Ulaa Haqaa

Call Directions Website

Ulaa Haqaa Qaawwa dhugaa muullisu baajii cufaa bittinsu

21/09/2026

"Mootummaan Ida'amuu, haala itti fufiinsa qabuun humnootaa fi carraalee Badhaadhinaa haaraa itti fayyadamuu kan isa dandeessisu imaammata industirii bal'aa hordofa. Imaammatni induustirii bal'aan mootummaan hoogganamu jiraachuun, biyyootni humna kuufamaa Badhaadhinaa fi carraalee misoomaa dameen jiran fayyadamuuf isaan dandeessisa. Karaa birootiin ammoo, addunyaa jijjiiramaatti carraa Badhaadhinaa uumaman fayyadamuuf dhiibbawwan uumamaman dandamachuuf deggarsa taasisa. Adeemsi kun haala itti fufiinsa qabuun carraalee fi humna misoomuu dameewwan addaa addaa keessa jiran ilaaluun invastimeentii geggeessuu akka dandeenyu kan taasisuu fi madda qabeenyaa bal'isuu fi guddina itti fufiinsa qabu kan uumudha"

Kitaaba Mootummaa Ida'amuu: Fuula 146

20/08/2026
18/07/2024
22/06/2022

Address

Sululta

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ulaa Haqaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share