Harme Development and Relief association

Harme Development and Relief association Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Harme Development and Relief association, Non-Governmental Organization (NGO), Dukam, Dukem.

Wladaan misooma fi wal gargaarsa harmee komishinii turizmii oromiyaa waliin ta'uun basii birri kuma 150n meshale barnota...
23/09/2022

Wladaan misooma fi wal gargaarsa harmee komishinii turizmii oromiyaa waliin ta'uun basii birri kuma 150n meshale barnotaa bituun barattoota 230 oliif gargaarsa godhe jira

Fulbaana 13,bara 2015  # Magaalaa Duukam    ======//======Waldaan misoomaa fi wal gargaarsa Harmee  Barattootaa harka qa...
23/09/2022

Fulbaana 13,bara 2015 # Magaalaa Duukam
======//======
Waldaan misoomaa fi wal gargaarsa Harmee Barattootaa harka qalleeyyii ta'aniif meeshaalee Barnootaa Deeggarsa taasisee.

Waldaan kun qindeessuummaa wajjira dhimma hojjataa fi hawaasummaa waliin ta'uun meeshaalee Barnootaa Dabtara fi qalama qarshii 150,000 caaluun bituun deeggarsa akka taasise dura ta'aan waldaa misooma fi wal gargarsa Harmee Dargaggoo Nabili Muhamad himaniru.
Deeggarsa kana Barattoota harka qalleeyyii 200 caaluuf akka taasiisan itti gaafatamaan Waajjira Dhimma hojjataa fi hawaasummaa Magaalichaa Obbo Dhugumaa Qana'ii ibsaniru.Dhaloota egeree boruu deeggaruun gama tokkoon guddinni biyyatti akka ariifatu haala mijawaa waan uumuuf warreen hojii eebbifamaa kana hojjatan itti gaafatamtuun qajeelcha Siyaasa Paartii Badhaadhina Magaalichaa Jaallee Leemuu Jaboo himaniru.
Biiroon Turzimii Oromiyaa hojii boonsaa fi eebbifamaa akkanaa hawaasa rakkate cinaa dhabbachuun cimee akka itti fufu bakka bu'aan Biiroo Turzimii Oromiyaa Obbo Kaliili Fiixee himaniru.

  DESSALEN   # ETHIOPIAN   የታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብ ሶስተኛ ዙር የውሃ ሙሌት በስኬት ተጠናቀቀ፡፡
12/08/2022

DESSALEN # ETHIOPIAN

የታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብ ሶስተኛ ዙር የውሃ ሙሌት በስኬት ተጠናቀቀ፡፡

30/07/2022
Adooleessa 23,bara 2014 Magaalaa Duukam Magaalaa Duukamitti hojiin tola ooltummaa manneen harka qalleeyyii ijaaruun  jaq...
30/07/2022

Adooleessa 23,bara 2014 Magaalaa Duukam
Magaalaa Duukamitti hojiin tola ooltummaa manneen harka qalleeyyii ijaaruun jaqabameera,waldaan misooma fi walgargaarsa harmees sagantaa kanarratti hirmannaa ho’aa taasisee jira ,hojii har’a jalqabamee kanas haanga dhumaattii humna dandenyu hunddaan shora nurraa egamuu bahaachuun ni milkessina.

Address

Dukam
Dukem

Telephone

+251934855059

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Harme Development and Relief association posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share