Hundannee

Directions

Hundannee This page is for sharing our information, developments and experiences as well as teaching our comm

📌 "ደህንነት የተጠበቀ እንክብካቤ ለጤናማ ህይወት!"ዓለም አቀፍ የሕሙማን ደህንነት ቀን በሐረሪ ክልል በድምቀት ተከብሯል! 🩺✨የጤና ቢሮ ኃላፊ ዶክተር አብዲ፦ "ጤናማ,ደሰተኛ ና አምራች ማኅ...
26/09/2026

📌 "ደህንነት የተጠበቀ እንክብካቤ ለጤናማ ህይወት!"ዓለም አቀፍ የሕሙማን ደህንነት ቀን በሐረሪ ክልል በድምቀት ተከብሯል! 🩺✨
የጤና ቢሮ ኃላፊ ዶክተር አብዲ፦ "ጤናማ,ደሰተኛ ና አምራች ማኅበረሰብ ለመፍጠር የሕሙማንን ደህንነት መጠበቅ ቅድሚያ የምንሰጠው ጉዳይ ነው" ብለዋል። በሽታን ቀድሞ ለመከላከል በክልሉ እየተገነባ ያለውን ዘመናዊ ጤናማ ኮሪደሮችን ማኅበረሰቡ ለአካላዊ እንቅስቃሴ እንዲጠቀምበትም አሳስበዋል። 🚴‍♂️🏃‍♂️
የአገልግሎት ጥራት ማሻሻያ ተሞክሮዎች፦ በሕይወት ፋና እና ጀጎል ሆስፒታሎች እንዲሁም በአሚርኑር፣ አራተኛ፣ ሶፊ እና ሻንኮር ጤና ጣቢያዎች የተመዘገቡ የጥራት ማሻሻያ ውጤቶች በባነሮች ተዘጋጅተው በመቅረብ በባለሙያዎች መካከል የልምድ ልውውጥ ተደርጎባቸዋል። 🖼️📊
ምክትል ቢሮ ኃላፊ ዶክተር ኢማን ዜይዳን፦ በአገልግሎት ጉድለት የሚከሰቱ ችግሮችን ለመከላከል የማኅበረሰቡን ግንዛቤ ማሳደግና በቅንጅት መሥራት እንደሚገባ ገልጸዋል።ዶክተር ኑረዲን አህመድ (ሀምዲ ማዕከል)፦ ተላላፊና ተላላፊ ያልሆኑ በሽታዎችን ለመከላከል በትኩረት እየተሠራ መሆኑን ጠቁመዋል።
ጤናችን በትብብራችን ይኖራል!
#የሕሙማንደህንነት #ሐረሪ #ጤናኮሪደር #የአገልግሎትጥራት

📌 "Kunuunsa Nageenyummaan Isaanii Mirkanaa'e Fayyaa Guutuuf!"Guyyaan Nageenyummaa Dhukkubsattootaa Addunyaa Naannoo Hara...
26/09/2026

📌 "Kunuunsa Nageenyummaan Isaanii Mirkanaa'e Fayyaa Guutuuf!"
Guyyaan Nageenyummaa Dhukkubsattootaa Addunyaa Naannoo Harariitti sirna adda addaan bifa miidhagaa ta'een kabajameera! 🩺✨
Hogganaan Biiroo Fayyaa Naannoo Hararii Doktar Abdiin guyyaa kanarratti akka ibsanitti; hawaasa fayyaalessa fi oomishtuu uumuuf nageenyummaa dhukkubsattootaa eeguun xiyyeeffannoo keenya isa jalqabaati. Kanaan walqabatees qulqullina, nageenyummaa fi sadarkaa dhaabbilee fayyaa fooyyessuu irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jira.Kanaan alattis, dhukkuba dursanii ittisuuf kan gargaaran daandiiwwan miilaa fi biskileetii kan hammatte misoomni Koriidarii ammayyaa naannoo keenyatti ijaaramaa jiraachuu ibsuun; hawaasnis iddoowwan kanneen fi kanneen biroo sochii qaamaatiif fayyadamuun, dhukkuboota daddarboo hin taane irraa of eeguu akka qabu hubachiisaniiru. 🚴‍♂️🏃‍♂️🌟
Muxannoowwan Gaarii fi Fooyya'iinsa Qulqullinaa Tajaajilaa:Sagantaa kanarratti bu'aawwan fooyya'iinsa qulqullina tajaajilaa (Quality Improvement) Hospitaala Hiwoot Faanaa, Hospitaala Jugol, Buufata Fayyaa Amiirnuur, Aratanyaa, Soofii fi Sharkoor irratti hojjetaman dhiyaatanii jiru. Bu'aawwan tajaajila fooyyessuuf argaman kunneen baaneerotaan (banners) qophaa'anii dhaabbilee fayyaa fi ogeessota gidduutti akka muuxannoo gaariitti wal-jijjiiruun irratti mari'atameera.
🖼️📊Itti-aantuun Hogganaa Biiroo Fayyaa Doktar Imann Zeyidaan gama isaaniitiin; hanqina tajaajila fayyaa dhaabbilee fayyaa keessatti kennamuun kan ka'an rakkoolee fayyaa ittisuuf, hubannoo hawaasaa guddisuu fi qindoominaan hojechuun akka barbaachisu hubachiisaniiru.Hogganaan Giddugala Yaalaa 'Hamdi Multi-specialty' Doktar Nureediin Ahmedis gama isaaniitiin, dhukkuboota daddarboo fi daddarboo hin taane ittisuuf akkasumas dhukkubsattoota yaalanii fayyisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu eeraniiru.
Fayyaan Keenya qindoomina Keenyani!

