Waldaya Dargaggoota Tola oltumma Abdii Hegeree kan Naannoo Harari

  • Home
  • Ethiopia
  • Harar
  • Waldaya Dargaggoota Tola oltumma Abdii Hegeree kan Naannoo Harari
Call Directions

Waldaya Dargaggoota Tola oltumma Abdii Hegeree kan Naannoo Harari #ግባችን ማህበረሰቡን ማገልገል ነው።🍃🍄

keenya hawaasa tajaajiluudha.❤🌻 Abdi Hegeree

02/09/2026

👇👇👇
"መልካም ልብ ያለዉ ሰዉ ብቻ ነዉ, ሰዎችን የሚያበረታታው!
።✍️

01/09/2026
 ⚽️✨⚽️Guyyaa har'aa taphaa adeemsifama turee irraa taphaa jalqaba     gidduutti taasifamuun itti fufee, bu’aawwan armaan...
22/08/2026

⚽️✨⚽️
Guyyaa har'aa taphaa adeemsifama turee irraa taphaa jalqaba gidduutti taasifamuun itti fufee, bu’aawwan armaan gadii argateera:
゚viralシ
Bu'aa har'aa: Taphi Mister Kober Vs Union gidduutti taasifameen 3 fi 1 Mister Kober injiffannoo goonfatee jiraa.
⚾️⚾️🏐🏐🏐
Tapha itti aanuu irraati Gaareen gidduuti tassifamnee 3 Fi 3 qixxaa bahaniruu.⚽️⚽️⚽️
Amaloota Dorgommii: Taphoonni kun dorgommii olaanaa kan qabaniifi naamusa fakkeenyummaa kan agarsiisan yoo ta’u, hirmaattootaa fi daawwattoota hawwatu.
Tarkaanfiiwwan itti aanan: Dorgommiin kun taphoota gammachiisaa ta’een akka itti fufu kan eegamu yoo ta’u, hawaasni sochii ispoortii kana deeggaraa jira.⚽️✨⚽️

Waldaya Tolaa Oltumma Abdihegere


✨️💟✨️


゚

゚viralシ

12 ሙጋድ ማቤይነቤ ዪትሜሀርቤዛል ኪርሚ ኢንጊር ኩበ አትጋፈሮት ሖጂ ሞይ ኮኦት መትፌቀረች ተሜሀረ።***************ሀረሪ ሁስኒ አሚር ኑር ወረዳ ኡስጡቤ  ይትረኽብዛል አብዲ ሄገሬ አ...
18/08/2026

12 ሙጋድ ማቤይነቤ ዪትሜሀርቤዛል ኪርሚ ኢንጊር ኩበ አትጋፈሮት ሖጂ ሞይ ኮኦት መትፌቀረች ተሜሀረ።
***************
ሀረሪ ሁስኒ አሚር ኑር ወረዳ ኡስጡቤ ይትረኽብዛል አብዲ ሄገሬ አዜባች ሙጋድ ኪርሚ ዛጥ ኢጊር ኩበ አትጋፈሮት የሚህሪቤ ዪትረኸባል። 💓🌼⚽️✨✨✨⚽️⚽️

አብዲ ሄገሬ አዜባች ጊርጋረ ሙጋድ አዜባች ሩህዚዩሌ ዛልኻነቤ ባድ ዚዩሌ ዪልዛልቤ ዚትኤገለ ሪያደ አትጋፈሮት ሖጂ ሞይ ኮኦት አትጋፈሮት ዛሸሳአ ሚስተር ኮበር ዋ ጬኻ ዛሾ መትፌቀርቤ ሜገልታኝ 45 ደቂቃች ሚስተር ኮበር 2-0 ዪቅዲዛል ፉስሓ ዚወጠኡ የኽኒማም ኮኦታኝ 45ቤ ዚቅ ባየማ ዚር ገገበ ጬኻ ሙጋድ ኮኦት ጎላቹ መትሔለቅቤ መትፌቀርዞ 2ሌ2 ዚኻነ ነቲጀቤ ተከመለ ።

ኮኦተኝ መትፌቀር ዩኒዬን ዋ በድሮበሪ ሙጋድ ማቤይነቤ ዛሾ መትፌቀር ፊዝቤ ዪማርኪዛሊን ናር ።

መትፌቀርዞ ዩኒዬን ሙጋድ በድሮ በሪው 3ሌ0 መማጀ ዚፈረከሳ ኑቅጠዞው ኪም 6 ዛሸቤው መትፌቀርናረ።

゚viralシ 💓💟❤
゚

🥰✨⚽️


Waldaya Tolaa Oltumma Abdihegere 🌼💟 #❤
🥰✨🥰

⚽️✨⚽️

በአብዲ ሄጎሬ  ወጣቶች ማህበር የተዘጋጀው የክረምት እግር ኳስ ውድድር ቀጥሏል። ⚽️💟❤⚽️💟❤✨ዛሬ የተደረጉት ጨዋታዎች በሚከተለው መልኩ ተጠናቀዋል፦ ​የዛሬው ውጤት:⚽️✨⚽️👉አንደኛ ጨዋታ ...
17/08/2026

በአብዲ ሄጎሬ ወጣቶች ማህበር የተዘጋጀው የክረምት እግር ኳስ ውድድር ቀጥሏል። ⚽️💟❤⚽️💟❤✨
ዛሬ የተደረጉት ጨዋታዎች በሚከተለው መልኩ ተጠናቀዋል፦
​የዛሬው ውጤት:⚽️✨⚽️
👉አንደኛ ጨዋታ መካከል የተደረገው ጨዋታ 2 ለ 1 በኢማም አሀመድ አሸናፊነት ተጠናቋል።
👉ሁለተኛ ጨዋታ ጋር የተደረገው ጨዋታ 4 ለ 0 ቀላድ አምባ በሰፊ የገቢ መጠን በመሸነፍ ችለዋል። ⚽️💟⚽️

