Zeynal Abidiin

Zeynal Abidiin RAKKAATAA KEENYA CINAA HAADHAABANNUU!!

💖 Waa Namaa kennuudhaaf Dureessa tahuu nama hin Barbaachiisu. Nama Gaarii tahuun Qofti gahaa dha.
27/07/2026

💖 Waa Namaa kennuudhaaf Dureessa tahuu nama hin Barbaachiisu. Nama Gaarii tahuun Qofti gahaa dha.

25/07/2026

"ክርስቲያኖች ተሰደው ሲመጡ ተቀበልናቸው"
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
በአሕመዲን ጀበል
✅✅✅✅✅

እኛ ኢትዮጵያውያን ከጥንት ጀምሮ የተለያዩ እምነት ተከታዮች ነበርን።ከመካከለኛ ምስራቅ በቅድሚያ የአይሁድ እምነት ተከታዮች ተሰደው ወደኛ ሲመጡ በእንግድነት ተቀበልናቸው።እነርሱም እምነቱን መስበክ ጀመሩ። ከኛ ዉስጥ ጥቂቶች እምነቱን ተቀበሉ።

ቀጥሎም እንደ አውሮፓውያን አቆጣጠር በ330 ፍሪምናጦስ በተባለ ወጣት መሪነት ጥቂት የሶሪያ ክርስቲያኖች በስደት ወደ አክሱም መጡ። በእንግድነት ተቀበልናቸው። እምነታቸውን እንዲሰብኩ ፈቀድንላቸው።ክርስትናን መስበክ ጀመሩ። የአክሱሙ ንጉሥ ኢዛናን ጨምሮ ከኛ ዉስጥ ጥቂቶች ክርስትናን ተቀበሉ። ወጣት ፍሪምናጦስ ጳጳስ ፍለጋ ወደ ግብጽ አመራ።

ንጉሡ ኢዛና ክርስትናን እንዲቀበል እንዳደረገ ገለጸ። ንጉሡን ክርስትና ማስነሳት ከቻልክ አንተኑ ጳጳስ እናድርግህ ብለው "አባ ሰላማ" ብለው ቀቡት። ክርስትናን የተቀበሉት ኢትዮጵያውያን ደግሞ "ከሳቴ ብርሃን" ብለው ሰየሙት።

ክርስትና ከ330 እስከ 451 ድረስ የአክሱም ቤተ መንግስት ሃይማኖት እንጂ የአጠቃላዩ ሕዝብ ሃይማኖት መሆን አልቻለም ነበር።

በአምስተኛው ክፍለ ዘመን በሰሜን ኢትዮጵያ ክርስትናን ለሕዝቡ የሰበኩትና ‹‹ዘጠኙ ቅዱሳን›› በሚል የሚታወቁት የሃይማኖት አባቶች ሁሉም መጤና የመካከለኛ ምስራቅ ስደተኞች ናቸው።

እነዚህ ስደተኞች ወደ ሰሜን ኢትዮጵያ ተሰደው የመጡት እ.ኤ.አ በ451 ከተካሄደው ‹‹ቻልኬዶን ጉባዔ›› በኋላ ነበር። ስደተኞቹ የሃይማኖት አባቶች አባ አፍጼ፣ አባ አሌፍ፣ አባ ገሪማ፣ አባ ጉባ፣ አባ ሊቃኖስ፣ አባ ጴንጤሌዎን፣ አባ ጻሕማ፣ አባ የማታ፣ እና አባ ዘሚካኤል ዓረጋዊ ናቸው።

(The Dictionary of Ethiopian Biography, Vol.1, From Early times to the End of the Zagwe Dynasty C.1270 AD, Institute of Ethiopian studies, Addis Ababa University, 1975, Pp. 209-210)

ቀጥሎም በ615 ከመካ የኢስላም እምነት ተከታይ ሰሀቦች ተሰደው መጡ። ነጻነት በመስጠት የጥገኝነት ጥያቄያቸውን በመቀበል በሀገራችን እንዲኖሩ ፈቀድንላቸው። እምነቱን ሰበኩ።

ከኛ ዉስጥም ጥቂቶችም ኢስላምን እንደ እምነት ተቀብለው ሙስሊም ሆኑ። በኢትዮጵያ ቆይታቸውም ጥቂት ስደተኞች በዚሁ ሞተው በትግራይ ተቀበሩ። የተቀሩት ከ15 ዓመታት ቆይታ በኋላ ወደ ሀገራቸው ተመለሱ።

