Sabaaf HD

Sabaaf HD Namoota humna hin qabne gargaruuf na
quunnama!
📞0923990915 /0723990915

Justice for arsii 😭💔💔
19/06/2026

Justice for arsii 😭💔💔

Nama jaalatu tokkof share godhii
19/06/2026

Nama jaalatu tokkof share godhii

18/06/2026

Namoonni waan qabdaniin ummaa tana fi ijoollee tana gargaaruu barbaaddan karaa lakk.bilbilaa 0923990915 na quunnamuu dandeessu

Inni Messi Miti Kan Kilaba Guutuu Raasu.Inni Messi Miti Kan Mata Isaatiin Bilcheeysee Nyaatu.Inni Messi Miti Kan Dorgomm...
18/06/2026

Inni Messi Miti Kan Kilaba Guutuu Raasu.
Inni Messi Miti Kan Mata Isaatiin Bilcheeysee Nyaatu.

Inni Messi Miti Kan Dorgommii Jalqabaatiin Galchii Hat-trick Hojjatu.
Inni Messi Miti Nyaatee Nama Nyaachisu.
Inni Messi Miti Kan Faayidaa Ofii Caalaa Kan Biyya Isa Caalchisu.

Gatiin jaalala keessanii qulqulluu dha Namni onneerraa na jaallatu qofti Like fi Comment kanaan naaf mirkaneessi.
17/06/2026

Gatiin jaalala keessanii qulqulluu dha Namni onneerraa na jaallatu qofti Like fi Comment kanaan naaf mirkaneessi.

13/06/2026

Mee hanga dhumaatti laala umma tana

12/06/2026

Galatoomaa

Jumaa Mubarak Guyyaan har'aa (Jum'aan) dhumaatii irra akka jiru beekamaadha, garuu eebbi fi khayriin guyyaa kanaa jireen...
12/06/2026

Jumaa Mubarak
Guyyaan har'aa (Jum'aan) dhumaatii irra akka jiru beekamaadha, garuu eebbi fi khayriin guyyaa kanaa jireenya kee keessatti yeroo hundumaa hafiinsaan haa jiraatu.

11/06/2026

Mee dhagefadha wly

Address

Dubai
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabaaf HD posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share