25/08/2026
So proud ๐
Barataa Jaalal Girmaa akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeesse.
OIT :- Hagayya 18/2018 Finfinnee
Jaalal Girmaa Barataa Mana Barumsa Bultii Addaa WMO qormaata biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2018 qabxii olaanaa 591.6 fide.
Jaalal Girmaa Damee Saayinsii Uumamaan qabxii 591.6 fiduun sadarka abiyyaalessatti sadarkaa 1ffaa qabateera.
Saayinsii Hawaasaan Barataa Saadam Abdulaaziiz Umar Mana Baruumsa Bultii Addaa Dodolaa irraa qabxii 576โ25 galmeessuun sadarkaa 1ffaarratti argama.