ክርስትና እንደ አውሮፓውያን አቆጣጠር በ330 ወደ አክሱም ሲገባ ኢስላም ደግሞ ክርስትና ወደ አክሱም ከገባ ከ285(ከሁለት መቶ ሰማንያ አምስት) ዓመታት በኋላ ማለት በ615 ነበር የገባው።

ከዚያ በኋላ እኛ ኢትዮጵያውያን በተለያየ ጊዜ በተቀበልናቸው ሃይማኖቶች ምክንያት እምነታችን የተለያየ ሆነ። ከፊሉ አይሁድ፥ ከፊሉ ክርስቲያን፥ ከፊሉ ሙስሊም ሆነ።

ቀጥሎም በ16ኛ ክፈለ ዘመን ካቶሊኮች ወደ ሀገራችን ተሰደው መጡ።ተቀበልናቸው። እምነታቸውን መስበክ ጀመሩ። ከኛ መካከል ከፊሎች የካቶሊክ እምነትን ተቀበሉ።

ቀጥሎም በ19ኛው ክፍለ ዘመን መጀመሪያ የፕሮቴስታንት እምነት ተከታዮች ወደ ኢትዮጵያ መጡ።ተቀበልናቸው።እምነታቸውን እንዲሰብኩ እኛ ኢትዮጵያውያን ፈቀድንላቸው። በዚህ ሁኔታ እኛ ኢትዮጵያውያን እምነታችንን እየቀያየርን ቀጠልን። ከፊላችን ኦርቶዶክስ፣ ሙስሊም፣ ካቶሊክ፣ ፕሮቴስታንት፣ወዘተ እየሆንን ቀጠልን።

ከላይ በተጠቀሰው መልኩ በመጤ ስደተኞች የተሰበከውን እምነት እየተከተልን ዘለቅን።ነገር ከኛ መካከል በመጤ ስደተኞች የተሰበከው የአንዱ እምነት ከፊል ሰባኪዎች "ሌሎች እንጂ እኛ መጤ አይደለንም።" የሚል እይታ ያዙ።በእርግጥ መጤዎቹ እምነቱን ያመጡልን እንጂ እኛ የተቀበልነው ኢትዮጵያውያን አይደለንም።

ከእምነቶቹ መምጣት በፊት ሀገርና ህዝብ ነበር።ዛሬም ሀገራችን የሁላችንም ስለሆነች ሁላችንን በምትመስልና እኩል በምትወክል መልኩ እንገንባት የሚል ጥያቄ ሲነሳ "እኛ ነባር እናንተ መጤ" የሚል የድንቁርና ጫወታ መጫወት ያማራቸውን ታዘብን።

እኔም ሀገራችን የሁላችንም ናትና መስተካከል ያለባቸው ነገሮች እንዲስተካከል ሀሳብ ሳነሳ አፍ በማዘጋት ዝም ለማሰኘት ጥቂቶች ተረባረቡ። አክራሪ፣አይ፣ ኤስ፣ወሃቢያ፣ የእጌሌ ተላላኪ፣ ኢስላማዊ መንግስት ሊመሰርቱ አቅደዋል፣ሌላም ሌላም።

ያሻችውን ይበሉ እኛ ኢትዮጵያውያን ሙስሊሞች ተሰደው ሲመጡ በመቀበላችን እንደምንኮራው ክርስቲያን ስደተኞችን በመቀበላችን እንኮራከን።
ቸር እንሰንብት!

23/07/2026

Iyyoo "Jeedala!"
💥💥💥💥💥💥

Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

Gafarsi humnaanis ta'ee guddina qaamaatiin jeedala erga dachaa afuriin caala. Garuu maaliif bara dheeraaf gafarsi jeedalaan adamsamee nyaatama? Dhimmi kan humnaa osoo hin taane kan Istraateejii (Tooftaa) ti.

Kuni akka ta'u kan godhe jeedaloonni istraateejii milkaa'aa hordofuu isaanii fi gafarsi ammoo humna osoo qabuu dogoggora isaa irraa barachuu dadhabuu isaati. Gafarsi humna qaba, dafee hin dadhabu; garuu ni rifata, ni bittinaa'a, ni adamsamas.

Jeedallii tokko kophaashee gafarsa tokko morkachuuf hin qalbiffattu. Jeedaloonni humni isaanii gafarsa akka gadiatu waan beekaniif, mo’atanii ba’uudhaaf kopha kophaa morkachuu dhaa mannaa tooftaa tokkummaa fi tumsa irrootti hundaa’e hordofu.

