Oromia Chamber of Commerce and Sectoral Associations - OCCSA

Oromia Chamber of Commerce and Sectoral Associations - OCCSA It is an umbrella for the business community of the oromia National Regional State

▶️ ኢትዮጵያ በአፍሪካ አህጉራዊ ነፃ ንግድ ቀጣና ስምምነት መሰረት መስከረም 29 ቀን 2018 ዓም የንግድ ትግበራዋን ልትጀምር ነው▶️ ኢትዮጵያ በአፍሪካ አህጉራዊ ነፃ ንግድ ቀጣና ስምምነት...
09/10/2025

▶️ ኢትዮጵያ በአፍሪካ አህጉራዊ ነፃ ንግድ ቀጣና ስምምነት መሰረት መስከረም 29 ቀን 2018 ዓም የንግድ ትግበራዋን ልትጀምር ነው

▶️ ኢትዮጵያ በአፍሪካ አህጉራዊ ነፃ ንግድ ቀጣና ስምምነት መሰረት መስከረም 29 ቀን 2018 ዓም የተለያዩ ምርቶችን በመላክ የንግድ ትግበራዋን እንደምትጀምር የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስቴር አስታወቀ።

▶️ በማስጀመሪያ መርሀ ግብሩ ላይ የመንግስት ከፍተኛ የስራ ሀላፊዎች እና የአፍሪካ አህጉራዊ ነፃ የንግድ ቀጣና የስራ ሀላፊዎች እንደሚታደሙ ተገልጿል።

▶️ የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስትር ዴኤታ ያስሚን ወሀብረቢ በሰጡት ጋዜጣዊ መግለጫ፤የአፍሪካ አህጉራዊ ነፃ የንግድ ቀጣና ግብይትን ለማስጀመር በርካታ ተግባራት ሲከናወኑ ቆይተዋል።

▶️ ኢትዮጵያ ስምምነቱን በመፈረም ቁርጠኝነቷን ያሳየች መሆኑን ገልጸው፤በአሁኑ ወቅት የግብይት ስርዓቱን ለማስጀመር ዝግጅት የተጠናቀቀ መሆኑን ገልፀዋል።

▶️ ነፃ የንግድ ግብይት መጀመሩ በኢትዮጵያ በወጪ ንግድ ዘርፍ እየታየ ያለውን እድገት ለማስቀጠል ፋይዳው የጎላ መሆኑን ገልጸው፤የሀገር ውስጥ የንግድ እንቅስቃሴን ለማሳደግ የሚያግዝ እንደሆነ አብራርተዋል።

▶️ ግብይቱ መጀመሩ ኢትዮጵያ ቀጣናውን በኢኮኖሚ ለማስተሳሰር የምታደርገውን ጥረት የሚያፋጥን መሆኑን ገልፀዋል።

▶️ በዚህም ግብይቱ በአፍሪካ ከተለያዩ ሀገራት ጋር የሚደረግ ሲሆን መስከረም 29 ቀን 2018 ዓም በሚካሔደው የጭነት የማስጀመሪያ መርሃ ግብር ምርቶችን የመላክ ስራው እንደሚጀመር መናገራቸዉን ኢዜአ ዘግቧል፡፡

▶️ በዚህም በኢትዮጵያ አየር መንገድ ካርጎ ሥጋ፣ አትክልትና ፍራፍሬ እንዲሁም በየብስ ትራንፖርት ቡና፣ የጥራጥሬ ምርቶችና የቅባት እህሎች ወደ ኬንያ፣ ሶማሊያ እና ደቡብ አፍሪካ እንደሚላክ አብራርተዋል፡፡

▶️ ስምምነቱ ለነጋዴዎች፣ለወጣቶች፣ለስራ ፈጣሪዎችና ሴቶች ተጨማሪ የስራ እድል ይዞ ከመምጣቱ ባሻገር ለውጭ ቀጥታ ኢንቨስትመንት እንደሚረዳም ነው የጠቀሱት።
(AMN)

 !Hordoftaata Amantaa Kiristaanaa hundaaf.Baga Ayyaana Damaraa Masqalaatiin isin gahe.Ayyaana gaarii isiniif haa ta'u!ለመ...
26/09/2025

!
Hordoftaata Amantaa Kiristaanaa hundaaf.
Baga Ayyaana Damaraa Masqalaatiin isin gahe.
Ayyaana gaarii isiniif haa ta'u!
ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለመስቀል ደመራ በዓል በሰላም አደረሳችሁ፡፡
መልካም በዓል ይሁንላችሁ!

