26/06/2025
Sabbar_Zeenaa
🔊🔊🔊
🙏Miseensotaa Fi Deeggartoota Afooshaa Ijoollee Jajuu fi Jaallewwanii hundaaf!!!
🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Afooshaan Ijoollee Jajuu fi Jaallewwanii Hojiilee Hawaasummaa Irratti Hojjachaa ture gara 👉Handhura Trit Saving and Credit Cooperative" tti Ce'ee Jira
Akkuma beekamu Afooshaan Ijoollee Jajuufi Jaallewwanii Erga hundaa'ee waggaa Lama kan guute yoo ta'u hundeeffama Isaarraa kaasee hojiilee Hawaasummaa Miseensotaa Cimsan hedduu Hojjachaa turuun Isaa ni beekama Imala gama Diinagdee Taasifamaa jiruun Afooshaa Irraa gara Handhuuraa Xirriit Qusannaa Fi liqaa gamtaatti Ce'ee jira Hojiilee Hawaasummaa kanaan dura hojjachaa ture Cimsee kan itti fufu ta'uu Isin beeksisaa bu'uuruma kanaan Miseensonni Afooshaa Ijoollee Jajuu fi Jaallewwanii Guyyaa 22/10/2017 Leenjii Ce'umsa Afooshaa Irraa gara Hadhuuraa Xirriit Qusannaa fi liqaa Magaalaa Adaamaa Waajjira Muummee Afooshichaatti Akka Argamtan. Dabalataan Namootni hanga Amnaa miseensa hin ta'in Miseensaa ta'uu Akka dandeettan Kabajaan Isin beeksifna
:-------------:
:-------------:
ሰበር_ዜና
🔊🔊🔊
🙏ለመላው የ ጀጁ ልጆች እና ወዳጆቻቸው መረዳጃ እድር አባላት እና ደጋፊዎች!!!
🌴🌴🌴🌴🌴🌴
የ ጀጁ ልጆች እና ወዳጆቻቸው መረዳጃ እድር ወደ 👉ሀንዱሁራ ጥሪት ቁጠባ እና ብድር ህብረት ስራ ተሻግሯል ።
እንደሚታወቀው የ ጀጁ ልጆች እና ወዳጆቻቸው መረዳጃ እድር ከተመሰረተ ሁለት አመታትን ያስቆጠረ ሲሆን ከተመሠረተ ጀምሮ አባላቱን የሚያጠናክሩ በርካታ ማህበራዊ ተግባራትን ሲሰራ የቆየ ሲሆን ወዴ ፊትም አጠናክሮ የሚቀጥል ይሆናል የጀጁው ልጆች እና ጓዶች በ22/10/2017 ከአፎሻ ወደ ቁጠባና ብድረ ሽግግር ስልጠና በ አዳማ ከተማ በአፎሻ ዋና መ/ቤት እንድትገኙ በአክብሮት እንጠይቃለን።