23/03/2022
Let's not lose sight of our culture of gratitude.
Aadaa wal galateeffachu keenya akka hin irraanfanne.
የምስጋና ባህላችንን አንዘንጋ።
Namoota gargaarsa lammiile keenyaa gammoojjii baaleetin gahuu keessatti Konkoolataa gara garaa bilisaan nuuf kennuu irraa kaase nu cinaa dhaabbataniin GALATOOMA jechuu barbaadna.
METO - Care. Give. Change.