Wahda Islamic Association

Wahda Islamic Association waldaan kun hundefamnii isaa gargarsaa laammii rakkateef,ijoole hadhaafi abbaa hinqabne fi kkf bira rakko keessaa basudhaaf kaan hunda'edhaa .

19/04/2026
  nuti keessa jiraannu yeroo saffisaan jijjiiramaa keessa jirti. Hawaasummaa, barnoota, diinagdee fi jireenya dhuunfaa f...
13/03/2026

nuti keessa jiraannu yeroo saffisaan jijjiiramaa keessa jirti. Hawaasummaa, barnoota, diinagdee fi jireenya dhuunfaa fi gamtaa hunda keessatti namni milkaa’ina barbaadu ka’umsa sirrii qabaachuu qaba. Ka’umsi kun ammoo yaada sirrii, hojii cimaa, of bulchuu fi walii tumsuun ijaarama. Yoo ka’umsi keenya sirrii ta’e, imalli keenya gara milkaa’inaatti deemu ifa ta’a; yoo immoo dogoggora ta’e, bu’aan keenya laafaa ta’uu danda’a.

Kitaabni Ka’umsa Nu Miliqe jedhus kanaaf qophaa’e, akka namni dhuunfaa fi hawaasni bal’aan ka’umsa sirrii irraa jalqabu gorsa fi yaada ijaaraa dhiyeessuuf.
kun dhimma barnootaa, hawaasummaa fi diinagdee irratti xiyyeeffachuun akkamitti ka’umsi xiqqaan jijjiirama guddaa fiduu akka danda’u ibsa. Akkasumas namni of hubachuun, dandeettii isaa fayyadamuunii fi kallattii sirrii qabachuun akkamitti akka milkaa’ina argachuu itti danda’u akeeka
kitaabni kun dubbistootaaf Saaqamuuf guyyaa lama qofatu hafa Hawaasni Naannoo fi Hundi Affeeramtaniirtu.

Sagantaa Eebba Kitaabaa " ka'uumsa Numiliqe"Guyyaa 6/7/2018 galma Tokkummaa Bulchiinsa A/D/Xiijoo keessaati irraa hin ha...
13/03/2026

Sagantaa Eebba Kitaabaa " ka'uumsa Numiliqe"
Guyyaa 6/7/2018 galma Tokkummaa Bulchiinsa A/D/Xiijoo keessaati irraa hin hafinaa!!

AS WR WB BAGA RABBIIN RAMADAANAAN NUGAHEE WARRA HOJII KEEYRII RAKKATAA QARQAARUU IRRATTI NU HIRMAACHISE,Duudhaan wal gar...
21/02/2026

AS WR WB
BAGA RABBIIN RAMADAANAAN NUGAHEE WARRA HOJII KEEYRII RAKKATAA QARQAARUU IRRATTI NU HIRMAACHISE,
Duudhaan wal gargaarsaa yeroo kamuu cimuu akka qabu ibsame.

Gurraandhala 14/2018: Godina Arsii Aanaa Digaluu fi Xiijootti Waldaan Tola ooltummaa " Wahda Islamic Association " Magaalaa Saaguree harka qalleeyyii 27'f deeggarsa daakuu, Timira, midhaan shorbaa, zayita, ruuzaa fi saamunaa walumaagalatti meeshaalee garagaraa qarshii 121,410 n bitame deeggarsa taasisee jira.

Dura taa'aan Walda islamic association SHEEK SA'IID MUHAMMAD gama isaaniin dargaggootni keenya hojiilee tola ooltummaatiin hirkoo harka qalleeyyii ta'uun aantummaa ummata isaaniif qaban gochaan mul'isanii jiru waldaan kunis gama hundaan humna isaa cimsatee deeggarsa harka qalleeyyii bifa itti fufaa fi bifa carraa hojii uumaniii of dandeessisuutiin hojii fuulduraas kan itti fufu ta'uufi hawaasni waldaa kana cinaa akka dhaabbatu yaamicha dhiheessanii.

Akkasumas hoogganaan Majlisa Aanaa Digaluu fi Xiijoo SHEEK JAYLAAN OOGATOO waldaan tola Ooltimmaa wahdaa Islamic Association kun waldaa akka Aanaa keennaa fi godina keennaatti keeyrii garagaraa dalaguu irratti durs.arratti kan argamanii fi hawaasni keenya kamuu waldaa kana duukaa dhaabbatuu akka qabu dhaamanii jiru.

