ฝ๐™–๐™ก๐™š ๐™ˆ๐™ค๐™ช๐™ฃ๐™ฉ๐™–๐™ž๐™ฃ๐™จ ๐™‰๐™–๐™ฉ๐™ž๐™ค๐™ฃ๐™–๐™ก ๐™‹๐™–๐™ง๐™ 

Experience the breathtaking beauty of Bale Mountains National Park from the saddle. Ride through pristine alpine meadows, ancient forests, and spectacular landscapes where every trail leads to a new adventure.

Nature, freedom, and unforgettable memoriesโ€”all in one incredible journey.

๐Ÿ“ธ : Akash Travel

Waldaan Sofumar Community of Minnesota deeggarsa Meeshaalee yaala fayyaa qarshii miiliyeena 200 olitti tilmaamamu Hospit...
19/07/2026

Waldaan Sofumar Community of Minnesota deeggarsa Meeshaalee yaala fayyaa qarshii miiliyeena 200 olitti tilmaamamu Hospitaala Waliigala Baalee Roobee fi Buufata Fayyaa Aanaa Agaarfaatiif gumaache

Deeggarsi kun dhaabbata gargaarsa biyya Ameerikaa Pirojektii "C.U.R.Eโ€ jedhamurraa kan argame yoo ta'u; meeshaalee yaala fayyaa kana Ameerikaarraa geejjibsiisuun hanga biyya keenya gahutti ispoonsara fe'umsaa guutuu kan ta'e waldaa 'Sofumar Community of Minnesota ' jedhamu akka ta'e ibsameera.

Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Roobee Obbo Jamaal Abbaagaroo deeggarsa taasifame galateeffatanii, dhalattoonni naannoo Baalee akkanatti qindaa'anii hawaasa isaanii deeggaruu dinqifatnii jiru. Deeggarsi kunis cimee itti fufuu qabaa jedhan.

Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Godina Baalee Obbo Birhaanuu Arfaasee gama isaaniitiin yeroo biyyi jijjiirama keessa jirtu kanatti qaamoleen adda addaa biyya keessaa fi biyya alaa gama fayyaatiin hawaasa deeggaru galateeffatanii jiru.

Meeshaaleen Yaala fayyaa kun konteeyinara lama yoo ta'u; Doolaara Ameerikaa Miiliyeena tokkoo ($ 1,000,000) olitti akka tilmaamamus ibsameera.

Waldaan 'Sofumar Community of Minnesota jedhamu kunis meeshaalee yaala fayyaa kana geejjibsiisee asiin gahuuf baasii doolaara Ameerikaa kuma shantamaa ($ 50,000) olitti tilmaamamu bahii gochuusaa bakka bu'aan waldaa kanaa Obbo Tamaam Ahmad himaniiru.

Yunivarsiitiin Madda Walaabuu Meeshaalee yaala fayyaa deeggarsaan biyya alaarraa argame kanarratti bakka bu'ummaa fudhachuun gara biyyaatti galchaa kan ture yoo ta'u; deeggarsa marsaa duraa dhufe hospitaala Referala Goobbaatiif deeggarsa marsaa ammaa kana dhufe immoo hospitaala Waliigala Baalee Roobee fi Buufata Fayyaa Aanaa Agaarfaa bira akka gahu taasiseera.

Jiraattonni Magaalaa Roobee fi Aanaa Agaarfaas meeshaalee yaala fayyaa kana argachuu isaanitti gammachuu qaban ibsaniiru

Kominikeeshinii Magaalaa Roobeetiin

13/07/2026

Bale Mountains National Park, Ethiopiaโ€™s breathtaking natural paradise. ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

09/07/2026

๐‘ฉ๐’‚๐’๐’† ๐‘ฎ๐’๐’ƒ๐’‚๐Ÿ”๏ธ

08/07/2026
07/07/2026

Bale Mountains National Park is truly Heaven on Earth and a destination everyone should visit at least once. ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ’š

๐ŸŽถ ๐‘ช๐‘ถ๐‘ด๐‘ฐ๐‘ต๐‘ฎ ๐‘บ๐‘ถ๐‘ถ๐‘ต โ€“ โ€œ๐‘ป๐‘ฐ๐‘ฒ๐‘บ๐‘ฌ๐‘ฌโ€ by Shukri Jamal  ๐ŸŽถThe wait is almost over!Shukri Jamalโ€™s brand-new music video, โ€œTiksee,โ€ will ...
06/07/2026

๐ŸŽถ ๐‘ช๐‘ถ๐‘ด๐‘ฐ๐‘ต๐‘ฎ ๐‘บ๐‘ถ๐‘ถ๐‘ต โ€“ โ€œ๐‘ป๐‘ฐ๐‘ฒ๐‘บ๐‘ฌ๐‘ฌโ€ by Shukri Jamal ๐ŸŽถ

The wait is almost over!

Shukri Jamalโ€™s brand-new music video, โ€œTiksee,โ€ will be released in just a few days on the Shukri Jamal Official YouTube Channel.

Get ready for another beautiful masterpiece filled with captivating melodies, meaningful lyrics, and stunning visuals.

๐Ÿ‘‰๐Ÿ”” ๐Ÿ”” ๐‘บ๐’–๐’ƒ๐’”๐’„๐’“๐’Š๐’ƒ๐’† ๐’๐’๐’˜ ๐’‚๐’๐’… ๐’ƒ๐’† ๐’‚๐’Ž๐’๐’๐’ˆ ๐’•๐’‰๐’† ๐’‡๐’Š๐’“๐’”๐’• ๐’•๐’ ๐’˜๐’‚๐’•๐’„๐’‰ the official premiere: https://youtube.com/?si=_hrFxxZ5iInyYzRh

Donโ€™t miss itโ€”โ€œTikseeโ€ is coming soon! ๐ŸŽคโœจ

Address

London

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ijoollee Baalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share