06/07/2024
Jaarmiyaa Hawaasaa Haaraa: TICO!🌹🌹🌷👇👇👇
~
Ijaarsa Tuulamaa-TUULAMAA INTERNATIONAL CIVIC ORGANIZATION (TICO) Waraabbii dheeraa kutaa gurguddoo lama qaban haala kanaa gaditti waraabnee siniif dhaamneerra. Marii kana keessaatti mata dureewwan hinxuxxuqamiin tokkollee hinjiran. Marii gadi fagoo taasisfame. Dr. Girmaa Ayyaaneefi hundeessitoota TICO f galata guddaan qaba. Dhimma TICO ilaalchisee mariin jalqabaafi dhumaa ani gamakoon qabu kunoo kanuma. Gaaffiin kana keessaatti hinxuxxuqamiin tokkollee hinjiru. Daawwattoonni keenya obsa keessaniif galatoomaa!!
Kutaa 1ffaa: https://www.youtube.com/live/TbZF8OrWeRs?si=efILQWcFck0q_lVP
Kutaa 2ffaa: https://www.youtube.com/live/VQHrbHwfN78?si=QHq7fik12usEOm0o
Looret Beekan Erena
CC ed
Orosity
BBC News Afaan Oromoo
OBN Afaan Oromoo
Shimelis Abdisa
Abiy Ahmed Ali
Oromo Liberation Front-OLF/ABO
Oromo University
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Sagalee Haqaa
Diinqa Oromoo Media-DOM
Oromo Studies Association/Waldaa Qorannoo Bu'aa Ba'ii Qabsoo Oromoo
IJAARSA TUULAMAA-TICO-Dr. Girma Ayyaaneefi Obbo Bookkisaa (General) maal jedhu? -Uummanni Maal gaafate?-Ijaarsi kun maal giddu galeessa godhae? Maal galmaan ...