Wahdaa Islamik Asooseeshin Sagantaa Addaa simannaa Ramadaanaa fi Deeggarsa harka qaldheeyyiiHawaasni Muslimaa Magaalaa  ...
08/02/2026

Wahdaa Islamik Asooseeshin Sagantaa Addaa simannaa Ramadaanaa fi Deeggarsa harka qaldheeyyii
Hawaasni Muslimaa Magaalaa Saaguree fi Naannawa isheetitti argamta hundumtuu guyyaa 7/6/2018 Galma Tokkummaa waajjira Bulchiinsa A/D/Xiijjoo akka argamtan waamicha isiniif taasifnee jirra.

AS WR WB NAGENYII RABBII BAKKUMA JIRTANIITTII ISIIN WALLIN HA JIRRATU JECHAADuudhaan wal gargaarsaa yeroo kamu cimuu akk...
17/09/2025

AS WR WB
NAGENYII RABBII BAKKUMA JIRTANIITTII ISIIN WALLIN HA JIRRATU JECHAA
Duudhaan wal gargaarsaa yeroo kamu cimuu akka qabu ibsame.

Fulbaana 7/2018: Godina Arsii Aanaa Digaluu fi Xiijootti Waldaan Tola ooltummaa " Wahda Islamic Association " Magaalaa Saaguree harka qalleeyyii 32'f deeggarsa daakuu, dafftarra fi saamunaa taasisan.

Dura taa'aan Walda islamic association SHE ABDURAHMAN HUSEEN gama isaaniin dargaggootni keenya hojiilee tajaajila lammumaatiin hirkoo harka qalleeyyii ta'uun aantummaa ummata isaaniif qaban gochaan mul'isanii jiru

Korre bordii irra HATII SADDA hojiilee tajaajila lamummaatiin harka qalleeyyii 32'f deeggarsa akaakuu adda addaa taasisuu ibsaniiru

17/09/2025

AS WR WB
NAGENYII RABBII BAKKUMA JIRTANIITTII ISIIN WALLIN HA JIRRATU JECHAA
Duudhaan wal gargaarsaa yeroo kamu cimuu akka qabu ibsame.

Fulbaana 7/2018: Godina Arsii Aanaa Digaluu fi Xiijootti Waldaan Tola ooltummaa " Wahda Islamic Association " Magaalaa Saaguree harka qalleeyyii 32'f deeggarsa daakuu, dafftarra fi saamunaa taasisan.

Dura taa'aan Walda islamic association SHE ABDURAHMAN HUSEEN gama isaaniin dargaggootni keenya hojiilee tajaajila lammumaatiin hirkoo harka qalleeyyii ta'uun aantummaa ummata isaaniif qaban gochaan mul'isanii jiru

Korre bordii irra HATII SADDA hojiilee tajaajila lamummaatiin harka qalleeyyii 32'f deeggarsa akaakuu adda addaa taasisuu ibsaniiru

Wahda Islamic Association
08/07/2025

Wahda Islamic Association

Eebba barattoota buu'ura boruu 2ffaa mana baruumsaa badrii marsaa 3ffaa bagaa iitti geessan bagaa itti geenyee"congratul...
05/07/2025

Eebba barattoota buu'ura boruu 2ffaa mana baruumsaa badrii marsaa 3ffaa bagaa iitti geessan bagaa itti geenyee"congratulation.
Masha Allah Masha Allah Congra Bagaa ittin isaan gahee, Bagaa ittin nuu gahee, Matiin ijoolee, Fiiroottan ijoolee, Barsiisoonni m/baruumsaa badrii, miseensonni waldaa wahda Islamic association fi Hordoftooni keenyaa hundumtii keessanu Bagaa gammadan bagaa gammanee isiiniin jenna.
Eebba barattoota buu'ura boruu 2ffaa Mana Baruumsaa Badrii Sad.1ffaa kan bara Barnootaa 2017/2025 tiin isiin gahee isiiniin jenna.
Irra Deebiin bagaa gammadan bagaa gammanee hundumtii keenyaa "Congra.

Eebba barattoota buu'ura boruu 2ffaa m/b/badrii marsaa 3ffaa guyyaa 28/10/2017(sanbata xiqqaa) sirnii eebbaa bakka matiin barattootaa, hojjatoonni m/b/badrii, miseensonni waldaa wahda Islamic association, koreen gamtaa matii barattoota, wajjira barnoota irra, imammaan masjiidan fi keessummoonni adda addaa jiraaniitti sagantaan eebba baldhaan gaggeeffamee jira.

Address

Asella

Telephone

+251916908629

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wahda Islamic Association posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Wahda Islamic Association:

Share