Jeedaloonni humnaanis ta’ee baay’inaan kan isaan caalan foon gafarsaa adamsuu fiif miira gareetiin gara foonaa gafarsaatti dhihaatu. Karoorri isaanii akka milkaa’uufis jalqaba irratti ta’e jedhanii gafarsitoota rifachiisu.

Gafarsitoonni baay’ee nama gaddisiisuun bara dheeraa kaasee miidhaa abbootii isaanii irra ga’aa ture irraa osoo barnoota hin fudhatin, yeroo dhiyootti miira qofaani deebii walfakkaataa kennu.

Seenaa gafarsaa fi jeedalaa kana irraa murteessummaa istraateejii ni hubanna. Seenaa kana irraas seera jireenyaa fi qabsoo ijoo armaan gadii ni hubanna:

Madaallii fi Seera Ijoo:

1. Gafarsitoonni jeedala irra baay’inaan walitti qabamanii yoo jiraatanis, walin mul'achuu malee garee jabaa walitti isaan hidhu hin ijaarre. Dhaadannoo fi walitti qabama maqaa qofa irra tokkummaa dhugaatu baay’ee murteessaadha.

2. Akka qaamaatti dhihaachuu malee tokkummaa hafuuraa fi kaayyoo hin qabne bubbee xiqqaadhaan bittinaa’a.Diina ittisuun kan danda’amu dura ta’eetti tokkummaa fi ijaarsa keessoo sirreessuudhaan qofa. Kanaafis tokkummaan kaayyoo murteessaadha.

3. Gafarsitoonni yeroo nagayaatti waliin dhaabbatanii mul'atu ture. Yeroo balaan jiraachuu isaanii irra gahu garuu waliin osoo hin taane dhuunfaan yaadan. Tokkummaan dhugaa yeroo nagayaa waliin dhaabbachuu qofaan hin ibsamu; waan guddaa kaffalchiisus yeroo qormaataa fi qabsootti osoo hin diigamin waliin dhaabbachuudhaan ibsama.

4. Miidhaan kamiyyuu miidhaa qaamaa geessisuu isaas dura miira fi gootummaa warra miidhaman sanaa cabsuu akka tarkaanfii jalqabaatti fayyadama. Sagaleen jeedalaa qofti miidhaa geessisu dhiatuus, gafarsitoota miira keessa galchuun gaafa isaanii akka hin fayyadamne godheera. Kanaafis sodaa fi miira keessa galuu dursanii hubachuun baay'ee murteessaadha.

5. Deebiin miira fi sodaa keessatti kennamu karaa milkaa'ina diinaatif lafa saaqqa. Balaa dhugaa (bittinaa'uu fi adda bahuu) dhiisee, shoororkaa yeroo akka balaa guddaatti fudhachuun miidhaaf nama saaxila. Deebiin miiraan kennamu diinaaf saaxilamuu ta'uu isaa yeroo mara irraanfachuu hin qabnu.

6. Jeedaloonni gafarsa kan rifachiisan ta'e jedhanii akka sara karoorra isaanii keessa galaniif. Diinni karaa jal'isuuf yeroo lola kijibaa banu, karaa lolaa kan dhugaa adda baasanii beekuun barbaachisaadha. Diina kamirraayyuu nafsee isaa oolchuu kan fedhu hundinuu kaayyoo dhokataa diinaa hubachuun dirqama.

7. Gafarsitoonni sagalee sana duuba kaayyoo bittinneessuu jiru osoo hubataniiru ta'ee, akka hin milkoofneef waliin dhaabbachuu qofti gahaa ture.Haala kamiyyuu keessatti waliin dhaabbachuun qaama furmaataa ta'ee mul'achuu qaba.

8. Gafarsitoonni tokko ta'anii diina isaanii ittisuu dhaa mannaa, bittinaa'anii fi wal dhiibbaa baqatanii tokko tokkoon adamsamanii du'aaf saaxilamu. Kana irraa kan hubannu dhuunfaan baqachuu akka bilchinaatti lakkoofsuun akka hin qabneedha.

9. Gafarsi har'a baqate boru dabareen isaa akka gahu hin hubatu.Waliin dhaabbatanii diina fuuldura dhaabbachuun aarsaa kaffalchiisu, bittinaa'anii dabareedhaan adamsamuu irra xinnaadha.

10. Kaayyoo guddaa dhuunfaan hin danda'amne tumsa fi tattaaffii waliiniitiin milkeessuun ni danda’ama. Jeedaloonni baay'ina gafarsitootaa tooftaa sirriitiin hiika malee taasisaniiru. Mo'ichaaf ajaja istraateejii fi tumsaa baay'ee murteessaa ta'uu isaa ni hubanna.

