30/03/2025
Soomana guyyaa 28/1446 Haala kanaan Xumurannee Gumaacha Midhaan nyaataa Maatii Harka Qal'eeyyii Fi Qaro Dhabeeyyii 60 Ol tahaniif Gumaachuudhaan Soomana keenna Kan Xumuraa Goolabnee jirra.
Asumaanuu Maatii Dhaabbata keenna kan Taatan hundaanuu Baga Eida Bara kanaatiin Isin Gahe.
MUBAARAK