04/07/2026
COC completed successfully
Duraan dursee, Waaqayyoon na gargaaree fi rakkina koo hunda keessatti na jabeessee gara milkaaβina kanaatti waan na geesseef galata guddaa nan dhiheessa.
Itti aansuudhaan, maatii koo jaalala, aarsaa fi deeggarsa isaanii hundaaf garaa koo guutuun nan galateeffadha.
Akkasumas barsiisota koo, hiriyyoota koo fi namoota hunda kan na deeggaran hundaaf galata guddaa nan dhiheessa.
Milkaaβinni kun kan hunda keenyaati.
**************************************
α ααααͺα« α₯αα
α₯αα΅α°αα΅ α«ααα α α΅α«α αα α«α α¨α³α α₯ααα₯ααα α₯αα°αααα
α ααα α α€α°α°α€ αα³α©α αα
αα£ αα΅ααα΅αα΅ α₯α α΅αα α¨αα₯ α αα°ααααα’ α₯αα²αα ααα
α«ααΌαα£ αα°ααΌα α₯α α¨α°αααα α°αα½ αα α¨αα₯ α αα°ααααα’
αα
α΅α¬α΅ α¨ααα½αα αα
*******************
First and foremost, I give all glory to Almighty God for giving me strength, wisdom, and resilience to reach this milestone.
I will never forget the love, sacrifice, and support of my family. I also sincerely thank my teachers, friends, and everyone who supported me throughout this journey.
This achievement belongs to all of us.