Hararghe Students Alliance

Hararghe Students Alliance Encouraging teamwork and knowledge-sharing among students.

Barattoni keenya warri qormaata bahinsaa fudhachuuf deemtan carra gaarii isinin jenna!
28/01/2025

Barattoni keenya warri qormaata bahinsaa fudhachuuf deemtan carra gaarii isinin jenna!

  Qormaanni bahiinsaa Amajjii 26 hanga Amajjii 30tti kan kennamu ta'a.Qormaanni bahiinsaa sagantaalee digirii jalqabaa A...
28/01/2025



Qormaanni bahiinsaa Amajjii 26 hanga Amajjii 30tti kan kennamu ta'a.

Qormaanni bahiinsaa sagantaalee digirii jalqabaa Amajjii 26-30, 2017 akka gaggeeffamu Ministeerri Barnootaa beeysise.

Qormaanni bahiinsaa kun qoramtoota haareyaa fi kanneen irra deebiin qoraman hundaaf akka kennamu ministeerichi ibsee jira.

Carra gaarii

Dhaabanni tola oltummaa barnoota irratti hojjatu kan Harargee Students Alliance ja'amu hundeeyfame  Dhaabbanni kun afaya...
13/01/2025

Dhaabanni tola oltummaa barnoota irratti hojjatu kan Harargee Students Alliance ja'amu hundeeyfame

Dhaabbanni kun afayaa'ii isaa barataa Abduramaan Hassan filachuun kora isaa kan Eegale yoo tahu karoora fi kayoo Harargee Student Alliance irratti ballinaan eega mariyatan booda

Mudamtoota adda addaa koree dhaabatatiif dhiheeysuudhaan raggaasisee jira
haaluma kanaan
barataa Alamudin Ibsa Prisdant gamtichaa
barataa Firomsa Jemal vice president
barataa Elemoo Muhammad barreeysa

Godhuudhaan raggaasisee jira

Bara hojii gaarii jennaan

13/01/2025

"Education is most powerful weapons which you can use to change the world "

Address

Addis Ababa
252092

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hararghe Students Alliance posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share