Biftu Bira For Humanitarian Organization

Biftu Bira For Humanitarian Organization Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Biftu Bira For Humanitarian Organization, Non-Governmental Organization (NGO), Melka Oda, Shashemene.

Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO) is registered in Ethiopia as an indigenous, non-profit making, non-governmental organization working on Health, Peace & Development thematic areas in Oromia Regional state

Dhaabbanni Biftu Bira For Humanitarian Organization (BB4HO), hojii nageenyaa, fayyaa, misoomaa fi barnootaa cinaatti, ho...
20/08/2026

Dhaabbanni Biftu Bira For Humanitarian Organization (BB4HO), hojii nageenyaa, fayyaa, misoomaa fi barnootaa cinaatti, hojii hawaasummaa waggaa waggaan gaggeessu itti fufuun, marsaa 14ffaaf mana harmee tokkoo ijoollee 8 waliin rakkachaa turteef ijaareera.

Hojii kana irratti Hundeessaan fi Daayirektarri Dhaabbatichaa Obbo Nuuf Baqqalaa, “hawaasaaf hojjechuun boqonnaa sammuu fi gammachuu nuuf kenna” jechuun hojii hawaasummaa irratti xiyyeeffannoo kennuu ibsan.

Akkasumas, maatii ijoollee isaanii barsiisuuf humna dhabaniif torban dhufuu maatii 150 ol deeggaruuf, akkasumas namoota dhiiga dhabuu irraa kan ka’e lubbuu isaanii dhabuu irraa baraaruuf Arjoomaa dhiigaa Akkaa Dhaabbatatti marsaa 16ffaa akkaa Dhuunfatti marsaa 20ffaa gaggeessuuf karoora qabaachuu ibsan.
Dabalataanis, mana harmee biraa rakkoo keessa jiraan daawwachuun, ijaarsa mana harmee sanaaf taasisuuf waadaa galan.

Biftu Bira For Humanitarian Organization (BB4HO) continues its annual commitment to community welfare alongside its core work in peace, health, development, and education. For its 14th project round, the organization constructed a new home for a single mother struggling to raise eight children.
Reflecting on the initiative, Founder and Director Mr. Nuuf Baqqalaa shared that serving the community brings immense peace of mind and joy, reaffirming the organization's focus on social impact.

Upcoming Initiatives:
Educational Support: Reaching over 150 families next week who lack the financial means to educate their children.
Blood Donation Drive: Hosting BB4HO’s 16th organizational blood drive—marking Mr. Nuuf's 20th personal donation—to help save lives threatened by blood shortages.
Housing Expansion: Following a recent visit to another mother facing severe hardship, BB4HO has officially committed to constructing a home for her family as well.

Ijaarsaa mana Harmee kan Dhaabbannii Biftu Bira For Humanitarian Organization(BB4HO) taasise karaa Tik Tok keenya seenta...
20/08/2026

Ijaarsaa mana Harmee kan Dhaabbannii Biftu Bira For Humanitarian Organization(BB4HO) taasise karaa Tik Tok keenya seentani dawwachuu dandeessu

Watch, follow, and discover more trending content.

Dhaabbanni Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO), guyyaa 06/12/2018 E.C., hojjettoota isaa waliin hojii tola-...
12/08/2026

Dhaabbanni Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO), guyyaa 06/12/2018 E.C., hojjettoota isaa waliin hojii tola-oltummaa Gannaa irratti marii bal’aa gaggeesse.

Mariin kun kaayyoo hojii tola-oltummaa Gannaa, gahee hojjettootaa fi akkasumas hawaasa keenyaaf waan dandeenyu hundaan gargaarsa taasisuu irratti xiyyeeffateera.

Hundeessaan fi Daarektarri Dhaabbatichaa, Obbo Nuuf Baqqalaa, hojjettoota dhaabbatichaa jajjabeessuun, “Hojii tola-oltummaa kana hundi keenya itti gaafatamummaa keenya godhannee, waan qabnuun hawaasa keenyaaf haa dhaabbannu” jechuun dhaamsa dabarsaniiru.

Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO) held an extensive discussion with its staff on summer volunteer activities on August 12, 2026.

The discussion focused on the objectives of the summer volunteer initiative, the roles and responsibilities of staff, and ways to provide meaningful support to the community using available resources.

During the discussion, Founder and Director Mr. Nuf Bakala encouraged the organization’s staff to actively participate in the volunteer activities and emphasized the importance of collective responsibility.

“Let us all take responsibility for this volunteer work and stand by our community with whatever resources we have.”

International Youth Day – August 12, 2026 🌍✨Dhaabbanni Biftu Bira For Humanitarian Organization (BB4HO) dhaabbata dargag...
12/08/2026

International Youth Day – August 12, 2026 🌍✨

Dhaabbanni Biftu Bira For Humanitarian Organization (BB4HO) dhaabbata dargaggootaan hundeeffamee fi dargaggootaan hogganamu dha.
Dargaggoonni dhaabbata keenyaa fi dargaggoonni hundinuu baga Guyyaa Dargaggoota Addunyaa (International Youth Day) nagaan geessan! 🤝🌟

Dargaggoonni humna, abdii fi jijjiirama hawaasaati. Hirmaannaa isaanii cimsuun, dandeettii isaanii guddisuun fi carraa hojii, barnootaa fi hoggansaa uumuun egeree fooyya’aa ijaaruuf murteessaa dha.🕊️💪

International Youth Day – August 12, 2026 🌍✨

Biftu Bira For Humanitarian Organization (BB4HO) is a youth-founded and youth-led organization dedicated to driving positive community impact.
We extend our warmest wishes on International Youth Day to the incredible young leaders within our organization and to all youth around the world! 🤝🌟

Young people are the backbone of energy, hope, and meaningful social transformation. Empowering their participation, honing their skills, and unlocking opportunities in education, employment, and leadership are vital to crafting a brighter tomorrow.

Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Siivilii Itoophiyaa Federaalaa irraa ogeeyyiin hordoffii fi gamaaggama hojii Dhaabbata Biftu B...
06/08/2026

Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Siivilii Itoophiyaa Federaalaa irraa ogeeyyiin hordoffii fi gamaaggama hojii Dhaabbata Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO) irratti daawwannaa fi qorannoo gaggeessan.

Watch, follow, and discover more trending content.

Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Siivilii Itoophiyaa Federaalaa irraa ogeeyyiin hordoffii fi gamaaggama hojii Dhaabbata Biftu B...
05/08/2026

Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Siivilii Itoophiyaa Federaalaa irraa ogeeyyiin hordoffii fi gamaaggama hojii Dhaabbata Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO) irratti daawwannaa fi qorannoo gaggeessan.

Daawwannaa fi gamaaggama kana keessatti hojii dhaabbatichaa bal’inaan ilaaluun, ciminaalee fi hanqinoota jiran irratti mariin bal’aan taasifameera. Ogeeyyiin kunneen hojii BB4HO hanga ammaatti hojjetame dinqisiifachuun, dhaabbatichi ciminaan hojii isaa itti fufee yoo deeme bu’aa guddaa hawaasaaf buusuu akka danda’uu ibsuun akka deegaramuu fi jaajjabbeeffamu qabuu dhaaman

Experts from the Ethiopian Federal Civil Society Organizations Authority conducted a monitoring and evaluation visit and assessment on the work of the Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO).

During this visit and evaluation, a detailed review of the organization's work was conducted, followed by an extensive discussion on its strengths and existing gaps. Expressing their appreciation for the work BB4HO has accomplished so far, the experts noted that if the organization continues its work with strong dedication, it can bring great benefits to the community, and they urged that it receive proper support and encouragement.