11. Istraateejii malee dhuunfaan kan socho'an humni, baay'ina fi qabeenyi isaanii hammamyo yoo ta'e carraan isaanii akka gafarsitootaa mo'amuu ta'a.Diinis ummata deeggarsa qabu dhiisee gargar baasee miidhuu filata. Kana irraa kan hubannu baay'inni istraateejii malee faayidaa akka hin qabneedha.

Nuti ree maali baranne?
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴

12) Gosa Jeedalaa Adda Addaa Adda Baasuu 💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢

Jeedaloonni hundi bifa tokkoon hin dhufan. Kaan iyyaasota fi miidhitoota yoo ta'an, kaan ammoo cal-dhiisaa fi keessoodhaan kan hojjetaniidha. Meeshaa sab-qunnamtii, siyaasa, ykn qabsoo kamiyyuu keessatti, jeedaloonni sodaachiftuu, gargar qootuu, ykn qaama keessoo fakkaatanii kan seenan ta'anii mul'achuu danda'u.

Namni, gareen ykn sabni tokko hammamyyuu nagaa yoo ta'e gosa jeedalaa naannoo isaa jiran adda baasuu yoo dadhabe, osoo hin beekin kiyyoo isaanii keessa kufa.
Amala isaanii beekuun daanga ittisaa isa jalqabaatidha; kuni yoo hin jiraanne namoonni kijiba akka dhugaatti fudhatanii gara diinni fedhetti imalu.

13) Amala Dirree Qabsoo Ammayyaa Hubachuu
⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔

Har'a waraanni humna qaamaa ykn meeshaan qofa hin geggeeffamu; odeeffannoon, miiraan fi ilaalchaanis ta'us malee. Barruun tokko sodaa uumuu, oduun baay'ee saba gargar qoodu, fi viidiyoon tokko ilaalcha namootaa jijjiiruu danda'a. Dirreen qabsoo gara diijitaalaa fi xiin-sammuutti jijjiirameera.

Gosa qabsoo haaraa kana kan hin hubanne qaamni kamiyyuu, akkuma gafarsitootaa miiraan, tasaa fi istraateejii malee deebii kenne. Garuu amala dirree qabsoo kan hubatan ni tasgabbaa'u, ni qoratu, akkasumas miira irra kaayyoo yaadameen deebii kennu.

14) Jeedala Odeeffannoo Dogoggorsan Irraa Of Eeggachuu ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

Bara keenya keessa, jeedaloonni yeroo baay'ee uffata odeeffannoo uffatanii dhuafu. Meeshaan isaanii odeeffannoo kijibaa, dhugaa walakkaa fi seenessoota miira kakaasan kan namoota garee isaanii irraa fageessuuf ykn humna waliinii dadhabsiisuuf kaayyoomee hojjetameedha. Namni odeeffannoo osoo hin madaalin fudhatu dafee miidhamaa ta'a. Akka gafarsitootaa ta'uu dhiisuuf, madda odeeffannoo mirkaneessuu, gad-fageenyaan yaaduu, fi ergaa kenneef miiraan deebii kennuu irraa of qusachuun barbaachisaadha. Hubannoon, obsi fi xiinxalli, namoonni fi sabni dirree lola odeeffannoo ammayyaa keessatti akka hin adamsamne kan ittisu garbuu jabaadha.

Amaloota "Jeedalootaa"
⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔
Gafarsi kamiyyuu dirree irratti bobba'e keessatti jeedaloota jiran amaloota isaanii waliin sirriitti hubachuun dirqama.

1. Jeedala Sodaa fi Rifatuu Uumu: ⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕

Gosa jeedalaa kana kallattiidhaan hin miidhu; bakkasaa sodaa babal'isuudhaan jalqaba. Balaawwan gurddeessuudhaan namoota gara deebii miiraatti oofa. Sabni yoo rifatu, karaa istraateejitiin yaaduu dadhabaa, akkuma gafarsitoota bittinaa'anii miiraan oofamuu jalqaba. Intarnetiinis ta'ee alatti, furmaataa fi karaa osoo hin agarsiisin yeroo mara sodaa kan babal'isu qaamni kamiyyuu, tooftaa kana raawwachaa jira.

