Waldaa Dargaggoota Godina Jimmaa

Waldaa Dargaggoota  Godina Jimmaa Waldaa Dargaggotaa Godina Jimmaa no

‎Waldaan Dargaggoota Damee Godina Jimmaa gamaggama raawwii hojii baatii jahaa gaggeesse.‎‎Waldaa Dargaggoota Oromiyaatti...
06/02/2026

‎Waldaan Dargaggoota Damee Godina Jimmaa gamaggama raawwii hojii baatii jahaa gaggeesse.

‎Waldaa Dargaggoota Oromiyaatti Dameen Waldaa Dargaggoota Godina Jimmaa gamaaggama raawwii hojii hanga kurmaana 2ffaa tti hojjetame Aanolee waliin gaggeesse.

‎Gabaasani hojii ji'oottan ja'an darbanii hojjetame Damee Waldichaa Aanaalee irraa dhiyaatee fi cuunfaan gabaasa hojii Damee Waldaa Dargaggoota Godina Jimmaa ji'oota ja'an darbanii dhiyaatee jira.

Bu'uuruma kanaan ciminaa fi hanqina hojii keessatti mul'atan irratti bilchinaan erga mari'atamee booda kallattiin hojii fuula duraa ka'amee jira.

Leenjiin interpretership Dargaggoota Aanaalee Godina Jimmaatiif kennamaa jiruu suuraan.
04/12/2024

Leenjiin interpretership Dargaggoota Aanaalee Godina Jimmaatiif kennamaa jiruu suuraan.

Godina Jimmaatti ayyaanni hundeeffama Paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaan sirnoota gara garaatiin kabajamaa jira.
22/11/2024

Godina Jimmaatti ayyaanni hundeeffama Paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaan sirnoota gara garaatiin kabajamaa jira.

Hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi Naannoobiyyaa ilGodina Jimmaa Aanaa Limmuu Kossaatti hojiiwwan fayyadamummaa dargag...
19/10/2024

Hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi Naannoobiyyaa ilGodina Jimmaa Aanaa Limmuu Kossaatti hojiiwwan fayyadamummaa dargaggootaa irratti hojjetamaa jiran guyyaa har'aa daawwataniiru.

Buna Keenya Qulqullina Isaa eegnee Dorgomaa ha goonu.
30/09/2024

Buna Keenya Qulqullina Isaa eegnee Dorgomaa ha goonu.

30/09/2024
Abbaan Qabeenyaa Kaanis Irraa Barachuu QabaAbbaan qabeenyaa bishaan TOP obbo Abbabee Dinquun barattoota WMO fi M/B fi If...
30/09/2024

Abbaan Qabeenyaa Kaanis Irraa Barachuu Qaba

Abbaan qabeenyaa bishaan TOP obbo Abbabee Dinquun barattoota WMO fi M/B fi Ifa boruu irraa qabxii ol-aanaa galmeessaniif LAPTOP fi meeshaalee garaa garaa harjooman.

Irreechi mallattoo waloomaati!Ayyaana irreechaa fi Masqalaa sababeefachuun mariin Dargaggoota Godina Jimmaa Gandoolee Aa...
22/09/2024

Irreechi mallattoo waloomaati!
Ayyaana irreechaa fi Masqalaa sababeefachuun mariin Dargaggoota Godina Jimmaa Gandoolee Aanolee Godinichaa keessatti bifa ho'aa ta'een gaggeefamaa jira.

Godinaa Jimmaa Aanaa C/Botoritti Dargaggootni Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Barattoota maatii harka qalleeyyiif deeggar...
20/09/2024

Godinaa Jimmaa Aanaa C/Botoritti Dargaggootni Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Barattoota maatii harka qalleeyyiif deeggarsa taasisan.

Qaammee 2/13/2016Godina Jimmaa Aanaa Nadhii DargaggotniRiqicha Aadaa fi keenna Dabtaraa taasisan.Godina Jimmaa Aanaa N/G...
07/09/2024

Qaammee 2/13/2016
Godina Jimmaa Aanaa Nadhii DargaggotniRiqicha Aadaa fi keenna Dabtaraa taasisan.
Godina Jimmaa Aanaa N/Gibee Ganda Xubbeenaa fi Raagaa siibaatti Dargaggootaan Riqicha Aadaa fi kennaan Dabtaraa harka qalleeyyiif kennamee jira.

Gurmaa'iinsi Dargaggootaa Gaafa Cimu Rakkoo Hawaas-diinagdee Ummataaf Furmaata Waaraa Kenna.

Godina Jimmaatti Aanaalee Godinichaa hunda Keessatti Qaammee 2 Guyyaan Riifoormii Mata duree "Riifoormiin Tajaajila Caal...
07/09/2024

Godina Jimmaatti Aanaalee Godinichaa hunda Keessatti Qaammee 2 Guyyaan Riifoormii Mata duree "Riifoormiin Tajaajila Caalmaaf!" jedhuun Marii Paanaalii fi Sagantaa garaa garaatiin kabajamee Ooleera.

Godina Jimmaatti Aanaalee Godinichaa hunda Keessatti Qaammee 2 Guyyaan Riifoormii Mata duree "Riifoormiin Tajaajila Caalmaaf!" jedhuun Marii Paanaalii fi Sagantaa garaa garaatiin kabajamee Ooleera.

Godina Jimmaatti Aanaalee Godinichaa hunda Keessatti Qaammee 2 Guyyaan Riifoormii Mata duree "Riifoormiin Tajaajila Caalmaaf!" jedhuun Marii Paanaalii fi Sagantaa garaa garaatiin kabajamee Ooleera.

Guyyaa 19/12/2016Godina Jimmaa Aanaa Nadhii Gibee Ganda Miiccaatti Qindeessummaa Jaarmiyaalee Dargaggootaatiin Kennaan H...
25/08/2024

Guyyaa 19/12/2016

Godina Jimmaa Aanaa Nadhii Gibee Ganda Miiccaatti Qindeessummaa Jaarmiyaalee Dargaggootaatiin Kennaan Hoolaa Harka Qalleeyyiif Taasifamee Jira.
Ganda Miiccaatti Qindeessummaa Jaarmiyaalee Dargaggootaatiin harka qalleeyyiidhaaf deeggarsi Hoolaa Yoo taasifamu Maatii harka qalleeyyii Manni ijaaramaafii tures xumuramuun itti galfamaniiru.

Address

Jimmaa
Jimma
461255

Telephone

0955054459

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Dargaggoota Godina Jimmaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share