🤝 Nagaa Wajiin Lagaa Dhaabuu: Bakka Bu’oonni Gandaa Hojiirra Oolmaa Karoora Hojii Waloo Irratti Mari’atanDhaabbanni Bift...
30/07/2026

🤝 Nagaa Wajiin Lagaa Dhaabuu: Bakka Bu’oonni Gandaa Hojiirra Oolmaa Karoora Hojii Waloo Irratti Mari’atan

Dhaabbanni Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO), Life & Peace Institute (LPI) waliin ta’uun, pirojektii "Participatory Action Research" (PAR) jalatti hojiiwwan nagaa hawaasaan durfaman cimsuuf bakka bu’oota gandaa waliin marii milkaa’ina qabu gaggeesseera.

🤝 Building Peace Together: Kebele Representatives Discuss Joint Action Plan Implementation

Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO), in partnership with the Life & Peace Institute (LPI), successfully held a consultative meeting with Kebele (local) representatives to strengthen community-led initiatives under the Participatory Action Research (PAR) project.

Leenjii Cimsuu Dandeettii Koree Nageenya  Milkaa’inaan Gaggeeffamee JiraDhaabbanni Biftu Bira for Humanitarian Organizat...
29/07/2026

Leenjii Cimsuu Dandeettii Koree Nageenya Milkaa’inaan Gaggeeffamee Jira

Dhaabbanni Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO), Life & Peace Institute (LPI) wajjin ta’uun, pirojektii Community-led Conflict Transformation through Participatory Action Research (PAR) jalatti leenjii cimsuu dandeettii Koree Nageenya maagalaa Shaashamannetti ijaramaaniif qopheessee gaggeessee jira.

Leenjiin kun dandeettii miseensota Koree Nageenya cimsuu, mala nagaan walitti bu’iinsa hiikuu dagaagsuu fi hirmaannaa hawaasaa keessatti nageenya waaraa mirkaneessuuf kaayyeffateera.

Capacity Building Training for Peace Committee Successfully Conducted

Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO), in collaboration with the Life & Peace Institute (LPI), has organized and conducted a capacity-building training for Peace Committees established in Shashemene town, under the project Community-led Conflict Transformation through Participatory Action Research (PAR).

This training aimed to strengthen the capacity of Peace Committee members, promote peaceful conflict resolution methods, and ensure sustainable peace through community participation.

Dhaabbanni Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO) miseensota Boordii Dhaabbatichaa waliin marii bal’aa gaggees...
29/07/2026

Dhaabbanni Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO) miseensota Boordii Dhaabbatichaa waliin marii bal’aa gaggeesseera.

Marichi gamaaggama hojii bara 2025 irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, hojiiwwan raawwataman keessatti ciminootaa fi hanqinoota jiran bal’inaan irratti mari’atameera. Akkasumas, karoora hojii bara 2026 irratti yaada bal’aa wal jijjiiruun kallattii hojii fuulduraa irratti waliigaltee irra gahameera.

Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO) Holds Board Meeting

Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO) held a productive meeting with members of its Board of Directors to review the organization’s 2025 performance and discuss the 2026 Annual Work Plan.

The discussion highlighted key achievements, identified areas for improvement, and set strategic directions to strengthen the organization’s future humanitarian interventions.

Hoggantoonni Olaanoon Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee fi kutaa maagalaa Malkaa Sirbaa ojilee Dhaabbata Biftu Bira For ...
27/07/2026

Hoggantoonni Olaanoon Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee fi kutaa maagalaa Malkaa Sirbaa ojilee Dhaabbata Biftu Bira For Humanitarian Organization (BB4HO ) Dawwataan

Senior Leaders of the Shashemene City and Melka Sirba Sub-City Administration Visit the Activities of Biftu Bira for Humanitarian Organization (BB4HO)

Address

Melka Oda
Shashemene
10000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biftu Bira For Humanitarian Organization posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Biftu Bira For Humanitarian Organization:

Shortcuts

Share