የውድድሩ ገጽታዎች: ጨዋታዎቹ ከፍተኛ ፉክክር እና አርአያነት ያለው ዲሲፕሊን የታየባቸው በመሆናቸው ተሳታፊዎችንና ተመልካቾችን እየሳቡ ይገኛሉ።
ቀጣይ ሂደት: ውድድሩ ቀጥሎ የሚደረጉ አጓጊ ጨዋታዎች የሚጠበቁ ሲሆን፣ ሕብረተሰቡም ስፖርታዊ እንቅስቃሴውን በመደገፍ ላይ ይገኛል።


゚

゚viralシ

  kubbaa miilaa ganna  Waldaya tolaa oltumma Abdi Hegereetin Qophaw'ee akkumma itti fufeeti jiraa.Tapha guyyaa har'a   f...
15/08/2026

kubbaa miilaa ganna Waldaya tolaa oltumma Abdi Hegereetin Qophaw'ee akkumma itti fufeeti jiraa.
Tapha guyyaa har'a fi Feero city gidduuti tasifame tapha bareedaafi hawwataa ta'en gaareen Awerika 3.0 Feeroo city injifatee jira.
💟
✨✨
゚viralシ

Waldaya Tolaa Oltumma Abdihegere
💓✨
゚ ❤


🥰

Dorgommiin kubbaa miilaa aanaa Amiir Nuuritti tapha baninsaa kanaan injifannoo Yuuniyeniin haala miidhagaa taʼeen jalqab...
13/08/2026

Dorgommiin kubbaa miilaa aanaa Amiir Nuuritti tapha baninsaa kanaan injifannoo Yuuniyeniin haala miidhagaa taʼeen jalqabameera.

Harʼa aanaa Amiir Nuuritti qophii Waldaa Abdi Heegereetiin dhaadannoo guddaa fi biyyaalessaa “Dargaggoonni ofiif osoo hin taane biyyaaf!” jedhuun dorgommiin kubbaa miilaa qophaaye dirree Mana Barumsa Sadarka 2ffaa Abaadirti haala miidhagaa taʼeen jalqabameera.
Sirna baninsaa kana irratti Dargaggoo Ilyaas Toofiiq, Daayirektoreetii Hordoffii, Deeggarsa Gurmaaʼinsa Dargaggootaa fi Misoomma Eenyummaa,
Dargaggoo Abdulffattaah Abdulkaariim, Daayirektoreetii Sochii fi Hirmaannaa Dargaggootaa,
Dargaggoo Asladiin Abdu Sabur , Itti gaafatamaa Waldaa Abdi Heegeree argamanitti haala howaa taʼeen bananiiru.
Dorgommiin kun dargaggoonni faayidaa dhuunfaa isaanii qofa osoo hin taane, tokkummaa, nageenya fi misooma biyyaalessaa waliigalaatiif gumaacha gaarii akka taasisan kakaasuuf kan kaayyeffatedha.
Tapha baninsaa bareedaa guyyaa arraa taasisame kanaan, garee Yuuniyeni fi Ceekhaa jidu dorgommii jabaan kan mulʼate yoo taʼu, Yuuniyen morkataa isaa Ceekhaa 2 fi 1n moʼuun dorgommicha injifannoo boonsaadhaan jalqabuu dandaʼeera.
Waldaan kun dargaggoota isportiidhaan walitti hidhuuf dorgommii jalqabe kanaan, guyyoota dhufanittis taphoota egamoon fi nama hawwatan dabalataa akka keessummeessu ni eegama.

12/08/2026

Sagaantan Dorgommii kubbaa miillaa boruu ganamaa jalqabdii Dargaggooni Naannoo teenyaa hundii Afeeramtani jirtuu✍️ Mana Barumsa Sadarkaa 2ffaa Abaadirtii wal agaraa💓
😍😍👇👇👇💓💓💓 Waldaya Tolaa Oltumma Abdihegere

አሚር ኑር ወረዳ አብዲ ሄግሬ አዜባች ሙጋድ ኪርሚ ኢጊር ኩባ አትጋፈሮት ጠብቲ ሚክፋች✍️🏐⚾️🥎⚽️🏐Sagantaa Baniinsa Wal-Dorgommii Kubbaa Miilaa Aanaa Amiir...
12/08/2026

አሚር ኑር ወረዳ አብዲ ሄግሬ አዜባች ሙጋድ ኪርሚ ኢጊር ኩባ አትጋፈሮት ጠብቲ ሚክፋች✍️🏐⚾️🥎⚽️🏐

Sagantaa Baniinsa Wal-Dorgommii Kubbaa Miilaa Aanaa Amiir-Nuuritti Waldaya Dargaggoota Abdii Hegereetiin Qophaawe.⚽️⚾️⚽️

Waldaya Tolaa Oltumma Abdihegere  🌼🌼🌼Waldaya Dargaggoota Tola oltumma Abdii Hegeree kan Naannoo Harari
15/04/2026

Waldaya Tolaa Oltumma Abdihegere 🌼🌼🌼Waldaya Dargaggoota Tola oltumma Abdii Hegeree kan Naannoo Harari

Address

Harar

Telephone

+251926475297

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaya Dargaggoota Tola oltumma Abdii Hegeree kan Naannoo Harari posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share