OYA-Oromo Youth Association Leipzig

OYA-Oromo Youth Association Leipzig Ashamaa! OYA'n Leipzig/Jarmanii Tokkummaa Oromoota biyya Jarman keessa jiranii cimsuu, Afaan, Aadaa

Ashamaa harka fuune, kaayyoon ijoon (HOL) Hawaasa oromoo magaala Leipzig/Jaarman Oromoota bakka adda addaatti faca'anii magaalota gara garaa keessa jiraan ilmaan oromoo kan fagoo fi dhihoo walbarsiisuu, Tokkummaa keenya keessaa fi alaanis daran cimsuu, dhaloota boruu Afaan, Seenaa, Aadaa fi duudhawwan oromoo barsiisuu, Dhaaba (paartii) kamirraayyuu bilisa kan ta'e, dhimma Oromoo fi Oromummaa akkas

umas Sabboonummaa Oromummaatin kan socho'u ta'ee, obboleewwan keenya kan sirna gabroomfataatin dhumaa jiraniif gurmuu ta'uudha.

Adresse

Leipzig

Webseite

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von OYA-Oromo Youth Association Leipzig erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Die Organisation Kontaktieren

Nachricht an OYA-Oromo Youth Association Leipzig senden:

Teilen