Agro Business Expo Jun,2026 America Organizer Oromia Chamber of Commerce
23/09/2025

Agro Business Expo Jun,2026 America
Organizer Oromia Chamber of Commerce

Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektaraa Oromiyaa  Ogeesota herregaa Manneen Maree Daldalaa Magaalotaa Oromiyaatiif le...
22/09/2025

Manni Maree Daldalaa fi Waldaalee Sektaraa Oromiyaa Ogeesota herregaa Manneen Maree Daldalaa Magaalotaa Oromiyaatiif leenjii hubannoo Manuwaalii Finaansii Mana marichaa irratti kenne jira.

Leenjiin kun hubannoo Manneen Maree Magalotaa qabinsa herrega irratti qaban cimsuu fi dandeetii rawwachiistumma isanii akka dabaluuf akkasumas gabaasa heregaa istaandardii walfakataa akka qabatu kan taasisuu akka tahee ibsame jira.

I/A/Barreessa Olaanaa MMDWS Oromiyaa Obbo Hirkisaa Dhiinsaa akka jedhanitti Manneen Maree Humna Dinagdee Cimaa Qaban Horachuuf qabiinsa Herregaa Sadarkaa isaa eggatee fi Seera Qabeessa tahee fayadamuun dirqama tahuu ibsaniru.

Manneen Maree magaalota Oromiyaas hanga dandahametti Ogeessota Herregaa qacaruun Manuwaalii kana hojii irra akka olchan dhaamanii jiru.

Manni Maree Daldalaa Oromiyaa dhabbilee Hojii Maxxansaa irratti hojjechaa jiran gurguddoo keessaa Dhabbata "Continental ...
19/09/2025

Manni Maree Daldalaa Oromiyaa dhabbilee Hojii Maxxansaa irratti hojjechaa jiran gurguddoo keessaa Dhabbata "Continental Printers" daawwatee jira.
Dhabbannii kun maxxansaalee baayinaa fi Qulqullinaan Maxxansuun kan beekamu yeroo tahu, Maashinoota maxxansaa biyyoota addunyaa adda adda irraa seensisuun kan itti fayyadama jiranii fi yeroo gabaaba keessatii maxxansa hedduu akka dhiyyessa daawwanna taasifneen hubachuu dandeenye jira.

Manneen Maxxansaa biyya keessatii argaman hojii qulqullina qabu fi Istaandardii Isaa egate dhiyyeesan keessaa Maxxansa Biiziinas Daayireekatarii Oromiyaa Jalqabaatif Dorgomaa garrii taha jenne abdanna.

https://www.facebook.com/share/1GdVyYyjHj/
19/09/2025

https://www.facebook.com/share/1GdVyYyjHj/

''Ethio Business" is a weekly program airing on Thursday evenings from 8:30 to 9:00 p.m., dedicated to providing viewers with concise and current business up...

Manni Maree Daldaaltotaafi Waldaale Sektaraa magaala Walisoo hojii tola oltumaa  karoora isaa keesatti qabate hojjachaa ...
12/09/2025

Manni Maree Daldaaltotaafi Waldaale Sektaraa magaala Walisoo hojii tola oltumaa karoora isaa keesatti qabate hojjachaa ture itti fufuun baratoota 120 ol kan ta'aniif dabtara fi peenna akkasumas namoota harka qaleeyyi ta'ani 50 daakuu qamadii fi zayiita nyaata bara haara 2018 sababeefachun bakka bulchaan bulciinsa Aanaa Walisoo obbo Ayalaa Angaasu fi koreen qindeesitu Aanaa waliso akasumas itti gaafatamaan poliisi Aanaa waliso in/r Birihanu Rafeera argamanitti gaafa guyyaa 5/13/17 pirezidantti m/m/d/w/sektaraa magaala walisoo obboo Taamraat Abaataa ttin kenamee jira
Kuni anttuma uumataa kan agarsiisudaha manni maree magaala walisoo murtee boordin keneen galii argamu irraa kanaan booda hojii tola olttumaaf dhibbentta 10 (parsanti) akka oluu akkaata murta'een kan itti fufu ta'a jedhan

Address

Mexico Square
Addis Ababa
04

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Chamber of Commerce and Sectoral Associations - OCCSA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share