Mulugeta Assefa Memorial -MAM Foundation

Mulugeta Assefa Memorial -MAM Foundation MAMF was established after death of my older brother, graduate of BSc in Animal Science. Zewdu A.

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firootta...
01/04/2026

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

Maaloo of eeggannoon yaa konkolaachifnu!

Odeeffannoo dabalataaf:
https://www.facebook.com/share/p/1CChWf6oDY/?mibextid=wwXIfr

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firootta...
10/03/2026

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

Odeeffannoo dabalataaf:
https://www.facebook.com/share/p/18GTwMEeUP/?mibextid=wwXIfr

Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!Protect your self and beloved one from traffic accidents Waliin hawaasa yaa aangessi...
20/01/2026

Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!

Protect your self and beloved one from traffic accidents

Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Let’s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

πŸ‘‡πŸ½

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/

Balaa tiraafikaa akka malee sukkaneessaa!Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamani...
16/01/2026

Balaa tiraafikaa akka malee sukkaneessaa!

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

Odeeffannoo dabalataaf:
https://www.facebook.com/share/p/1DRCXdh8Yv/?mibextid=wwXIfr

πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!Protect your self and beloved one from traffic accidents Waliin hawaasa ...
06/01/2026

πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„

Balaa tiraafikaa irraa of yaa eegnu!

Protect your self and beloved one from traffic accidents

Waliin hawaasa yaa aangessinu!

Let’s empower the community!

Nu hordofaa!

Follow us on!

πŸ‘‡πŸ½

Telegram: https://t.me/MAMFoundation
WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaUJ2u27T8bbjUEFq80e
page: https://www.facebook.com/Mulugeta-Assefa-Memorial-MAM-Foundation-112973574489678/
Youtube channel: https://www.youtube.com/
Twitter: https://twitter.com/Foundation_MAM
LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/mamfoundation/
Instagram: https://www.instagram.com/mam_foundation_2022/
TikTok: www.tiktok.com/

Balaa tiraafikaa sukkaneessaa!Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina ...
06/01/2026

Balaa tiraafikaa sukkaneessaa!

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Balaan tiraafikaa sukkaneessaa tahan akkanaa ittisuuf xiyyeeffannoo guddaa qaama hundaa barbaachisa.

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

Odeeffannoo dabalataaf: https://www.facebook.com/share/p/1Dm8JMm5N2/?mibextid=wwXIfr

30/10/2025
Balaa tiraafikaa sukkaneessaa! Lubbuu tajaajila fayyaa lubbuu biraa foyyeessuuf otoo deemamu karaatti hafe! Waaqayyo nam...
24/10/2025

Balaa tiraafikaa sukkaneessaa! Lubbuu tajaajila fayyaa lubbuu biraa foyyeessuuf otoo deemamu karaatti hafe!

Waaqayyo namoota balaa kanaan boqotan jannataan yaa qananiisu, warra miidhamaniif fayyina yaa kennu, maatiif fi firoottan isaaniif ammoo jajjabina yaa kennu!

Balaan tiraafikaa sukkaneessaa tahan akkanaa keessumaa ammoo ogeeyyii fayyaa ogummaa isaanii foyyeeffachuun hawaasa tajaajiluuf dhama’anirratti uumaamuun xiyyeeffannoo guddaa qaama hundaa akka barbaachisu akeeka.

Waaqayyoo hunda keenya balaa tiraafikaa irraa nu yaa eegu!

Har'uma ammuma itti gaafatamummaa keenya yaa baanu!

https://www.facebook.com/share/p/17Qh5BkFXv/?mibextid=wwXIfr

Address

Degem Hambiso

Opening Hours

Monday 08:00 - 17:00
Tuesday 08:00 - 17:00
Wednesday 08:00 - 17:00
Thursday 08:00 - 17:00
Friday 08:00 - 17:00
Saturday 08:00 - 17:00

Telephone

+251919599709

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mulugeta Assefa Memorial -MAM Foundation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Mulugeta Assefa Memorial -MAM Foundation:

Share