Inspire Charity-Ethiopia

Inspire Charity-Ethiopia Waldaan Wal gargaarsa fi Misoomaa Inispaayer hojiilee tola ooltummaa, hawaasni keenya irraa fayyadama jedhee yaadu irratti bal'inaan hojjata.

የሀዘን መግለጫ===========የኢንስፓየር ልማት እና መረዳጃ ማህበር ቦርድ አባላት፣ ማኔጅመንት እና ሠራተኞች  በወንድማችን ሙሐመድ አብዲ ህልፈት የተሰማቸውን ጥልቅ ሀዘን እየገለጹ ለቤተሰ...
16/04/2026

የሀዘን መግለጫ
===========
የኢንስፓየር ልማት እና መረዳጃ ማህበር ቦርድ አባላት፣ ማኔጅመንት እና ሠራተኞች በወንድማችን ሙሐመድ አብዲ ህልፈት የተሰማቸውን ጥልቅ ሀዘን እየገለጹ ለቤተሰቦቹ፣ ለወዳጅ ዘመዶቹ፣ ለጓደኞቹ በሙሉ አሏህ ሰብሩን ይስጠን።

ወንድማችን ሙሐመድ አብዲ ኢንስፓየር ሲመሰረት ጀምሮ አብሮን የነበረ በሚችለው አቅም ሁሉ ማህበረሰቡን ለማገልገል እና ለዓለማው እየኖረ የነበረ ወንድም ነው። የኢንስፓየር 7ኛው ዓመት ክብረ-በዓል ላይ ቆንጆ ጊዜ ነበረን። ዛሬ 08/08/2018 ዓ.ል ህይወቱ ማለፉን ሰማን። ኢንስፓየር እስካለ እና እኛ ወንድሞቹ እስካለን ድረስ በዘመን አይሽሬ ስራዎቹ ሲታወስ ይኖራል።

አላህ ይዘንለት

11/03/2026

Olmaa keenya kan dheengaddaa vidiyoodhaan kana fakkaata.

Gargaarsa hawaasaa irratti qaamoonni nu wajjiin dalaguu barbaaddan:-
0931624292
0910303478
0914042426
Nu bilbiilu dandeessu. Galatoomaa🙏

Suraalee dabalataa
10/03/2026

Suraalee dabalataa

Dalagaa boonsaa!!Waldaan keessan   oolmaa hardhaa isaatiin gaafa guyyaa 26/06/2018 istaadayamii magaalaa shaashamannee k...
05/03/2026

Dalagaa boonsaa!!

Waldaan keessan oolmaa hardhaa isaatiin gaafa guyyaa 26/06/2018 istaadayamii magaalaa shaashamannee keessatti gargaarsa miidhaan nyaataa namoota rakkinnaa cimaa keessa dabarsaa jiraniif qoode.

Dalagaa kanas dhaabbata addunyaawaa taeefii itiyoopiyaa keessattis kan teessuma godhatee jiru dhaabbata wajjiin tauudhaan gargaarsa nyaataa namoota 800 oliif, maallaqa miliyoona 1.8 oliin tilmaamu raabsinerra.
Waajjiira hojjattootaa fi hawaasummaa magaalaa shaashamannees warroota harka qalleeyyii tan kutaa magaalaa afran irraayyuu nu fiduu fi bakka itti qopheessinu wajjiin wal qabatee deeggarsa cimaa nu godhanii turan.

Itti aanaan kantibaa magaalaa shaashamannee Obboo Awwal Hasan sagantaa keennarratti argamanii wanta dalagaa jirruu gaarii akka taeefi jabaannee dalaguu akka qabnu dhaamsa nuf dabarsaniiru.

Akka sagantaa kun milkaayu warroonnii gahee keessan baatan hundii ulfaadha. Keessattu:-
✍️Itti aanaa kantibaa Obboo Awwal Hasan
✍️ waajjiira hojjataa fi hawaasummaa magaalaa shaashamannee
✍️kominikeeshiinii magaalaa shaashamannee
✍️Biiroo nageenyaa magaalaa Shaashamannee
✍️ International Call Organization
✍️Hoggantoonnii fi miseensoonni waldaa wal gargaarsaa fi misoomaa inspaayar

Galatoomaa🙏

Shaashamannetti Guyyaan Fayyaa Haadholii akka Itoophiyaatti Marsaa 20ffaan sadarkaa biyyoolessaatti sirnoota gara garaat...
29/01/2026

Shaashamannetti Guyyaan Fayyaa Haadholii akka Itoophiyaatti Marsaa 20ffaan sadarkaa biyyoolessaatti sirnoota gara garaatiin kabajame. Saganticha irratti Waldaan Wal gargaarsa fi misoomaa Inispaayer waggoota hedduuf sagantaa tola ooltummaa, keessattuu lubbuu haadholii baraaruu irratti hojjachaa jiruuf affeeraan taassifamee jira

Shaashamannetti Guyyaan Fayyaa Haadholii akka Itoophiyaatti Marsaa 20ffaan sadarkaa biyyoolessaatti sirnoota gara garaat...
28/01/2026

Shaashamannetti Guyyaan Fayyaa Haadholii akka Itoophiyaatti Marsaa 20ffaan sadarkaa biyyoolessaatti sirnoota gara garaatiin kabajame.

waldaan walgargaarsaa fi Misoomaa inspaayaris hojiilee xiyyeeffannoo itti kennee dalagu keessa hohiiwwan fayyaa hawaasaa wajjiin walqabatu inni guddaa dha.
waajjiira fayyaa magaalaa Shaashamannee wajjiin ta`uun Guyyaan Fayyaa Haadholii kabajuun dabarsineera.

Waan Hawaasa fayyadurratti adda durummaan argamuun kaayyoo keenna. itti fufnas.

Waldaan tola ooltummaa Inspire waamicha Biiroo Fayyaa Shashemene irraa dhufeef deebii kennuudhaan jalqabbii murteessaa "...
10/12/2025

Waldaan tola ooltummaa Inspire waamicha Biiroo Fayyaa Shashemene irraa dhufeef deebii kennuudhaan jalqabbii murteessaa "Vaayirasii Marburg ittisuu" jedhu irratti dammaqinaan hirmaateera, waadaa keenya raawwannera.

የሻሸመኔ ጤና ቢሮ ባቀረበው ጥሪ መሰረት የማርበርግ ቫይረስን እንከላከል በሚል መሪ ቃል በተዘጋጀ ፕሮግራም ላይ ተገኝተን የበኩላችንን ድርሻ ተወጥተናል
ኢንስፓየር የበጎ አድራጎት ማህበር!

10/12/2025

Inspire

7th year Anniversary Lunch Time
05/12/2025

7th year Anniversary
Lunch Time

7th year anniversary Inspire Charity-EthiopiaSeven years of Service Seven years of impact
02/12/2025

7th year anniversary
Inspire Charity-Ethiopia
Seven years of Service
Seven years of impact

7th year anniversary የትላንት ህልሞች የዛሬ እውነታዎች ናቸው
01/12/2025

7th year anniversary
የትላንት ህልሞች የዛሬ እውነታዎች ናቸው

Address

Mobil
Shashemene

Telephone

+251916456781

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Inspire Charity-Ethiopia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share