BOONservice

BOONservice Nama Ofta'etu Namaaf Ta'a;
Koottaa Waliin Dalagna! BOONservice Hiriyyaa Kee Sirrii!

24/07/2026
11/07/2026

Gorsa ganamaa!

"Murtoon ati har'a maallaqakee irratti fudhattu, filannoo jireenyakee boriiti!" Kan hedhu kuni qabiinsa maallaqaa ilaallata. Namoonni baayyeen eebba kg, eebba kolleejjii, eebba digirii, ayyaana waggaa irratti akka malee maallaqa isaaii qisaasessu. Nama gammachiisuuf jecha waan qaban dhadhaa'atu. Jireenya isaanii egereef abdii kan tahu guyyaa tokkotti daaraa botoroo taasisu! Firaafi orma waamanii nyaachisu! Dinagdee isaanii irratti balaa fidu. Ati garuu waan hunda tooratti raawwadhu! Qusannoo bari!
Fedhasaa Taaddasaa

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Telephone

+251930926931

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when BOONservice posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to BOONservice:

Shortcuts

Share