25/03/2026
Akka Jaalala waaqayyootti, Gaafa 28.03.2026 sahatii 13 :30 irraa kaasee, Obboleessa Keenya Faarfataa Jaal'atamaa Tamang Muluna waliin Yeroo Waaqeffannaa Eebbifamaa qabaanna. Obbolootni Germany, Frankfurt fi Naannawaashee jirtan kottaati nuwajjin waaqayyoon waaqeffadhaa.
Waldaa Wangeelaa Kiristoos Filaadelfiyaa
Goldackerweg 17
61440 Oberursel