2. Jeedala Keessoon Gargar Qoodu:
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Jeedallii kuni yeroo baay'ee keessoodhaa ka'a ykn qama garee sanaa fakkaatee dhihaata. Kaayyoonsaa guddaan shakkii, waldhabdee fi lola keessoo uumuudhaan tokkummaa dadhabsiisuudha. Xiyyeeffannoo kaayyoo guddaa irraa jal’isuun namoonni garaagarummaa xixiqqoo irratis akka qabaman godha. Sabni qoodame to'achuufis ta'ee mo'achuuf salphaadha. Keessattuu yeroo murteessaa keessatti gargar qoodamuu fi wal-aminteensa dhabuu yeroo mara kan oofu sagaleen kamiyyuu, amala jeedala kanaa bakka bu'a.

3. Jeedala Odeeffannoo Jal'isu:
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺

Gosa jeedalaa kana odeeffannoo akka meeshaa lolaa isa guddaatti fayyadama. Ilaalcha namootaa bocuuf fi dogoggorsuuf dhugaa walakkaa, odeeffannoo filatamaa ykn seenessoota uumamaa babal'isa. Beekaa ykn deeggaraa fakkaatee dhihaachuu danda'a; ta'us kaayyoonsaa guddaan ilaalcha namootaa gara kallattii dogoggoraa fi miidhaatti gaggeessuudha. Odeeffannoo mirkaneessuu fi filatanii yaaduun yoo hin danda'amne, namoonni salphaatti miidhamtoota ta'u; osoo hin beekinis burjaaja'ina mataa isaaniitiif tumsitoota ta'u.

Qaamni kamiyyuu iddoo gafarsaatti of ilaale jiraachuun isaa humna isaa qofa irratti osoo hin taane dammaqina isaa, tokkummaa isaa fi istraateejiidhaan deemu danda'u isaa irratis kan hundaa'eef. Jeedaloota fuula isaanii adda addaa, istraateejii isaanii fi spayii isaanii beekee adda baasuu fi of qopheessuu yoo dadhabe, carraan isaa yeroo mara isa gafarsitootaa sana ta’a.

Bara sab-qunnamtii keessa jirrannu kana keessatti jeedaloonni muraasni ijaaramani baay’ee fakkaatanii yoo iyyan, dhaabbattanii kaayyoo isaanii hubatanii hojii isaaniitiif osoo hin taane kaayyoo isaaniitiif deebii kennuu kan dadhabe qaamni akkuma gafarsichaa miidhamuun isaa kan hin oolleedha.
**Gafarsi humna qaba; dammaqina hin qabu. Jeedallii garuu humna hin qabu; istraateejii garuu qaba. Nuti isa kam irraayi? Gafarsa mo isa gafarsa irraa barate? Xiqqootti xumureera.**

Nagaatti turtan!
💢💢💢💢
(Barruun kuni kitaaba "Fara'oon Fakeenya Abbaa Irreotaa" jedhamu fi bara 2007 manna hidhaa osoon jiruu kan ani Ahmedin Jebel barreesse irraa fooyya’iinsa ta'ee bifa kanaan isiniif kan dhihaateedha.)

✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Chaanaali YouTube Ahmedin Jebel sabskraayib gochuudhaan itti dabalamaa! Liinkiin gadiin yaada kennamaa jalatti caqasameera. 👇
📢📢📢📢📢📢📢📢📢

23/07/2026

Rakkoo wajjiin bal’oo jiraa hin yaaddawin

23/07/2026

Namni Gargaarsa barbaade Rabbiin ni gayaaf, Namni gorsa barbaade Duuti ni geessif, Namni Ragaa barbaade Qur'aanni ni gayaaf.

🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿  (AGN)🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅Dhalattoonni Awwadaay kanneen Biyyoota Alaa gara garaa jiraataan  (AGN) Meeshaa...
21/07/2026

🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿 (AGN)🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅Dhalattoonni Awwadaay kanneen Biyyoota Alaa gara garaa jiraataan (AGN) Meeshaalee Yaala Fayyaa Qarshii Mil.80 oliin Bituun Buufata Fayyaa kutaa Magaalaa Awwadaayif deegarsa taasise.
🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿
✅Deeggarsa Lammii Teeysaniif Taasiftaniif Maqaa Ummata Awwadaayii Fi Maqaa Dhaabbata Keenyaatiin Hedduu Nuuf Galatoomaa