26/09/2026
25/09/2026
Oduu gammachiisaa ogeessota fayyaa Naannoo Harariitiif! Biiron Fayyaa Naannoo Hararii tajaajila heyyama ogummaa isaa gid...
25/09/2026

Oduu gammachiisaa ogeessota fayyaa Naannoo Harariitiif! Biiron Fayyaa Naannoo Hararii tajaajila heyyama ogummaa isaa giddugala tajaajilaa Harar MESOB haaraa keessatti milkiidhaan qindeesseera.Milkiin dijitaalaa kun ogeessonni fayyaa adeemsa heyyama isaanii keessaa baay'ee isaa mana keessanii utuu hin ba'in fagoodhaan xumuruu akka dandeessan taasisa.
Adeemsi ammayyaa'aan kun akkamitti akka hojjetu kunooti:
Galmee Intarneetii (Online): Marsariitii hrl.moh.gov.et daawwachuudhaan bakka jirtan hundaa intarneetiidhaan galmaa'uu dandeessu; kunis gara waajjiraalee bulchiinsaa ganamaan deddeebi'uu hambisa.
Faayila Fe'uu (Document Upload): Ragaalee barnootaa, waraqaa ragaa (certifications) fi waraqaa eenyummaa barbaachisoo ta'an hunda kallattiidhaan sirna dijitaalaa kana irratti fe'uu dandeessu.
Foddaa Addaa Fudhannaa: Erga iyyannoon keessan toora intarneetiitiin ilaalamee mirkanaa'ee booda, waraqaa heyyama ogummaa keessanii isa dhiyeeffame (printout) fudhachuudhaaf foddaa biiroo fayyaa kan giddugala Harar MESOB keessatti qophaa'e qofa daawwachuu qabdu.
Tajaajila kana giddugala tokkotti fiduun baasii imalaa gadi bu'aa taasisa, birokirasii dabalataa fi bulchiinsa walxaxaa hambisa, akkasumas yeroo keessan isa kabajamaa qusata. Kunis naannoo keenyatti sirna eegumsa fayyaa cimina qabu, qindoomawaa fi dijitaalaan deebii hatattamaa kennu ijaaruu keessatti tarkaanfii guddaadha.Iyyannoo keessan jalqabuuf har'uma hrl.moh.gov.et irratti seenamaa (log on).

📱 Teknoolojiin jireenya keenya keessatti iddoo guddaa qabatte.Garuu fayyadamni daangaa hin qabne rakkoo guddaa fida.Rakk...
24/09/2026

📱 Teknoolojiin jireenya keenya keessatti iddoo guddaa qabatte.
Garuu fayyadamni daangaa hin qabne rakkoo guddaa fida.
Rakkoo Araadummaa Skiriinii :
⚠️ Fayyaa Qaamaa: rakkoo ijaa, rakkina rafuu, dhukkuba lafa duubaa.
🧠 Fayyaa Sammuu: xiyyeeffannaa dhabuu, of‑kophaa ta’uu, tasgabbii sammuu dhabuu.
📚 Barnoota: kufaatii barnootaa fi amala irratti rakkoo.
✅ Maatiin dirqama qaba: daangaa fayyaa uumuun, yeroo qindeesuu fi waliin jiraachuu cimsuu.
💬 “Skiriiniin ijoollee kee aka hin bulchine, ati jireenya ijoollee kee bulchuu qabda!”

21/09/2026

Africa’s health security and economic future are closely connected.
At in New York, Africa CDC is joining Unstoppable Africa, the flagship convening of the Global Africa Business Initiative (GABI), a UN Global Compact platform bringing African leaders, business, investors and innovators together to advance investment and economic transformation across the continent.

As part of the GABI Action Pathway on Health, Prof. Aliko Ahmed, Africa CDC Senior Advisor and Special Regional Representative of the Director General for West Africa, will bring Africa CDC’s perspective on stronger regional health markets, local manufacturing, sustainable financing, digital innovation and private-sector investment in resilient health systems.

Africa has the talent, institutions and market to build at scale. The priority now is mobilising investment and partnerships that strengthen African capacity and advance health sovereignty.
This conversation will continue in Addis Ababa at , 23–27 November, bringing governments, businesses, investors, scientists and partners together around Africa’s health future.
Africa is ready.

21/09/2026
20/09/2026
20/09/2026

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hundannee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share