06/08/2026
Kabajamoo Miseensota Hawaasa Oromoo ORCANA Edmonton, Hiriyootaa fi Maatii Keenya Hundaaf,
Gammachuu guddaadhaan, ani fi haati manaa tiyyaa jaallatamtuun guyyaa ebbaa (Graduation) keenya kabajuuf isin hunda kabajaan affeerra.
Milkaa’inni kun jajjabinaa, deeggarsa fi du'ai firootani, hiriyootaa fi hawaasa keenya irraa argannen as geenye galatooma jechaa , namoota imala keenya keessatti gahee isaanii bahatan hundaaf galata guddaa qabna. Guyyaa kana isin waliin kabajuun keenya gammachuu dangaa hin qabnee nutii dhagayamaa.
Guyyaa: June (Waxabajji) 13, 2026
Yeroo: Sa’aatii 2:00 Waaree Boodaa
Bakki: FOCAS Canada Hall
Affeerraan kun miseensota Hawaasa Oromoo ORCANA Edmonton hundaaf, akkasumas hawaasa Oromoo Edmonton keessa jiraatan hundaaf banaadha. Hundi keessan kota gammachuu kana nu wajjiin qodaadha isiinin jana.
Oromoon hundii graduation kana irraati argamuun keessan heddu hiika kan qabu taasisa, namootni imala keenya keessatti nu jajjabeessitani fi nu deeggaran heddu takkaa galatoomaa isiinin jechaa, kotaa guyyaa seenaa kana waliin kabajuun keenya gammachuu guddaa nuuf ta’a.
Hawaasaa keenya hundaa ni galateeffana, warraa dhufee gammachuu teenya nu wajjiin qodaatuu hundaa yaadannoo gaarii fi yeroo hin dagatamne waliin dabarsinaa isiinin jeena.
Kabajaan,
Johar Mohamed Ali & Fakiha Mohamed!
Dear Members of the ORCANA Oromo Community of Edmonton, Friends, and Family,
With grateful hearts, my beloved wife and I warmly invite you to join us in celebrating a very special milestone in our lives our graduation.
This achievement would not have been possible without the encouragement, support, and prayers of our family, friends, and community. We are deeply thankful to everyone who has been part of our journey, and it would be our honor to celebrate this memorable occasion with you.
Date: June 13, 2026
Time: 2:00 PM
Location: FOCAS Canada Hall
This invitation is extended to all members of the ORCANA Oromo Community of Edmonton, as well as the wider Oromo community living in Edmonton. Everyone is welcome to come and share in this joyful celebration as we mark this important achievement together.
Your presence will make this occasion even more meaningful, and we would truly appreciate the opportunity to celebrate with those who have supported and encouraged us along the way.
Thank you for being part of our journey. We look forward to celebrating with you and creating lasting memories together.
Warm Regards,
Johar Mohamed Ali & Fakiha Mohamed!