03/06/2026

በምስራቅ አርሲ በውድ ወገኖቻችን ላይ የተፈፀመውን አሰቃቂ ጥቃት በመስማቴ የተሰማኝን ጥልቅና መሪር ሐዘን ለመግለፅ እወዳለሁ።

የብዝኃ ኃይማኖትና ብሔር ብሔረሰቦች እናት የሆነችውን ሀገራችንን ሰላም ለማናጋት፤ ለዘመናት የተገነባውን የሕዝቦች የእርስ በርስ የጠበቀ ትስስር ለመበጠስ፤ ብሎም የዜጎችን ነፍስ ለርካሽ ዓለማዊ ግባቸው ማሳኪያ ለመጠቀም ያሰፈሰፉ እኩያን በተደጋጋሚ እየፈፀሙት ያለውን ሀገር አጥፊ ድርጊት አጥብቄ እኮንናለሁ። አወግዛለሁም።

የሰውን ልጅ ክቡር ህይዎት የሚያጠፉና የሃገራችን ኢትዮጵያን ዕድገት የሚገታ እኩይ ተግባር ላይ ተሰማርተው በተለያዩ የሀገራችን ክፍሎች እየፈፀሙት ያለውን መጠነ ሰፊ ጥፋት የሚመለከተው አካል አፋጣኝ እርምጃ በመውሰድ የዜጎችን በሰላም ወጥቶ የመግባት ሰብዓዊ መብት ማረጋገጥ ይገባዋል።

በሰላም ወጥተው ስለመግባታቸው መተማመኛ የሌላቸውን ዜጎች ያቀፈች ሀገር ወደፊት የመራመድ ዕድሏ የቀጨጨ፣ የማደግ ተስፋዋ የመነመነ ነውና ስለ ሀገሬ ያገባኛል፣ ይመለከተኛል የሚል ሁሉ ‹ሀይ› ሊል ይገባል።

ከምንም በላይ ደሞ መሰል አስነዋሪ ድርጊቶችን እንደመልካም አጋጣሚ በመጠቀም በሕዝቦች መካከል አለመተማመንን የሚዘሩ ኃላፊነት የጎደላቸው ግለሰቦች የጉዳዩን አደገኛነት ከግምት በማስገባት ከድርጊታቸው እንዲቆጠቡና ቆም ብለው እንዲያስቡ አበክሬ ለመግለፅ እወዳለሁ።

አላህ የተበዳዮችን እምባ እንዲያብስ፤ ለበዳዮችም የእጃቸውን እንዲሰጣቸውና ፍትሕን እንዲያሰፍንልን የበረታ ዱዓዬ ነው።

ሰላም ለሀገራችን!

በድሩ ሁሴን
(ግንቦት 27 ቀን 2018 ዓ.ል)

03/06/2026

የንፁሃን ደም መፍሰስ ይብቃ፡ ለዘላቂ ሰላም በጋራ እንምከር!
Dhangala'uun Dhiiga Lammiilee Nagaa Haadhaabbatu: Furmaata Waaraaf Waliin Haamari'annu!
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴

በሀገራች የዜጎች ሞት ስፍራ አየቀያየረ ቀጥሏል።​ዛሬ ደግሞ በተደጋጋሚ ሞት እየተሰማበት ባለው በምስራቅ አርሲ ዞን በንፁሃን በኦርቶዶክስ ከርስትያን ወገኖቻችን ላይ ዘግናኝ ጭፍጨፋ መደረጉን፣ ቤተ ክርስቲያንና የአማኞች መኖሪያ ቤቶች መቃጠላቸውን ከሚዲያዎች ዘገባ መረዳት ችያለሁ። መሰል ጥቃቶች ራስን በተጠቂዎች ቦታ አድርገን ካየን በእጅጉ ልብን በኃዘን ይሰብራል።

የንፁሃን ደም ያለአግባብ መፍሰስ እና የዜጎች መገደል በአስቸኳይ ሊቆም ይገባል።ግና እንዴትና መቼ? እንዴትስ ላለፉት ዓመታት በንጹሃን ዜጎችና በቤተ እምነቶች(መስጊድና ቤተክርስቲያን) ላይ የደረሱት ጥቃቶች የአንዱ ፈጻሚዎች እንኳ በህግ ቁጥጥር ስር ማዋልና ተጠያቂ ማድረግ ሳይቻል ቀረ? ከድርጊቱ በላይ መደጋገሙ፣ከመደጋገሙ በላይ ፈጻሚዎቹ ሁሌም ያልታወቁ እየተባሉ መፍትሄ ማምጣት አለመቻል አደገኛ ነው።

ዘላቂ መፍትሄ ይገኝ ዘንድ ቆም ብሎ ማሰብ፣በ ስሜት ተጽዕኖ ስር ከመውደቅ በራቀ መልኩ ነገሮችን መመርመር፣መምከርና በጋራ መፍትሄ መፈለግ ግድ ይላል።

