Qaburaas and his peers international welfare association

Appeler Itinéraire Site Web Contacter l’organisation

Qaburaas and his peers  international welfare association Wal gargaaruu aadaa haagodhannu

Barsiisaa  Abduuba Boorana irraa gummachakeef guddoo galatoomi bakka hir’ate Waaqni haaguutu🫶🥰🙏🙏🙏🙏🙏
21/02/2026

Barsiisaa Abduuba Boorana irraa gummachakeef guddoo galatoomi bakka hir’ate Waaqni haaguutu🫶🥰🙏🙏🙏🙏🙏

12/02/2026

Save your generations from fek documents 🙏🙏🙏
Eeruu BIIROO BARNOOTAA OROMIYAA fi akkasumas waajjira barnoota goodinaa fi aanaa cufaaf barsiisosoti hedduun ragaa sobaa hojjechiifachuun ofiiyyuu utuu Barumsa Hin qabaatiin fedhii dhuunfaaf akkasumas ergama dhaloota doomsuu fudhatanii bobbabba’an hedduun hojiirra akka jiran bira geenyeerra keessattuu barnoota goodina Booranaa BIIROO BARNOOTA OROMIYAA:Biiroo Barnoota Oromiyaa BBO qorannoo gandaa Hanga naaannootti expertoota ykn ogeeyyii barnootaa bobbaasuun ragaa barsiisota hundaa qorachuun warra ragaa sobaan dhaloota jaamsaa jiru seeratti dhiheessuun akka dhaloota baraartan ergaa kiyya galatoomaa🙏🙏🙏Saar AbduubaAyub Sufian AwolKedir MertuMulugeta LemessaJaafar UsmanDirijit Debisa DebelaJJ Dida JiloAbba Goressa Liban GodanaAbdiisaa Baqqalaa AbeebeeAbba Ebba warri qacarrii kana keessaa utuu beektaniis ta’e dogogora an harka qabdan walitti deebina💪💪💪💪Qaburaas 👑👑👑👑👑

12/02/2026

“Hanga Namaa Hin Geessuu ykn Keessa Namaa Hin beektuu Cabsa Namaa Hin Teessu” makkaaksa Oromooti!!! Qaburaas 🤪🤪😂💪💪💪💪

10/02/2026
Bar tokko ni maraate naan jette warri baaltii baaltu Warra amantiin hossee ofii qulquullaa’uuf yakka Qaburaasiin lallabe...
10/02/2026

Bar tokko ni maraate naan jette warri baaltii baaltu
Warra amantiin hossee ofii qulquullaa’uuf yakka Qaburaasiin lallabee odeesse munaaga munaage munaage xebena xebene oduu fafandise🤪🤪🤪🥱
Akka waan keessakoo dubbisuu keessakoo hubatuu@ dr.zalalem Abera🤷🏽‍♂️🤷🏽‍♂️🤷🏽‍♂️😜obboleessakoo oduu dhiisii kaayyoo qabaadhu ani maraataa miti kaayyoofan okkolee akka kanniisaa hojjedhuu akka mootiitti jiraadhu👑👑👑👑Qaburaas 💪💪💪Jaafar UsmanMulugeta LemessaGuddi ManRoberta AlexandraDirijit Debisa DebelaZedo Zed@ abdubaAyub Sufian AwolBina TakurGetu S. RoroUrgessa Isayas Gutema

On travaille dur après avoir passé de bons moments ensemble ! Le groupe influent 💪💪 Je suis fier de faire partie de cett...
09/02/2026

On travaille dur après avoir passé de bons moments ensemble ! Le groupe influent 💪💪 Je suis fier de faire partie de cette entreprise. Merci Tremorel 🙏🙏🙏🥰🫶👑

Adresse

Saint-Méen-le-Grand
35290

Téléphone

+33744137827

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Qaburaas and his peers international welfare association publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Contacter L’organisation

Envoyer un message à Qaburaas and his peers international welfare association:

Raccourcis

Partager