OYA Edmonton

OYA Edmonton Qeerro and Qarree of the city of Edmonton �

10/27/2021

See you on Saturday October 30. The time and the address will gonna be posted ✌️

07/03/2021

It’s been a year you will always be remembered Qaalii namaa. You’re always loved and never forgotten. May your soul Rest In Peace Legend !



want an independent investigation for our legend’s assassination.

Guyyaa Yaadannoo waggaa 1ffaa wareegama gooticha qaalii sabaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa, akkasumas haaromsa irbuu ykn...
07/02/2021

Guyyaa Yaadannoo waggaa 1ffaa wareegama gooticha qaalii sabaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa, akkasumas haaromsa irbuu ykn immoo waadaa galiinsa kaayyoo gootichaa galamaan gahuuf.

Dhalootni kuni imaanaa hin nyaatu, Kaayyoo fi karoora kee hanga galmaan geenyutti abadan boqannee hin teenyu. Haacee keenya.

Qeerroo fi Qarree Oromoo biyya Canada 🇨🇦 Kutaa Alberta, magaalaa Edmonton

Address

Alberta Avenue NW
Edmonton, AB
T5B

Telephone

+15877100126

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when OYA Edmonton posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to OYA Edmonton:

Share