Yuuniyeenii WHG Qonnaan Bultoota Naannoo Haramaaya.

Yuuniyeenii WHG Qonnaan Bultoota Naannoo Haramaaya. Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yuuniyeenii WHG Qonnaan Bultoota Naannoo Haramaaya., Nonprofit Organization, Dire Dawa.

Yuuniyeenin Nannoo haramaya Ayyana kana sababefachuun Sangotaa fonii baredaa qophessee Gabaf dhihessee jira kanaf namoni...
25/03/2026

Yuuniyeenin Nannoo haramaya Ayyana kana sababefachuun Sangotaa fonii baredaa qophessee Gabaf dhihessee jira kanaf namoni bittachuu barbadan lakkofsaa bilbila Bilbila 0912907911/0920033461 dawalun nuu argachuu dandessu

26/02/2026
Yuuniyeenin qonaan bultoota Haramaya caalbasii gurgurtaa xaa'oo fayyidan alaa tahee dorgomsisee guruguruu  barbadaa namo...
26/02/2026

Yuuniyeenin qonaan bultoota Haramaya caalbasii gurgurtaa xaa'oo fayyidan alaa tahee dorgomsisee guruguruu barbadaa namonii bittachuu barbadan sandaa bitatanii gutanii galchuu dandessuu tesson keenyaa Magalaa Maayaa Kutaa magaalaa Haramaya mana barnotaa daimanii Dandii boruuti argaman oddeffannoo dabaltaf 09129077911/0920033461

Yuuniyeenin qonaan bultoota Haramaya caalbasii gurgurtaa xaa'oo fayyidan alaa tahee dorgomsisee guruguruu  barbadaa namo...
26/02/2026

Yuuniyeenin qonaan bultoota Haramaya caalbasii gurgurtaa xaa'oo fayyidan alaa tahee dorgomsisee guruguruu barbadaa namonii bittachuu barbadan sandaa bitatanii gutanii galchuu dandessuu tesson keenyaa Magalaa Maayaa Kutaa magaalaa Haramaya mana barnotaa daimanii Dandii boruuti argaman oddeffannoo dabaltaf 09129077911/0920033461

share godhaa
01/01/2026

share godhaa

Daldaltoota ykn Namoota   Beeyladaa Fooni barbadaan HundafAkkumaa bekkamuu yuniyeeniin Qonaan Bultootaa haramayaa Beeyla...
01/01/2026

Daldaltoota ykn Namoota Beeyladaa Fooni barbadaan Hundaf
Akkumaa bekkamuu yuniyeeniin Qonaan Bultootaa haramayaa Beeyladaa Foonii sadarkaa isaa eggatee Gidugalaa furddisa Magalaa maayaa fi Aanaa qarsaa kessati argamutii Bifaa gaarin kununsee Furddisee Gatii madalawaa taheen Gabaati dhihessuu barbadaan kanaf daldaltootnii ykn namonii Beeyladaafoonii furdattee bittachuu barbadan lakkofsaa Bilbilaa 0912907911,Ykn 0915451990, bilbilun nuu argachuu dandessan .

06/12/2025

Yuuniyeenin Qonnaan Bultootaa Haramayaa Gita duwwaa qabu irraati dorgomsisee Qacaruu barbadaa kanaf Namonii dorgomuu dandessan carraa kana faayyadamaa .

Yuuniyeenin Qonan bultoota Haramaya waalit hidhminsaa Gaba Al ergee Bunaa Yuuniyenotaa godinaa keenyaa jiraan walin mari...
30/09/2025

Yuuniyeenin Qonan bultoota Haramaya waalit hidhminsaa Gaba Al ergee Bunaa Yuuniyenotaa godinaa keenyaa jiraan walin marii bal'aa ergaa Tasisee booda halaa dhihessaa bunaa irraati waligaltee irra gehee jiraa yuuniyeenotaa keessaa
1.Yuniyeenii Dabal
2.Yuniyenii Oboraa
3 Yuniyeenii motii
4 Yuuniyeenii malkaa bal'oo walin waligaltee irraa gehamee jiraa

Yuuniyeenin kun Rakkolee akka gabaa bunaa qonaan bulaa keenyaa midhaa irraa gehaa jirtuu hubbatee Gabaa kan furuuf heyya...
20/09/2025

Yuuniyeenin kun Rakkolee akka gabaa bunaa qonaan bulaa keenyaa midhaa irraa gehaa jirtuu hubbatee Gabaa kan furuuf heyyama Al erge bunafi wantoota buna Al erguuf gaftamuu hunda guutee hojjechuuf qoophii xumure jiraa

Yuuniyeenin WHG Qonaan Bultootaa Nannooo haramay guyyaa fulbana 10/1/2018 leenjii  Gabaa Al ergee bunaa irraati  hubbano...
20/09/2025

Yuuniyeenin WHG Qonaan Bultootaa Nannooo haramay guyyaa fulbana 10/1/2018 leenjii Gabaa Al ergee bunaa irraati hubbanoo fi akkataa garaa fulduraatii Gaba al ergee bunaatif bunaa akkataa iti dhiheesuu dandeyamuu irraati maarii bal'aa waldalee bu'ura miseensaa fi miti miseensaa tahaanif carraa gabaa al ergee bunaa kanaf Aanonii hiramtan Aanaa 5 Aanaa Badannoo , Gurawaa ,Goroo muxii ,Malkaa bal'oo fi Dadar keessaa Waldaa Bu'uraa lakkofsaan 46 tahaanif ogessaa muxxannoo Gaba al ergee bunaa qabu fi Ejansii WHG godinaatin degarame guyyaa arraa gaggefamaa turee Halaa Yuuniyeenii fi Waldaleen gaba buna kan irraati walin hojjetamuu qabu irraati waligalteen tasifamee halaa gaarin xumurame jiraa

Address

Dire Dawa
3220

Telephone

+251915005696

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yuuniyeenii WHG Qonnaan Bultoota Naannoo Haramaaya. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Yuuniyeenii WHG Qonnaan Bultoota Naannoo Haramaaya.:

Share