Oromo Community Association of Nova Scotia

Directions Contact the organization

Oromo Community Association of Nova Scotia The Oromo Community Association of Nova Scotia is here to support the Oromo Community within Nova Scotia and abroad.

Nuti, miseensaawwan Waldaa Tokkuumaa Hawwaasa Oromo Halifax keessa jiraanu waan hooda, a’adaa, safuu, surri yaada, afaanii fii biyya tokko waan walitti qabnuuf; walitti dhufnee waldaa hawwaasa ijaarranne a’adaa keenyaa dagaagsuuf firummaa fii jaalala mirgisaa hawwaasa keenya keessatii fii hawwaasa keenyaa alatti horachuuf;

Jiruu fii jireenya keessa jirru wayyeeffachuuf, guddachuuf, yaada fii qalbii keenya walitti qabannee karaa barbaachisaa ta’e cufaan wal jajjabeessuuf, wal gargaaruuf;

See you all tomorrow! OCANS Commite.
07/10/2026

See you all tomorrow!
OCANS Commite.

12/30/2025

Happy New Year 2026!
On behalf of the leadership of our community, I would like to wish all our members a New Year filled with peace, good health, success, and unity. May the year ahead bring us continued cooperation, mutual support, and growth as a community. Thank you all for your ongoing commitment and contributions.
Wishing you a wonderful and prosperous New Year🎉

Baga bara haaraa 2026 ittiin isin gahe!
Maqaa koo fi maqaa geggeessitoota Hawaasa Oromoo Nova Scotiatin, hawaasa keenya hundaaf waggaan haaraan kun kan Fayinaa, kan dagaagina, kan milkaa'ina, fi kan tokkummaa akka ta'u isin hawwina. Bara haaraan kun bara walii-galtee, wal-deeggarsa, fi guddina hawaasa keenyaa akka ta'us abdii qabna, Hirmmana, busii ji’aa fi degarsa gotan hundumaf galatomaa
Bara gaarii isiniif haa ta'u🎉

OCANS
Vice president
Tariku

Oromo Novascotia Soccer Team
01/15/2025

Oromo Novascotia Soccer Team

To all Oromo Nova Scotia members,Thank you so much for your participation and support today! We appreciate the efforts a...
12/29/2024

To all Oromo Nova Scotia members,
Thank you so much for your participation and support today! We appreciate the efforts and dedication of our community representatives. Your unity is the foundation of our growth and success.
Thank you to everyone With respect.

Oromoo Nova Scotia hundaaf,
Guyyaa har'aa hirmanaa fi degarsaa
keessan hundaaf galataa gudaa argadhaa jechaa, Hojii fi kutannoo bakka bu'oota keenyaa walin tanee haa jajjabeessinu. Tokkuman keessan, guddina fi milkaa'ina keenyaaf bu'uura dha.

Galatoomaa hundii kessan❤️💚❤️

Address

Halifax, NS

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Community Association of Nova Scotia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Oromo Community Association of Nova Scotia:

Shortcuts

Share