ክቡር የሆነው የሰው ልጅ ነፍስ እንዲህ መርከሱ እጅግ አደገኛ ነገር ነው።አላህ በቁርኣን እንዲህ ይለናል።

مِنۡ أَجۡلِ ذَٰلِكَ كَتَبۡنَا عَلَىٰ بَنِيٓ إِسۡرَـٰٓءِيلَ أَنَّهُۥ مَن قَتَلَ نَفۡسَۢا بِغَيۡرِ نَفۡسٍ أَوۡ فَسَادٖ فِي ٱلۡأَرۡضِ فَكَأَنَّمَا قَتَلَ ٱلنَّاسَ جَمِيعٗا وَمَنۡ أَحۡيَاهَا فَكَأَنَّمَآ أَحۡيَا ٱلنَّاسَ جَمِيعٗاۚ وَلَقَدۡ جَآءَتۡهُمۡ رُسُلُنَا بِٱلۡبَيِّنَٰتِ ثُمَّ إِنَّ كَثِيرٗا مِّنۡهُم بَعۡدَ ذَٰلِكَ فِي ٱلۡأَرۡضِ لَمُسۡرِفُونَ
— سورة المائدة (5:32)

"በዚህ ምክንያት በእስራኤል ልጆች ላይ እነሆ ያለ ነፍስ (መግደል) ወይም በምድር ላይ ያለማጥፋት (ካልሆነ በስተቀር) ነፍስን የገደለ ሰው ሰዎቹን ሁሉ እንደገደለ ነው፤ ሕያው ያደረጋትም ሰው ሰዎቹን ሁሉ ሕያው እንዳደረገ ነው ማለትን ጻፍን፡፡ መልክተኞቻችንም በግልጽ ተዓምራት በእርግጥ መጡዋቸው፡፡ ከዚያም ከዚህ በኋላ ከእነሱ ብዙዎቹ በምድር ላይ ወሰንን አላፊዎች ናቸው፡፡"
— አል-ማኢዳህ (5:32)

ይህ ቁርኣናዊ መለኮታዊ መመሪያ የሰው ልጅ ሕይወት ነፍስ በማለት በመጥራት ያለ ምንም የዘር፣ የሃይማኖትና የብሔር ልዩነት ፍጹም የተከበረና የማይደፈር መሆኑን ያረጋግጣል።

በአንቀጹ መሠረት አንዲትን ንጹሕ ነፍስ ያለ አግባብ መቅጠፍ መላውን የሰውን ዘር እንደ ማጥፋት የሚቆጠር እጅግ ከባድ ወንጀል ሲሆን፣ በተቃራኒው ደግሞ አንዲትን ነፍስ ከአደጋ መታደግና ማዳን መላውን የሰው ልጅ ሕይወት እንደ ማኖር የሚቆጠር ታላቅ ሰብአዊ በጎነት ነው።

እንደ ዜጋ ማድረግ የምንችለው ለሟች ቤተሰቦችና ወገኖቻች መጽናናትን መመኘት ብቻ በመሆኑ እያዘንኩ ለሟች ቤተሰቦች መጽናናትን እመኛለሁ።
ህዝባችንና ሀገራችንን ከጥፋትና ከእልቂት ጠብቅልን።አላህ ሆይ! እውነቱ እንዲወጣ፣ የንጹዃን ደምም አፍሳሾች መቀጣጫ ይሆኑ ዘንድ የእጃቸውን እንዲያገኙ አድርግልን።አላህ በቃችሁ በለን!

Dhangala'uun Dhiiga Lammiilee Nagaa Haadhaabbatu: Furmaata Waaraaf Waliin Haamari'annu!
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴

Biyya keenya keessatti duuti lammiilee bakka jijjiirrachaa ittifufee jira. Har'as immoo, Zoonii Arsii Bahaa isa yeroo baay'ee duuti keessatti dhaga'amu keessatti, lammiilee keenya nagaa hordoftoota amantaa Ortodoksii ta'an irratti fixinsi suukanneessaan raawwatamuu isaa, akkasumas bataskaanni fi manneen jireenyaa amantootaa gubachuu isaanii gabaasaaleen miidiyaalee irraa hubachuun danda'eera. Miidhaalee akkasii kana of quba dhabnee yoo laalle, onnee namaa garmalee gaddaan cabsa.

