11/02/2025
የኢህሳን ቁርአን ሴንተር ሞባይል አፕሊኬሽን አጠቃቀምን ከምዝገባው አንስቶ የሚያሳይ ሙሉ ዶኩመንተሪ።
በቶሎ ተመዝግቦ መማር ለሚፈልጉ አካላት እና ለተጨማሪ መረጃ ከታች ባለው ስልክ ቁጥር ደውለው ይጠይቁን።
+251962545556
*************
Dokumantarii guutuu kan itti fayyadama appilikeeshinii mobaayilaa Giddugala Qur'aanaa Ihsan agarsiisu, galmee irraa eegalee.
Warra galmaa'uu fi dafanii barachuu barbaaddaniif lakkoofsa bilbilaa armaan gadii kanaan nu bilbiluun odeeffannoo dabalataa argachuu dandeessu.
+251962545556