03/05/2025
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته !!!
BEEKSISA QACARRII
Faawundeeshiniin Sheekh Aadam Tuulaa iddoo hojii banaa qabutti hojjattoota dorgomsiisee qacaruu barbaada!
👉Iddoo hojii banaa - Offisara Faayinaansii (Finance Officer)
👉Ulaagaalee Barbaachisoo:-
Gosa barnoota (Accounting) fi hariiroo qabaniin yoo xiqqaate digrii 1ffaa kan qabu / tan qabdu.
👉Muuxannoo waggaa lamaa fi lamaa ol kan qabu/ tan qabdu.
👉Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa Sirritti kan danda'u / tan dandeessu
👉Afaan Ingilizii "gaarii" hanga "baay'ee gaariitti" kan dubbatu/tan dubbattu
Dorgomtoonni ulaagaalee asii olii kana guuttan guyyaa 26/8/2017 - 2/9/2017 ALI tti akka dorgomtan isin beeksifna.
Dorgomtoonni naannawa harar jirtan - Qaamaan dhuftanii biiroo faawundeeshinichaatti galmaa'uu ni dandeessan.
Iddoo :- Magaalaa Harar, Masjiida iimaan (Imaamu Ahmed) Fooqii 1ffaa!!
Dorgomtoonni fagoo jirtan immoo Email :- ([email protected]) Irratti erguun galmaawuu ni dandeessan.