ANI SIIF JIRAA CHARITy

ANI SIIF JIRAA CHARITy Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ANI SIIF JIRAA CHARITy, Charitable organisation, Gimbi.

10/08/2026



🙏
ANI SIIF JIRAA CHARITy 🫶

08/08/2026

koo kana keessatti duuti taanan, yaa Waaqayyo anaan dura na buusii 🥹
obboleetii kanaa ilaalaa
hundumti keessan video kana ilaaluun taasisaa 🙏

haa ijaarruuf
hanga humna keessanii nu waliin ta’uun mana ijaaruufii yaaddan karaa lakk herregaa ANI SIIF JIRAA CHARITY
CBE
1000576820376

Awash
01320758719200

COOP
1057000036639

Deggeruun, keessan screenshoot gochuun nuuf ergaa 🙏

05/08/2026

kana 🥹

03/08/2026


keenya dhukkuba qabamtee turte

30/07/2026

Obboleettii kanaa 🥹
namoonni hundumtuu kana taasisaafi 🙏

30/07/2026

keenya dhukkuba dhukkubsattee yaalamaa turte, kutaa keessaa ba’uun of bartee jirti, haalli fayyummaa ishees baay’ee haala gaarii irra jira, Waaqayyoof haa galatu 🙏
ANI SIIF JIRAA CHARITy

keenya kun waan ittiin adeemtee yaalamtu dhabuudhan baay’ee rakkachaa turte, qarshii Mil 1.6 ol walitti qabuufiin akka isheen yaalamtu taasifamee jira, isheenis Waaqayyo gargaaree yaalii isheef taasifame booda of bartee ni jirti, Namoonni karaa garaa garaa mucaa kana bira dhaabattan hundumtuu Waaqayyo isin haa eebbisuu 🙏

  ’a jireenyatti jijjirameef 🥹🙏  keenya   Onnee dhukkubsachuun waggaa 2 oliif dhippacha turte, Yaala isheef qarshii Mil ...
25/07/2026


’a jireenyatti jijjirameef 🥹🙏
keenya Onnee dhukkubsachuun waggaa 2 oliif dhippacha turte, Yaala isheef qarshii Mil 1.5 gaafatamte turteef qarshii Mil.1.5 walitti qabuufiin yaalamaa kan turte, ishee hojjetachuun kan turte of baruun ishee baay’ee haala gaarii ta’e irra jira 🙏
galanni guddaan haa ta’u, isa boo’icha namoota kolfatti jijjiruuf 🙏

karaa gara garaa mucaa kana bira dhaabattan hundumtuu Waaqayyo isin haa eebbisu baga gammaddan, kolfa mucaa kana baga argitan🙏

ANI SIIF JIRAA CHARITy, kana share gochuun hojii gaarii nu duukaa hojjedhaa 🙏

24/07/2026

hin deemtu 🥹
ykn dhaabbanni mucaa kanaaf kennuu feetan nu dubbisaa 🙏
ANI SIIF JIRAA CHARITy

21/07/2026

waan mucaa koo irra bu’een wallaalee na gargaaraa 🥹
qarshii kuma dhibba tokkoof soddoma 130K qofa barbaachisa 🥹🙏
Operation keessa jirti, dirqama kaffaluu akka qabdu itti himan, qarshii walitti qabneef immoo fixaniru, kana dura qarshii Mil.1.4 ol kaffalle
Video kana namoonni hundumtuu gochuun obbolettiin keenya kun akka gargaaramtu haa taasisnuu 🙏
Hawi Girma Mekonin
1000665291007
Commercial Bank Of Ethiopia

Lalise Girma Mekonin
1000046010225 Coop

    Operation keessa jirti, qarshii hafe kan   dirqama kaffalu akka qabdu itti himan🙏  namni hundumtuu   gochuu hin dadh...
19/07/2026

Operation keessa jirti, qarshii hafe kan dirqama kaffalu akka qabdu itti himan🙏
namni hundumtuu gochuu hin dadhabinaa
ammaatti Mil.1.4 fi Kumni Digdami Shan kaffalameefi jira
immoo guyyoota isheen turtuu kuma dhibba tokkoof kuma kudhan (110,000) akka isheen kaffaluu qabdu itti himan, qarshiin hanga ammaatti isaanif gale immoo xumuramee waan jiruuf, adaraa keessan namni hundumtuu utuu hin tuffatiin waan qabdanin lubbuu mucaa kanaa akka nuuf baraartan kabajaa fi jaalala guddaan isin gaafanna 🙏

Hawi Girma Mekonin
1000665291007 CBE
Obboleetti ishee
Lalise Girma Mekonin
1000046010225 Coop deggeruun, arjooma keessan screenshoot gochuun nuuf ergaa 🙏

Address

Gimbi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ANI SIIF JIRAA CHARITy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share