Gumata Charity Organization

Gumata Charity Organization Gumata Charity organization we work olny about humanity

https://url-shortener.me/CSSB
15/02/2026

https://url-shortener.me/CSSB

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

Gara youtube dhufaa jira subscribe gochuun na jajjabeessaa.
08/02/2026

Gara youtube dhufaa jira subscribe gochuun na jajjabeessaa.

Yeroo dhiyootti karaa YouTube kana gara keessan dhufufan jira "Subscribe" gochuun hiriyoota keessaniifis "share" gochuun na simadhaa!🙏

ORGAN ADAMA WOCATIONAL TRAINING CENTER Dhaabbanni kun kan hundeeffame ana Ifaa Taliilaatin. kaayyoon jaarmiyaa kanaa sha...
30/10/2025

ORGAN ADAMA WOCATIONAL TRAINING CENTER
Dhaabbanni kun kan hundeeffame ana Ifaa Taliilaatin. kaayyoon jaarmiyaa kanaa shamarran maatii harka qalleeyyii rakkina diinagdee keessa jiran hojii harkaa leenjisuun galii dabalataa akka argatan gochuudha.koottaa barachuu madaa galii dabaluu uumaadha.

Ammas meeshaalee barnootaaf deeggarsa nu barbaachisa.CBO 1032300085752   BAANKII AWASH 01304935355900 01304935355900 irr...
21/09/2025

Ammas meeshaalee barnootaaf deeggarsa nu barbaachisa.CBO 1032300085752
BAANKII AWASH 01304935355900 01304935355900 irratti bilbilaa
BAANKII BIRHAAN 1600690067995
CBE 1000487024051
BILBILAA Ifaa Taliila
0938100759

HURUTAA.Guyyaa har'aa magaalaa Hurutaatti daa'imman 60f meeshaalee barnootaa marsaa 3ffaa arjoomnee jirra.Dhaabbata Garg...
19/09/2025

HURUTAA.
Guyyaa har'aa magaalaa Hurutaatti daa'imman 60f meeshaalee barnootaa marsaa 3ffaa arjoomnee jirra.
Dhaabbata Gargaarsa Gumaataa

Gumata Charity Organizations Magaala Olanciitii Har'a maatii harka qalleeyyii 40f meeshaalee barnootaa arjoome.Marsa 2ff...
18/09/2025

Gumata Charity Organizations
Magaala Olanciitii
Har'a maatii harka qalleeyyii 40f meeshaalee barnootaa arjoome.Marsa 2ffaadhan marsa 3ffaan magaala Huruuta ittii fuffaa.

DHAABBATA GARGAARSA GUMAATAAIjoolleen maatii qaban ykn maatiin horii harka qaban gara mana barumsaa deemaa jiru.Kan Maat...
16/09/2025

DHAABBATA GARGAARSA GUMAATAA
Ijoolleen maatii qaban ykn maatiin horii harka qaban gara mana barumsaa deemaa jiru.Kan Maatii harka qalleeyyii Waaqayyoo gadiiti anaf isiin eegaa jiru waan ta'aanif waan dandeessan hundaan hirmaadha.
CBO 1032300085752
BAANKII AWASH 01304935355900 01304935355900 irratti bilbilaa
BAANKII BIRHAAN 1600690067995
CBE 1000487024051
Bilbiilaa,Ifaa Taliilaa
0938100759.

Address

Adaamaa Bole
Adama
SHAWA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gumata Charity Organization posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Gumata Charity Organization:

Share