24/08/2024
Guyyaa 17/12/2016
# # #
Godina Shawaa kaabaa Aanaa Darraatti
Biyya Bu'uureessu Dhaloota Waareessuu
********************************************************************************************
Hagayya 17 /2016 Godina Shawaa kaabaa Aanaa Darraatti duula dhaabbii ashaaraa magariisaa akka biyyaatti biqiltuu dhaabuf taasifamu milkeessuf qindoomina hojjattoota Ejansii Geejjiba Aanaa Darraa fi Waajjira poolisii waliin ta'un konkoolaachiftoota Bajaajii,Konkoolaata uummaata,Konkoolaata fe'iinsaa akkasumas Hawaasa garagaraa hirmaachisun ashaaraa magariisa akka biyyaatti karoorfame jiru akka milka'u gahee lammummaa keenya baane jira.