11/06/2025
Hojjiiwwaan dhabbaata kanaan Naannoo Oromiyaa godinaaleefi Aanaalee Oromiyaa tokko tokko keessaati hojjatamaa turaan hunda hanga guyyaa 09/09/2017 walliitii qindeesinee ragaa gutuu walliin qindeesinee jirraa waan ta'eef ,warrii ragaan keessaan hamma har'ati nu qaqqaabin nuf ergaa kara keessootin keessaatu warrii Mallaaqni wabii jedhamee isiniirra fudhaame achii butee isaa dhabdaan . isiin warrii isiin qaxaraa jettaani maqaa dhabbaata Mallaaqa funaantani hoteelaafi konkolaata dhunfaa kireefataani ilmaa namaatin taphachaa turtaan qabatamaa jiru walliin turree bullee bakka seerrii Mootummaa jiruuti wall arginaa.✓✓✓✓