Jaarmiyaa dargaggoo ganda aweetu mandaraa

Jaarmiyaa dargaggoo ganda aweetu mandaraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jaarmiyaa dargaggoo ganda aweetu mandaraa, Community Organization, Jimma.

IDA'AMU    Har'a 15/3/2016 konfaransii dargaggoo  gaggeeffamu hirmaachuuf jaarmiyaa dargaggoo ganda aweetu mandaraa hote...
25/11/2023

IDA'AMU

Har'a 15/3/2016 konfaransii dargaggoo gaggeeffamu hirmaachuuf jaarmiyaa dargaggoo ganda aweetu mandaraa hoteela dolollotti argamnee jirra.
መደመር

ኢትዮዽያዊ ሆነን እንኖራለን ኢትዮጵያ ሆነን እንሞታለን

ዛሬ ህዳር 15/2016 የወጣት ኮንፈረንስ በዶሎሎ ሆቴል ለመሳተፍ ምርጦቹ የአዌቱ መንደራ ወጣት አመራሮች ለመሳተፍ ተገኝተናል።

Maashaallah rabbi isinirraa haa qeebalu. Dargaggootni ganda awetu mandaraa akkuma barame har'as hoji tajaajila lammummaa...
19/10/2023

Maashaallah rabbi isinirraa haa qeebalu. Dargaggootni ganda awetu mandaraa akkuma barame har'as hoji tajaajila lammummaa hojjechu itti fufani jiru.
Namoota harka qaleeyyi 63 tif nyaata bitun misi nyaachisuun olmaa isaani bareeffatan.
ማሻአላህ
ዛሬም እንደተለመደው የአዌቱ መንደራ ቀበሌ ወጣቶች የበጎ አድራጎት ማህበረሰባቸዉን ማገልገል ቀጥለዋል።
ለ63 መንገድ ዳር ለሚቀመጡ ሰዎች ምግብ ገዝተው ምሳ አብልተዋል ። ያሳደገንን ማህበረሰብ ማገልገል የመልካምነታችን መገለጫ ነው ። በርቱልን

Guyyaan Alaabaa istaadiyeemii xiqqaa kana keessatti haala ajaa'ibaa ta'een kabajameera.የሰንደቅ አላማ ቀን በትንሿ ስታዲየም በደማቅ ሁኔታ ...
17/10/2023

Guyyaan Alaabaa istaadiyeemii xiqqaa kana keessatti haala ajaa'ibaa ta'een kabajameera.
የሰንደቅ አላማ ቀን በትንሿ ስታዲየም በደማቅ ሁኔታ ተከብሯል።

15/10/2023
14/10/2023
Naannoo midhagaan boqonnaa sammu kenna, boqonna sammuun hojii keenya sirnaan akka hojjennu taasisa.  maarre gandi keenya...
11/10/2023

Naannoo midhagaan boqonnaa sammu kenna, boqonna sammuun hojii keenya sirnaan akka hojjennu taasisa. maarre gandi keenya haala midhagaan akkana yeroo ijaaramu hojii keenya gara fuulduraaf kaka'umsa gudda uume jira. Ijaarsa kana irratti warri hirmaattan martu guyyaa eebba kanaaf rabbi walin nu haagahu.
ንፁህ አከባቢ ውስጣዊ ሰላምን ይፈጥርልናል፣ ውስጣዊ ሰላም መኖሩ ስራችንን በአግባቡ እንድናከናውን ያግዘናል።
ቀበሌያችን እንዲህ ባማረ ሁኔታ ሲገነባ ለቀጣይ ስራችን መነቃቃትን ፈጥሮብናል። ለዚህ ግንባታ የተሳተፋችሁ በሙሉ እንዲሁም የቀበሌያችን ነዋሪዎች ለምርቃቱ ቀን ያድርሰን።

Akkuma kanaan dura hojjeetaa turtan Dargaggoon keenya Guyyaa har'a uffataa fi kophee sassaabun harka qalleeyyiif keennit...
08/10/2023

Akkuma kanaan dura hojjeetaa turtan Dargaggoon keenya Guyyaa har'a uffataa fi kophee sassaabun harka qalleeyyiif keennitan,
Gudda galatooma.እንደ ተለመደው የአዌቱ መንደራ ወጣት አደረጃጀት ዛሬም ልብስ እና ጫማ በማሰባሰብ ለአቅመ ደካሞች አድለዋል :: እናመሰግናለን በርቱልኝ ::

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaarmiyaa dargaggoo ganda aweetu mandaraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share