Dhangala'uun dhiiga lammiilee nagaa fi ajjeechaan lammiilee hatattamaan dhaabbachuu qaba. Garuu akkamitti fi yoom? Akkamitti waggoottan darbaniif lammiilee nagaa fi manneen amantaa (Masiidotaa fi Bataskaanota) irratti miidhaan qaqqabaa ture tokko illee utuu seera jalatti hin dhiyaatin fi itti gaafatamummaa hin fudhatin hafe? Gochicha irra deddeebi’amee raawwatamuu isaa fi raawwattoonni isaa yeroo mara "hin beekamne" jedhamanii furmaatni dhabamuun isaa baay'ee yaaddessaa dha.

Furmaata waaraa argachuuf dhaabbannee yaaduu, dhiibbaa miiraa keessaa ba'anii wantoota xiinxaluu, mari'achuu fi waliin furmaata barbaaduun dirqama ta'a.

Lubbuun namaa inni kabajamaan akkasitti salphachuun isaa baay'ee sodaachisaa dha. Rabbis Qur'aana keessatti akkas nuun jedha:

مِنۡ أَجۡلِ ذَٰلِكَ كَتَبۡنَا عَلَىٰ بَنِيٓ إِسۡرَـٰٓءِيلَ أَنَّهُۥ مَن قَتَلَ نَفۡسَۢا بِغَيۡرِ نَفۡسٍ أَوۡ فَسَادٖ فِي ٱلۡأَرۡضِ فَكَأَنَّمَا قَتَلَ ٱلنَّاسَ جَمِيعٗا وَمَنۡ أَحۡيَاهَا فَكَأَنَّمَآ أَحۡيَا ٱلنَّاسَ جَمِيعٗاۚ وَلَقَدۡ جَآءَتۡهُمۡ رُسُلُنَا بِٱلۡبَيِّنَٰتِ ثُمَّ إِنَّ كَثِيرٗا مِّنۡهُم بَعۡدَ ذَٰلِكَ فِي ٱلۡأَرۡضِ لَمُسۡرِفُونَ
— سورة المائدة (5:32)
— Surah Al-Ma'idah (5:32)

"Sababa kanaan Ilmaan Israa’iil irratti barreesine "namni lubbuu tokko lubbuu biraatiin alatti yookiin dachii keessa balleessuun alatti ajjeese akka waan nama hunda ajjeeseti; namni ishee jiraachise akka waan nama hunda jiraachiseeti" jechuu (murteessine). Dhugumatti, ergamoonni keenya ragaawwan ifa ta’aniin isaanitti dhuftee jirti. Ergasii irra hedduun isaanii sana booda dachii keessatti daangaa dabroodha."(Suura Almaaida: 5:32)

Qajeelfamni rabbummaa Qur'aanaa kun lubbuu namaa "lubbuu" jedhee waamuun, garaagarummaa sanyii, amantaa fi sabummaa tokko malee guutummaatti kabajamaa fi kan hin tuqamne ta'uu isaa mirkaneessa.
Akkkaataa keeyyata kanaan, lubbuu nagaa tokko malee seeraa balleessuun akka waan guutummaa ilmaan namaa balleessuutti kan lakkaa'amu yoo ta'u, faallaa isaatiin immoo lubbuu tokko balaa irraa oolchuun akka waan guutummaa ilmaan namaa jiraachisuutti kan lakkaa'amu tola ooltummaa namummaa guddaa dha.

Akkamitti lammiitti waan gochuu dandeenyu maatii fi firoottan miidhamaniif jajjabina hawwuu qofa waan ta'eef, gaddaan ta'ee maatii miidhamaniif jajjabina nan hawwa. Ya rabbi "Gahaa dha" nuun jedhi! Hawaasa keenyaa fi biyya keenya balleessaa fi duguuginsa irraa nuuf eegi. Ya Allah! Dhugaan akka ba'u, warri dhiiga qulqulluu dhangalaasanis barumsa akka ta'aniif kan harka isaanii akka argatan nuuf godhi.

Hundeessaa fi Bu'ureessa Zeynal Abidiin Obboleessa keenya   Rabbiin rahmata haa godhuufi
02/06/2026

Hundeessaa fi Bu'ureessa Zeynal Abidiin
Obboleessa keenya

Rabbiin rahmata haa godhuufi

02/06/2026

Haqni Guddaan Obboleeysi Keenya Hunda Keenyarraa Qabu Salaata Janaazaa Waan Taheef Namuu Akka Irraa Hin Hafne, Namni Waa Irraa Qabu Yoo Jiraate Iznii Akka Goonuuf Daa'ima Isaa 4n Rabbiin Khaliifaa Bakka Haabuusuuf,
Salaanni Janaazaa Masjiida Guddaatti

Address

Oromia
Aweday

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zeynal Abidiin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share