Jama'a Gaddisa Islama Colle

Jama'a Gaddisa Islama Colle Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jama'a Gaddisa Islama Colle, Community Organization, Addis Ababa.

Innaa Lillah Wa'innaa Iley Raajiun!!!Sheeka keenya Sh/Hasan Kadiir  barreessan Gumii Dhimma Islaama  Aanaa Collee fi Ima...
22/10/2023

Innaa Lillah Wa'innaa Iley Raajiun!!!

Sheeka keenya Sh/Hasan Kadiir barreessan Gumii Dhimma Islaama Aanaa Collee fi Imaama Masgidusaanii ganda Akkiyyaa Tulluu eeguu kan ta'an galgala kana gara aakiraa godananii jiru.
Aanaaf Aalii isaanif Sabrii jabduu rabbiin haa kennuufi.
Isaan caffee jannataa keessatti haa gammachisu.

Sheekin keenya kun dhibee Asmii dhukkubaa ture malee osoo dhibee biraa of irratti hin argin tasa osoo deeman boqachuu isaanitiin Gaddaa onnee nama Cabsuutu nutti dhagahame.

Rabbiin warra jannataa isaan haa taasisu.

Address

Addis Ababa

Telephone

+251943346458

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jama'a Gaddisa Islama Colle posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share